Kitaaba Top five regrets of dying people jedhu kan afaan keenyatti gaabbilee gurguddoo shanan namoota du'aa jiranii jedhu kan Bronnie Ware katabde keessatti gaabbiin guddaan namoonni afaan du'aarra ga'an himatan,
๐ฎ๐๐๐๐๐๐ 1๐๐๐๐ : Utuun ija jabina qabaadhee jireenya mataa kootii jiraadhee,
jireenya namoonni jiraachuu koo barbaadan osoon jiraachuu dhiisee...! kan jedhudha.
Obbole, jireenyi kun jireenya keeti! Har'a yoo ofiif jiraachuun siif hin galle gaaftokko si gaabbisiisa!

โค14๐7๐ฅ2
Wanti ati abjuudhaan agartu baayyeen addunyaa sammuu keetii isa dhokataa (subconscious mind) keessaa madda.
Namni abjuu halkaniin argu sirnaan yoo hordofe waan jireenya isaa keessatti ta'aa jiruu fi ta'uuf jiruuf akeektuu sirrii argata!
Halkan Gaarii! ๐
Namni abjuu halkaniin argu sirnaan yoo hordofe waan jireenya isaa keessatti ta'aa jiruu fi ta'uuf jiruuf akeektuu sirrii argata!
Halkan Gaarii! ๐
๐32โค5๐ฅ1
Wabi-sabi jechuun gaalee afaan warra Jaappaan yeroo ta'u haalota baayyee ulfaatoo keessatti miidhagina arguun gara caalutti darbuutti hiikama! ๐ฅ
๐5
Tips for business
Tajaajilli ati maamiltoota keetiif dhiyeessitu kan dorgomtoota keetii yoo hin caalle, maamiltoonni kee mootota.
Tajaajilli ati laattu yeroo kan dorgomtoota keetii caalu, situ mootiidha!
๐9
Dirqama milkaa'uu qabda; namoonni si jaallatan baayyeen milkaa'ina kee eegaa jiru! ๐ถโโ๏ธ
โค16๐ฅฐ1
Maraakii jechuun jecha afaan Girikii yoo ta'u hiikaan isaa hojii hojjechaa jirtutti dandeettii, kalaqaa fi humna kee guutummaa dhangalaaastee hojjechuutti hiikama.
Ofii kee karoora keetti dhangalaasuun yeroo hojjettu, kaayyoon ati wal'aansoo ittiin qabdu utuu milkaa'uu dhiiseellee gaabbii hin qabdu!
๐ฑ๐5๐ฅฐ2
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Dhaamsa Marcus Aurelius guyyaa har'aaf ๐
๐ฅ1. Yaadadhu! Utuu namni hin beekin nama gaarii ta'uu nii dandeessa! ๐ค
๐ฅ2. Yaadadhu! Callistee ilaaluu keetiin yakka hojjechuu nii dandeessa! ๐
๐ฅ3. Yaadadhu! Yeroo mara mirga yaada dhabuu qabda! ๐ช๐พ
๐ฅ4. Yaadadhu! Akka warqeen yookaan daayimandiin jajuu namootaan hin daballe yookaan tuffii namootaan hin xiqqaanne ๐
๐ฅ5. Yaadadhu! Akka duutu; warri si beekanis akka du'an! Beekamtiin kees booda akka sin fayyadne ๐คทโโ๏ธ
Meditation: Marcus Aurelius ๐

Oolmaa gaarii!
๐15โค7๐ฅ2๐ฅฐ1
Mannneen hidhaa Biraaziil keessatti baayyina kitaabaa hidhamtoonni dubbisanii irratti hundaa'uun yeroon adabbii isaanii irraa hir'ataaf.
Namni kitaaba tokko yoo dubbise guyyootii 4 murtoo isaa irraa nii hir'ifata!
Ani kanan jedhu, nuti warri qaamaan birmaduu taane kun aadaa dubbisuu osoo qabaannee, yaadotaa fi ilaalchota nu hidhan baayyee jalaa waan baanu sitti hin fakkaatuu?

๐15โค3
Hiriyoonni kee yeroo hojiidhaan fagaatanii akka duraanii yeroo si waliin dabarsuu dadhaban isaan hin komatin; atis isaan faana tattaafachuu dadhabuu keetiif of komadhu! ๐ฅ
๐21๐ฅฐ5
Jireenya keessatti kaayyoo keetiif "wanti fedhe haa dhufu' jettee kutannoodhaan waan dhufu mara simachuuf qophii qabaachuu qabda!
โค19๐4
Wanti gaariin yeroo ati hin eegnetti si mudatee yoo beeke, ammas irra deebi'ee si mudachuu danda'uu isaa beekuun qofti keessa kee gammachiisa!
๐22โค6๐ค1
Yeroo dureessi addunyaa kanaa Elen Maask, " Ani abdii kutachuudhaaf sammuun koo yaaduu dhiisuu qaba" jedhe jabina cichoominaa dhalli namaa qabaachuu danda'un hubadhe!
๐22โค4
Iccitii gola sammuu keenyaa
(Subconscious mind)
Karoora guyyaa borii hojjechuu barbaaddu barreessitee buluun akka qaamni sammuu keetii inni dhokataan (subconscious mind) karoora kee guyyaa boriitiif qophaa'ee bulu taasisa.
Hayyoonni hedduun yeroo ciisan gaaffilee isaan dhiphisan barreessanii yookaan sammuu isaanii gaafatanii rafu sana booda sammuun isaanii deebii isaa barbaadee bula!

Nagaan bulaa; hirriba gaarii!
๐๐28โค14
Namni yeroo jalqabaaf xiyyaara kalaqe eenyuu turee?
Anonymous Quiz
79%
แดสแด ษชษชสสแดแด ๊ฐษช แดกษชสสแดส สแดแดสษชแด
9%
สแดษดแดสษชษช ๊ฐแดแดสแด
9%
แดสแดแด๊ฑแดแดษดแด
แดส ๊ฐสแดแดแดษชษชษดษข
3%
๊ฑแดแดแดแด'แดแดส แดแดแดส๊ฑษช
โค15๐2๐ค2
Yaa waaq, maalif akka har'a dammaquun koo barbaachise yoon dagadhe, na yaadachiisi; yoon hin beeknemmoo na barsiisi! ๐
๐26
Hanga fuulduratti adeemtu qofa bakka amma jirturraa fagaatta!
Baayyee fagaachuu yaaddaa?
Baayyee tarkaanfadhu! ๐ถโโ๏ธ
Baayyee fagaachuu yaaddaa?
Baayyee tarkaanfadhu! ๐ถโโ๏ธ
๐5๐ฅ2
Qajeelfama daqiiqaa shanii
(5 minutes rule)
Rakkina wantoota hojjechuu qabdu yeroo itti aanuutti daddabarsuu (procrastination) yoo qabaatte, qajeelfama daqiiqaa shanii kana fayyadami. Qajeelfamichi, wanti ati gochuu barbaaddu sun dhimma hanga daqiiqaa shanii qofa fudhatu yoo ta'e yerooma itti yaadde sanatti raawwadhu.
Fknf
๐ฅNamatti bilbiltee waan himtu yookaan dubbattu qabda? battaluma bilbili!
.
.
.
@moufi

๐25โค2๐ฅ1
Guyyaa har'aa waan gochuun sitti ulfaatu tokko raawwadhu!
Akkasitti guyyaadhaa guyyaatti sodaa kee sodaachisaa jiraachuu nii dandeessa! ๐ฅ
Akkasitti guyyaadhaa guyyaatti sodaa kee sodaachisaa jiraachuu nii dandeessa! ๐ฅ
๐ฅฐ24โค3๐2