#Charity
⭐ ከላይ በምስሉ ላይ እንደምትመለከቱት የተለያየ ችግር ያጋጠማቸውን እና እርዳታን የሚሹ የማህበረሰባችን ሰወች በእናንተ በተማሪዎች ትብብር እና ድጋፍ መሰረት ከ14ሺህ ብር በላይ በመሰብሰብ ለሁለቱ ሰዎች አድርሰናል፤ሆኖም ይህ እንዲሆን ለተባበራችሁ ተማሪዎቻችን እርዳታን ያገኙት ሰዎች እና እኛ የተማሪዎች ህብረት ላቅ ያለ ምስጋናችንን እናቀርባለን።
✍️ ጅ.ቴ.ኢ የተማሪዎች ህብረት
⭐ Akkuma suuraa armaan olii irratti argitan namoota rakkoo adda addaa isaan mudatee fi gargaarsa barbaadaniif birrii kuma 14 ol walitti qabnee jirra, galata tumsaa fi deeggarsa barattoonni kenyaa gootaniin. nutis gamtaa barattootaa fi qaamoleen deeggarsa keessan argatanis deggersa nuuf gootaniif galata guddaa isiniif qabna .
✍️ J.I.T Gamtaa Barattootaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤46👍6
JiT Students Union
DOC-20250523-WA0001. (2).pdf
for further information you can call 👉 +251902048771
💩2
Notice👇
concerning graduation dates!
There is no change from the former schedule.
So it will be held on June 21/ Sane 14, (coming Saturday).
Thank you!

🔥8❤6😁1
#For_All_GC Students:
🎓 Please be informed that Temporary Degrees will be issued tomorrow, Sane 16, 2017 E.C., at 4:00 local time to 10:30 Only. To receive yours, ensure you have completed and submitted the clearance form Today
🔹 Important: No university services will be available after Sane 17.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤8
Dear 2nd Year and Above Jimma University, JiT Students,
JiT is happy to have you back and this is a remind to inform you that the online registration platform will only be available starting from Meskerem 08–09, 2018 EC (September 18–19, 2025 GC). Please ensure you complete your registration as soon as possible within this time frame.
Note: Classes will commence on Meskerem 12, 2018 EC (September 22, 2025). Kindly make yourself available accordingly.
Best regards,
JiT registrar office!

😁17❤6🤔1
Waamicha Birmannaa Lubbuu baraaruu
Maqaan isaa Seenichaa Temesgeen Galchuu jedhama. Ijoollee Bulee Horaati.
Barataa Yunivarsitii jimmaa ture. Osoo barnootarra jiruu, bara 2015 ji'a 10ffaa keessa dhukkubni cimaan isa qabee, barnoota isaa addaan kutee gara yaalaa deebi'e. Yeroo sanitti du'aafi jiruu gidduu ture.
2015-2018'tti iddoo garaagaraatti yaalamaa tureera.
✅ Hospitaala Jimma University Specialized hospital
✅ Bule Hora Hospital
✅ Alatyon General Hospital hanga kilinikoota Physiotherapy hunda yaalamaa ture.
Dhukkubi isaa “Cervical, LS Radiculopathy Secondary To DDD and Sciatica” jedhama. Mucucaachuu diiskiiti(የዲስክ መንሸራተት). Sababa dhukkuba kanaatiin, barnootaa fi jireenya hawaasummaa irraa fagaatee ji'oota 27' oliif siree irratti dabarseera. Seenichaan Daqiiqaa 5 caalaa dhaabachuu hin dande'u, teessuma irra tee'urralle daqiiqaa muraasa caala tee'uu hin dande'u, harka fi miilli lamaanuu hin hollata, narvoonni qaama isaa hundi lallafee miilli mirgaa gara naafatu jira, sababa Narviin Sciatica jedhamu miidhameen. Woggaa kana hunda dhiphinnaa fi gidiraa cimaa keessa dabarse.
Waggaa kana mara yaaliirra waan tureef, Maatiin mucaa kanaa yaalii irratti horii qabanu mara fixataniiran. mucaan kuni amma birrii Ethiopia birr 1 hin qabu. Haalli amma inni irra jiru, baay'ee sodaachisaadha. Doktoroonni yaalii dabalataaf gara Finfinnee deemee akka yaalamu itti himanioru. Akka Doktoroonni jedhanitti “Hatattamaan yaala dabalataa yo hin argatin kana booda fincaaniifi udaan qabachuu dadhabuu fi tasa kufee ofi wallaala, achi booda carraa akka namaa jiraachuu hin qabu" jedhan.
Qarshiin yaalii kanaaf barbaachisu ammoon qarshii Ethiopia #birrii_Miliyoona_tokkoo(1)'n oli.
Mucaan kuni dargaggeesse boru biyya tanaaf hedannuufi dargaggeessa akka sabaattu abdii guddoo irraa qabnu, akkasumas barreessaa kitaabaati. Dhiheenna kana kitaaba "Anjiree" jedhamu saba biraan geyee jira.
Seenichi “...osoo saba haga kana bal'oo giddutti dhaladhee jiruu, osoo gumii haga kana geettu qabuu dhaba qarshiitiin Ani du'iniin" jecha isaati.
Haa birmannuuf🙏

❤25😱3