Telegram Web Link
Wanti hundi sababaaf ta'a. Tasgabbaa'i.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
9
Hammam gaarii taatus bakka hin taane yoo jiraatte , gatii hin qabdu.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
18❤‍🔥3
Leenci mootiin bosonaatuu tiitisa ofirraa eega.:- Afrikaanota
_______
@Jechootahayyoota
19
Manni hidhaa guddaan keessaa miliquu qabdu Sammuu keetii dha.
_______
@Jechootahayyoota
14👏3
Balballi tokko yoo cufamu ka biraa ni banama garuu nuti kan gaabbiidhaan ilaallu balbala cufame sana malee balbala nuuf jedhee banamee miti.:- Alexander Graham Bell
________
@Jechootahayyoota
23👏4👍2
Namoota yaada keetti si jajjabeessanii fi yaada kee miidhan adda baafadhu

Join 👇👏❤️💯🎄♻️🎄
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
7👍2👏1
➡️ " Hanguma of jijjiirte, jireenya namaa biraa keessatti jijjiirama uumta. Yoo dhuguma jijjiramaaf karaa taate, jijjiiramuun sitti hin ulfaatu." 


#Mirahatu_Shanko
@Jechootahayyoota
👍42🥰1
☑️ "Afrikaanotaaf gaafa ati duutee maallaqa walitti buusanii si awwaaluun baay'ee salphataaf; garuu otuu ati lubbuudhaan jirtu kaayyoo kee akka milkeessituuf maallaqa walitti buusanii si gargaaruun baay'ee itti ulfaata." 


#ROBERT_MUGABE
@Jechootahayyoota
7👍3🥰2
Nama jechuun bu'aa yaada isaati.



@Jechootahayyoota
👍62👏1
Don't worry about what others think. People are always negative, don't let it bother you. Stay strong. Move on.


@Jechootahayyoota
6👏1
Dandeettii uumaan siif Kenne barbaaddee yoo argatte, humna qabdu hundumaatti fayyadamtee socho'uu yoo jalqabde, isa duriirra kan caalu eenyummaa keetti gammaddee of fudhachuu nii dandeessa.



@Jechootahayyoota
8🔥1🥰1
Addunyaa kana irratti namootni milkaa'oo ta'an namoota jecha hin danda'aamu jedhu galmee jechoota isaanii irraa haqaniidha.



@Jechootahayyoota
👏12🥰41
Yeroo tokko tokko namoota 'garmalee waan jaallanneef'  dhabna.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
5🔥1🥰1
Abjuun guddaan wareegama guddaa barbaada.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👏41🥰1
Namoota jaallattu fi warra si jaallatan waliin jireenya kee iddoo gammachiisaa taasisi.

~Sangeetaa Rana
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
6🔥1
Namni tokko dachaa 10n kan nama hawwatu bifa isaatiin osoo hin taane gocha gaarummaa, jaalala, kabaja,  fi amanamummaa agarsiisaniin.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
🥰86🔥1
Dhugaa ta'uu keenyaan kan dhabdu waan soba ta'e qofa.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
10👏1
Namoonni guyyaa hamaa kee si kolfisan baay'ee barbaachisoodha.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
8👏1
Share keessan hedduu xiqqaadha waliif share godhaamee....
7👍4🥰2
Milkaa’inni kan argamu dadhabina keenya dhabamsiisuudhaan osoo hin taane cimina keenya guddisuudhaani.



-Marilyn vos  Savant
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
13👏2🥰1
2025/07/13 18:50:21
Back to Top
HTML Embed Code: