Telegram Web Link
Hanga har'aatti faayidaan abdii kutachuu kan argame hin jiru!

Jabaadhu!

Nii tura ta'a malee nii moota!

@moufi
Jireenya milkaa'inaa jiraachaa yoo hin jiraanne jireenya milkaa'inaa jiraachuuf karoorsi!
Jara kana lamaan gidduudhaa tokko keessatti argamuu qabda!

@moufi

#share #react #join
Forwarded from Barruulee
Hiriyaa!

Amalli fokkisaan nuti utuu of irratti hin beekin jiraannee dabarru baayyee jira.
Hiriyoonni gaariin nuti qabnu, garuu baayyina amaloota badaa nuti qabnuu kana nuuf xiqqeessu.
Amaloonni badoon keenya nuyii fi isaan jalaa dhokatan, garuu barabaraan nu keessa dhokatanii hafu!


@barruulee
"...Namootarraa amaloota koo muraasa barbaadee dhabuun koo ani adda ta'uu koo mirkaneessaa?
Eeyyee, ani adda ta'uu koo mirkaneessa. Haata'u malee, addummaa isa of-toolummaa dhalchu miti; addummaa isa dhugaarraa dhalatedha malee. Sii'achi namootarraa amaloota lubbuu koo gammachiisan hin eegu. Namni hundi dhandhama jireenyaa dhuunfaa isaa qabahoo!
Eenyummaa ani barbaadu kana kan qabu anuma qofa ta'uu hin oolle.

Miiltoo jireenyaa barbaaduutti aduun maalif anatti dhi'a?! Jireenyi imala miiltoo itti barbaadan miti; jireenyi imala dhuunfaati.

Osoon eenyummaa koo kana kunuunfadhee imaluu yoo eenyummaan ani barbaadaa ture na mudatehoo?

Nan simadha! Nan kunuunfadha!
Kan waaqnii fi lafti cidha godhatan yeroo akkanaatihoo!



Via @barruulee @barruulee

#join #share #react
7k 😳 🎉🎊🎊
Al-tokko maalif akka jalqabde yaadadhu.
@moufi
Baga nagayaan ayyaana Iid Alfatir geessan!

عيد فطر سعيد
Jabaadhu iddoon yaadame sun inuma ga'ama gaaf tokko harmeenkee siin boonti. 🔥

Namooti konkolaata gurguramu qabdan, akkasumas kan kireeffamu fi bitachuu yoo feeta inbox nuu godha.
@gutexy
Yaada hojii namooti qabdan waliin hojjechuu dandeenya Inbox godha.
@gutexy
Hello dear mee Al-tokko balance account kee ilaali nan beeka ga'a mitii kanaaf hojiikee fooyessi, baasikee xiqeessi.
Guyyaa hojii gaari.

@moufi
Ariifachiisadha
Iphone 13pro American
Battery 86%
256gb
For price inbox me @gutexy
Brother seera eegda taanan seerri immo deebise si eega.

Yoo ibsaa diiman utuu ifuu karaa hin ceetu ta'e waan balaan si mudatuuf hin jiruu.
@moufi
Nii danda'ama 🔥

@moufi
Forwarded from Barruulee
"Nan yaala" jechuu hin amaleeffatin! "Nan raawwadha" jechuu amaleeffadhu.
Nan yaalaa keessa itti gaafatamummaan gochuu dhiisuu keenyaan nutti dhaga'amu hin jiru.
Nan raawwadhaan, garuu itti gaafatamummaadhaan guutuudha.
Egaa, kan akka nuti wantoota dubbanne raawwannuuf nu onnachiisummoo itti gaafatamummaa mitiiree?

@barruulee
HAR'A YEROO ITTI JECHOOTA ISIN ONNACHIISAN ISINIIF KATABNU HIN ARGANNE,

YOO ABDII KUTACHUU BARBAADDAN ABDII KUTADHAA! 🤓
Osoo qarshii 100,000 argattee hojii eegaluu dandeessu qabdaa?

Namni qarshii 100,000 irratti karoora hin qabne, qarshii miiliyoona irratti hin amanamu! Yeroo tokko tokko hanga qarshii 1000tti gadi butnee karoora baasuu danda'u qabna.
"Qarshii 1000n hojii maalii eegaluu danda'ama?" jettee yoo natti qooste, ati sadarkaa namoota ani gorsaa jiruurra bin qaqqabne!
Utuu dubbannuu, qarshii tokko malee hojii eegaluun namoonni milkaa'an akka jiran quba qabdaa?
Gorsa.



Dubbisi 📚

@barruulee
Guddinni gochuu qofa miti gochuu dhiisuus nii haammata.
Wantoota gochuu yaaddee si jalaa fagaatan qofa hin yaadin, wantoota gochuu dhiisuu feetu gochuu dhiisuunis guddina!

Har'a maal gochuu dhiisuu feeta?
Addunyaa kanarratti abjuun akka dhugaa ta'uuu danda'u atis gama keen mirkaneessuuf jiraadhu!
Yeroo hunduma sammuun keenya maalif akka nuti hin dhabne sodaata yookan akka nuti hin kasaarreef sodaata?
Maalif risk fudhachu dhiisu keenya hin sodaatu? Guddachuu dhabu keenya hin sodaatu?

@moufi
2025/07/04 18:03:57
Back to Top
HTML Embed Code: