Telegram Web Link
Ammamee kun maal isaatu cima? Galma ifaa ta'e qabaadhu, bakka itti deemtu beeki.
Yeroo hundumaa waa'e isaa yaadi, waa'e isaa nama gaafadhu, haasa'i, akka dandeessu immo ofiiketti himi.🫡🫡

@moufi
Hordoftoonni amantaa Kiristaanaa marti baga ayyaana Faasikaa nagaan geessan!

Ayyaana Gaarii 🔥
Abbaan qoosaa jabana keenyaa Trevor Noah yeroo akkamitti gara hojii koomeediitti dhufe yeroo dubbatu,
" Hojiin koomeedii kun naaf hin milkaa'u taanaan hiyyummaa kootti deebi'uuf akkan dirqamun yaadaa ture" jedha. Haalli diinagdee hadhaa'aan maatii isaatii abiddi milkaa'inaa isaa akka baayyee boba'uuf isa onnachiise.
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Yaadadhu!

Ati ilaalcha namootaa dhugoomsuuf hin uumamne!
"Karaan jannatatti geessu gaannam fakkaata; kan gaannamitti geessummoo jannata fakkaata!"

Kan jedhu kun milkaa'inaafis nii hojjeta!
Daandiin milkaa'inatti geessu ulfaataa fi wal xaxaadha; kan kufaatii, garuu....
Wolaloowwan addaa
Dubbistee bohaaruu
Amma ni barbaaddaa?
Dafii Join godhii
Ammuma maal eegdaa
            ⟱⟱⟱⟱
💊@Musaab_Naasir
💊@Musaab_Naasir
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍          🗨️       ♂️
ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Barbaachisummaan abjuu keetii gaafa onnee kee amansiisu, utuu carraan milkaa'ina keetii xiqqoo ta'eeyyuu nii raawwatta!
Namni abjuu qabu milkaa'inaa keessatti dammaqa!
Simbirroon waan deebii qabduuf osoo hin taane waan faaruu qabduuf weeddisti!

Maya Angelou 💥
Carraa haaraa gara kee dhufu kan dursee fayyadamuu qabu si'i; carraan yoo dhufuu baates kan dursee carraa uumuu si ta'uu qaba!
Barattoonni gama barnootaan milkaa'inaaf hojjechaa jirtan gola kanaa fayyadamaa!
Forwarded from M♤ Waliin
Qormaanni Entrance fi ministirii gahaa Waan jiruuf gaaffiiwwan filatamoo ta'an shaakalaaf dhihaatanii jiru. JOIN gochuun guyyaa muraasa keessatti qormaata Persentii 90% deebisaa.
Abshaalummaan hojjechuun ga'aa miti; humna qabdu mara mul'ata keetiif dhangalaasi 💪
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Waan dhalli namaa gochuu danda'u atis gochuu nii dandeessa!

Yeroo tokko tokkommoo akka dhalli namaa waan tokko danda'uyyuu situ hojjetee agarsiisa! 🌴
Hanga ani injifadhutti homtinuu hin goolabamne!

Kan wantoonni goolabaman yeroo ani injifadhudha!
Milkaa'uuf 'degree' qabaachuun dirqama miti. Namoonni dachee kanarratti seenaa jabaa hojjettan harki caalaan barnoota namoota addaan kutanidha.

Bill Gates
Ellon Musk
Mark Zuckerberg....


🔥
Dilbata! 🥰



Guyyaa boqonnaa gaarii! 💥🙏💥
Waan dhalli namaa gochuu danda'u atis gochuu nii dandeessa!

Yeroo tokko tokkommoo akka dhalli namaa waan tokko gochuu danda'uyyuu situ hojjetee agarsiisa! 🌴
Forwarded from Barruulee
Abjuuma koo keessallee akkan sin agarreef jaalalli kee hirriba na hin qabsiisu! 💔
Forwarded from Barruulee
Abshir jireenyi jiraachuurra hin caalu. Tokkittii jiraattu qajeeltootti jiraannaan ga'aadha. Kana olittis maal gochuu dandeessaree?! Homaa!
Namni jiraachuurra waan caalu maal caalu maal gochuu danda'aa?!


Hanga har'aatti dhala namaatiif sirriitti jireenya isaa jiraachuurra waan caalu gochuun hin kennamneefi!
2025/07/04 23:25:10
Back to Top
HTML Embed Code: