Mirgaan QEERROO💪💪🗡
Bitaan MARROO🔫🔫🗡
Baranuma Dhumti ROORROO!!
Itti Muddi itti Muddi
@AbbaaBiyyaa555
@miateyen
Bitaan MARROO🔫🔫🗡
Baranuma Dhumti ROORROO!!
Itti Muddi itti Muddi
@AbbaaBiyyaa555
@miateyen
Siif jenne ni falmanna
Ufif jenne falmanna
Oromiyaf jenne falmanna
Ufif jenne falmanna
Oromiyaf jenne falmanna
KQ- Warraaqsa Galaana Uummataa irraa
KQ- WGU
Warraaqsa Galaanaa uummataa adeemsifamaa jiruu galiin gahuuf namuu dirqama Oromummaa ofiitti fudhachuun gahee isas bahaatuu qaba.
Kana malees jarmiyaaleen siyaasaaf siivikii oromoo jiraan hundiyyuu Humna WGU tahuun garboomfataatti xumura gochuun dirqaama. Dhaadannooleen yeroo kanaa kanneen finciloota adeemsifamaan irratti dhageessifamuun qabanis kan asii gadiiti.
1. Filannoo siyaasaa kan dursuu Namummaadha, mirgi namummaa nuuf haa kabajamuu
2. Duulli waraanaan oromummaaf oromiyaa cabsuu nurratti labsamee nurraa haa dhaabbatu, waraanni PP oromiyaa lakkisee haa bahuu!
3.mirgi hiree murteeffannaa keenya nuuf haa kabajamuu
4. Ajjeechaa, hidhaaf ukkaamsaan oromoo irratti adeemsifamaa jiruu nurraa haa dhaabbatu! Qaamni walabaa seenee qorannoo haa gaggeessu!
5. Beela akka meeshaa waraanatti ittin oromoi cabsuuf yaalii PPn godhu ni balaaleeffanna!
6. WBOn akeeka saba Oromoo ofharkaa qaba, holoolli irratti adeemsifamuu dhaabbatuu qaba!
7. Hidhamtoonni siyaasaa yakka malee, garaagarummaa siyaasan hidhamaan nuuf haa hiikamaan
8. Duulli eenyummaa Oromoo irratti xiyyeeffatee haa dhaabbatu,
9. Wareegama kaffaallee Abbaa irree aangootti olbaasne qabsoo keenyan ofirraa kaasna.
10. Oromummaa balfaa Oromiyaa jaalatuun dhaabbachuu qaba. Oromoof deebiin kennamuu qaba.
11, Hacaaluu hundeessaa dabalatee haqni Oromoota shiraan ajjeefamanii qaama walabaan qoratamuu qaba.
12. Qaamonni hidhaa ajjeechaaf duula Oromiyaaf oromoo irratti labsaan seeratti nuuf dhiyaachuu qabu.
Fi kkf qabachuun itti mudduu qabna, dhaadannoo walfakkaataan guutuu Oromiyaatti gadi baanee diina humnaaf shiraan nurratti duulaa jiru kana ofirraa diduun fardiidha!.
02/05/2021
KQ-WGU!

Salphachuuf deemna!
Sa'aatii kanatti Jawar Mohammed sadarkaa hamaa irra gaheera.
Doktorronni isaas fala fiduu hin dandeenye! Oromoonni hedduun
naannoo mana hidhaa Qaallittiitti walitti qabamee jira! Namni
haala inni amma irra jiru bira gahee arge tokko akka naan
jedhetti jawar lafaa ka'uu dadhabeera. Qaamni isaa guutuun
dhiita'eera. Ambuulaansiin mooraa mana hidhaa fuldura
dhaabbatee eega jira, namni hedduun achitti walitti qabame
bo'aa jira! Bo'uun fala miti jarana Wayyoo Oromoo salphina
eeggachaa jirtu! AAbera TadesseTAbera Tadesse #Share
@miateyen
@BBCOf24hours

Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
Tokkummaa!
Yaa Ilmaan Oromoo
Tokkummaa cimsaa!
Yaa Ilmaan Oromoo
Tokkummaa cimsaa!
Facebookn Wahuma jira akka cufafuf deemu fakkata yoo cufanis wan takka hin fidan gama telegram tin qabsofna dhamsa kana Share walif godhaa #Share
http www.tg-me.com/miateyen
http www.tg-me.com/miateyen
Telegram
ŔĪÏĐĪȚŤĮ ÔFFÏĆÆĽ👌
RTA wantoota mimidhago qabadhe dhihadhe akka waa irra baratan abdi gudda qaba
✔BEEKUMSA
✔ NAGENYA BIYYATI
✔SIYASA
✔TOKKUMMA
✔JAALALA
✔BOHARTI
✔GAMACHU
✔ASOSAMA
✔BAACOWWAN
✔VIDODHAN GARGARA FI
✔FOTODHAN
📵creator:RTA_MIATEYEN
✔BEEKUMSA
✔ NAGENYA BIYYATI
✔SIYASA
✔TOKKUMMA
✔JAALALA
✔BOHARTI
✔GAMACHU
✔ASOSAMA
✔BAACOWWAN
✔VIDODHAN GARGARA FI
✔FOTODHAN
📵creator:RTA_MIATEYEN
Haalli Fayyaa Hidhamtoota Siyaasaa Qaallittiitti Lagannaa Nyaatarra Jiranii Miidhama Guddaa Dhaqqabsiisaa Jira
-----
Jawar Mohaammad'faa lagannaa guyyaa 12ffaarra kan jiran yoo ta'u fayyaan isaanii guyyumaan gadi bu'aa jira. Sababuma kanaan haalli Qaallittii jiru baay'ee kan nama sodaachisu.
1. Jawaar Mohaammad baay'ee dadhabee nama laaluuyyuu hin danda'u. Qaamni isaa walitti butamee/suntuuree (shrink) ta'ee laaluuf'iyyuu nama naasisa. Miilli isaa fi qaamni isaa dhidhiitayee jira. Kalee isaarratti rakkoon ulfaataan uumamaa akka jiru hakiimotarraa itti himamee jira.
2. Obbo Baqqalaan qaamni isaanii garmalee walitti butame gurraacha'ee haala hamaa keessa jiru. Ijji isaanii keessa gadi bu'ee akka malee nama gaddisisuu. Namatti dubbachuu hin danda'an.
3. Obbo Hamzaa Boorana qaamni isaa akka malee dhumee biftisaa wallaalchisee haala yaaddessa keessa jira.
4. Obbo Dajanee Xaafaa namoota 4 kan dhiyoo gaggabanii of wallaalan keessa tokko ture. Akka malee miidhamee fuullisaa wallaalchifatee jira.
5. Namoonni 4 afur armaan dura gaggabanii of wallaalanii kan turan yoo ta'u namni 2 (Boonaa Tibilee fi Daawit Abdataa) gulukosiin godhamaafii ture. Har'a namni tokko dabalataan gaggabee kufee jira. Arafaat Abubakar.
6. Hakiimonni akka ibsanitti kaleen Shamsaddiini Xahaas rakkoo godhatee jira. Warra Jawaar'faa waliin turan keessa inni qofti xinnoo kan irra wayyu ture. Amma baay'ee miidhamee haaluma walfakkaatu keessa jiru.
7. Asirratti odeeffannoo muraasa arganne haa ibsinu malee namootni 20 Qaallittii keessatti lagannaa nyaataarra jiran hundi haala hammaataa keessa jiru. Kanatu kanarra wayyaadha jedhanii himuuf hin danda'amu. Hundi isaanii namatti dubbachuu, ol jedhanii nama laaluu hin danda'ani. Biftisaanii jijjiiranee qaamni isaanii dhumee jira. Daqiiqa kamittuu lubbuu isaaniirratti wanti uumamu malu hin beekamu.
-😓😓😓😓😓😓
Kana ta'uutti gar-malee gadda

#Qaallittii
Guyya har'aa hangaa sa'atii 4:15 balbalii hin banamnee ergaa
bananiimo0 warri Mana 6ffaa duubati haafa jedhaani nama
rakkisaa jiru
#HarmeeJawaar Muhammad
#Daa'ud ibsaa
#Leencoo laata
#Ustaaz kamil shamsuu dabalatee ulama'oota beebekamoo
heeddu
Maatii Baqqalaa Garbaa
Maatii Dajanee Xaafaa
Maatii Hamzaa boranaafi
Namooni oromoon qabduufi beebekamoo ta'aan heeddun as
jiruu
Miirii uummata heedduu nama gaddisiisa
Kun hin booya kun Rabbii ufii kadhata
Hundaafu yaa Rabbii yaa allaah Tumsaa nuuf ta'ii #Share

Akana jechun mana hidha san kessati lubbun jirachu fi jirachu dhabun isani shakki dha
Ustaazonni keenya tilamaman sa'ati 3:30 irra kaasani qaalitti balbala dura dhaabata jiran seenuf rabbi waan gaari nu ha dhagesisu!!
Yaa allh
Yaa rahmn
@miateyen
Yaa allh
Yaa rahmn
@miateyen
Forwarded from WBO Wabii Oromiyaa 430
Amboo kana yaadattaam!!!
Hayyee Adaraa kaa. Tokkicha kee galaafatan. Kan si hafe kanuma. Yoo hayyamta ta'e haa ta'u. Eenyunni kan akkasitti kabajaa keef miilla qullaa lafa deeme laata?

Masarat Dhaabaa ganama kana humnootni mootummaa mana isiitii fuudhanii yeroo ammaa kutaa Boolee waajjira poolisii naannoo Kaarraa Maarraatti hidhanii jiru.
Gaafa Sadaasa 4, 2020 magaalaa daangaa Tigraayiifi Amahaaraatti argamtutti bilbilli haadha warraa sodaatte tokkorraa poolisiitti bilbilame mallattoo lola Tigraay dhiigatti geeddaramee taatetti.
Muddama ji’ootaa mootummaa federaalaa fi humnoota TPLF duraanii booda haleellaa TPLF waraana kaabaa irratti raawwatetu lola kanaaf sababa battalaa tahe.
Haleellaan jalqabaa gidduugala Goondar, aanaa Tsegadee magaalaa Qiraaqiritti adeemsifame.
Malooti quunnamtii naannichaa guutummaan waan adda citeef waa’ee lolichaa torbanoota muraasaaf odeeffannoo walabaa argachuun rakkisaa ture.
Yeroo malooti quunnamtiin gariin deebi’an, Mudde keessa BBC’n jiraattotatti haasa’ee odeeffannoo maddeen jalqabaarraa akkatti lolichi babal’ate hubateera.
Humnooti nageenyaa Kiraakir ‘waamichi bilbila tokkoo sochii Humnoota Addaa Tigraay akka beeknu nu taasise jedhan.
Waamicha bilbilaa hatattamaa
Aanaan Tsegadee naannoo Amhaaraa gidduugala godina Goondaritti argama. Kiraakir immoo naannolee lameen kana gidduutti argamti.
Akka jiraattonni magaalattii jedhanitti humnooti addaa naannolee lameenii yeroo gabaabaaf dhihoo magaalattii buufatanii turan. Gaafa Onkololeesa 24 gareen lameen kunniin waliitti dhukaasan.
Inspeektarri gargaaraa Ashabbir Sisaay hogganaa waajira poolisii Niguus Katamaa, aanaa Tsegedeetti waggaa 15f hoojjeteera.
Boodarra maatiisaa Tsegadee naannoo Amhaaraa jirtutti geesse, achittis poolisii qorataa tahuun hojiisaa jalqabee, maatiinsaas Kiraakiritti qubachiise.
Maatiinasa walakkaa achuma Tigraay waan jiraniif haati warraasaa obboleettishee akka malee dhukkubsatte gaafachuu Onkololeessa keessa deemti.
Gaafa Onkololeessa 24,2013 dhukaasa halkan naannoo sa’aa shanitti jalqabeen kaampii waraanaa naannoo isheen turterraa sagalee dhukaasaa gurguddaa fi hin eegamnetu dhagahama ture. Battalumaaan abbaa warraasheetti bilbiltee beeksifte.
‘’Kaampii waraanaa as jirutti lolli jalqabeera. Daanshaa illee dhukaasni akka jiru dhageenyeerra. Maaloo of eeggadhu,’’ jechuun abbaa warraashee Inspeektar Ashabbiritti himti.
Akka Ashabbir jedhutti bilbilashee kanatu jiraattota magaalaa Kiraakiriif waraanni dhufaa akka jiru mallattoo kan kenne.
‘’Yeruma sana bulchaa godina giddugala Goondariifi Koomishinarii poolisii Naannoo Amhaaraaf bilbileen isaan beeksise, ‘’ jedhu Inspeektar Ashabbir yeroo BBCtti himan.
Barbaacha mirkanaaf taasifame
Bulchaan aanaa Tsegadee Getaachaw Mulugeetaa waa’ee lola kanaa yeroo dhagahu odeeffannoo dabalataa argachuun mirkaneessuu barbaade.
Ajajaa Mekaanaayiizd Diviiziyoonii 5ffaa, Birgaadeer Jeneraal Mulaalam Admaasuu’tti bilbiluun dubbichi dhugaa tahuu halkan walakkaa dura mirkaneessan.
‘’Dubbiin dalga deemaa jira. Haleelamuu waan dandeessaniif. Ofirraa ittisaa,’’ jechuun jenerraalli kuni akka tarkaanfii yeroo eeggate taasisan itti himan.
Waayilootisaa ollaa hunda jiran hanga humni biraa dhiyeenyarraa dhufuutti dammaqanii haleellaa kana akka ofiirraa ittisan ajaja kenne.
Inspeektariin olaanaa aanaa Tsegeedee Jembaruu bilbilli haadha warraa Inspeektar Ashabbir irraa dhufe dursanii akeekkachiisa akka kennaniifi, humnoota isaanii akka bobbaasan nu gargaare jedhan.
‘’Otoo haati warraa waa’ila keenyaa hin bilbille tahee waan addaatu taha ture,’’ jechuun BBCtti himan.
Waraana Kiraakiraa qabachuuf taasifame
Halkan qixxee Kiraakir iddoo tokkotti dhukaasni dhalate, kuni egaa jalqaba waraanaa jabaa magaalattii qabachuuf taasifame dha.
Tigraay hanga Yamanitti, rakkoo beelli jiraachuu amanuu
Ajajaan Humna Addaa Amhaaraa Maannaalany Warqee waraanni inni guddaan halkan sa’atii sagalitti magaalatti irraa xiqqoo baheeti jalqabe jedhu.
‘’Sa’atii