Telegram Web Link
Mul'ata kee mul'isi

Waan akka mul'ata kee hin dhugoomsitu taanaan lubbuudhaan jiraachuu hin dandeenyeetti mul'ata keetiif jiraadhu! ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ‘25
Namoota sitti dhiyaatan osoo hin taane namoota galma keetti dhiyaatan haasofsiisi! ๐Ÿ…
๐Ÿ‘44โค5
You vs You
Kaniti wajjin morkachuu qabdu namoota business sana si dura jalqabanii wajjin utuu hin taane, ofikee kaleessa wajjin ta'uu qabaa.
Iddoo nagaa oola. ๐Ÿ’™
Join @moufi
๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ”ฅ17๐Ÿ‘4โค3
Firiin mukaa kamiyyuu osoo minyaa'aa hin ta'in dura hadhaa'aadha! ๐Ÿ’ฅ
Kaayyoonis akkana; wal'aansoon ishee guyyaa har'aa nii hadhaa'aa; bor garuu isheematu minyaa'ina isheen si gammachiisa!๐ŸŒฑ

Abdii hin kutin, nii ga'ama!
๐Ÿ‘31
Sababa namoota mufachiisteef osoo hin taane waan dogoggorte qofaaf yaada kee geeddaradhu ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ‘15โค4
๐Œ๐š๐š๐ฅ ๐ฌ๐จ๐๐š๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž?

Du'aa ?
Hundi keenya nii duuna!

Kisaaraadhaa?
Bakka turtetti nii deebita.

Salphinaa?
Namni hundi torbanitti dagata.

Maal sodaatteree?
Kan nama sodaachisu hin jiru!
๐Ÿ‘38โค4
๐˜๐จ๐จ ๐ฒ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ช๐š๐›๐š ๐ฃ๐ž๐ญ๐ญ๐ž ๐ก๐š๐ง๐ ๐š ๐ฑ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐๐ž๐ž๐ฆ๐ข!

Charles Bukowski

Erga yaaluuf murteessitee aarsaa kaffalamu kaffali; daandii adeemamuu qabu adeemi; gaara yaabamuu qabu mara yaabi malee erga yaaluu eegaltee, "Ani silumayyuu baayyee hin barbaadun ture" hin jedhin!

๐˜๐จ๐จ ๐ฒ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ช๐š๐›๐š ๐ฃ๐ž๐ญ๐ญ๐ž ๐ก๐š๐ง๐ ๐š ๐ฑ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐๐ž๐ž๐ฆ๐ข! ๐Ÿšถโ€โ™‚๏ธ
๐Ÿ‘28
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Guyyaa har'aa wantoota sadii irratti to'annoo guutuun qaba;

๐Ÿ’ฅ1. Yaada sammuu kootii
๐Ÿ’ฅ2. Dubbannaa arraba kootii
๐Ÿ’ฅ3. Gochaa qaama kootii
๐Ÿ‘23โค5
Ofiif yaaduun kee ofittummaa sitti hin fakkaatin!
Yeroo milkooftu namoota baayyeetu milkaa'ina kee irraa fayyadamuuf jira!
๐Ÿ…
๐Ÿ‘38โค7๐Ÿ‘3
Ati yaada ofii keetii yaaddu miti; haata'u malee akkuma nyaati ati soorattu qaama keetti dabalamaa adeemu, yaadni ati simattus bu'aa ilaalchaa fi xiinxala sammuu keetii ta'aa adeema.

Kanaafuu balbala sammuu kee dura dhaabbadhuu, yaada ba'eessa qofa simadhu!
๐Ÿ‘18
Jechoota chaanelii keenya keessatti maxxanfamuu isaa barbaaddan karaa liinkii armaan gadii erguun nu qaqqabsiisuu dandeessu!

@fayeraT
โค6
Jireenyi kee jireenya keeti

Addunyaa keenya bahaa keessatti gaaffiin, " Yoo ati jireenya kee jiraachuu dhiiste, eenyuutu jireenya kee siif jiraata?" jedhu tokko jira.
Eenyullee jireenya kee kan siif jiraatu hin jiru.
Yaadadhu jireenyi kee jireenya keeti!
๐Ÿ‘4
๐‰๐ข๐ซ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ค๐ž๐ž ๐Ÿ๐จ๐จ๐ฒ๐ฒ๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐๐ก๐š๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐š๐ญ๐ข ๐๐ก๐จ๐ค๐ฌ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐จ๐œ๐ก๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ญ๐ฎ ๐ค๐ฎ๐ง ๐›๐จ๐ซ ๐ง๐š๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐›๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž ๐๐ฎ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฌ๐ข ๐›๐จ๐จ๐ง๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š!
โค21๐Ÿ‘5
Dachee kanarratti utuu hin yaalin wanti gaariin gara namaa dhufu hin jiru.
Obbole, looteriiniyyuu warra yaaleef ba'a!

Yaali!
๐Ÿ‘21โค3
Mirkaneessa barbaachisummaa dachee irratti qabduu namoota irraa hin barbaadini; isaan miti kan si erge! ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ‘8โค3
Osoo homaa hin jijjiirin jijjiiramni dhufu hin jiru!
โค11๐Ÿ‘1
Yaadota xumuraa kee gaaffiitti deebisi!

"Hin danda'uu" gara maalifan hin danda'uu?
"Hin beekuu" gara maalifan hin beekuu?

Sana booda gaaffilee sana deebii ittiin furtu barbaadi. Gaaffiin hundee ogummaati; himoota xumuraa kee gaaffiitti deebisuun wal'aansoo dachee kanaa falmii injifadhu!
โค5๐Ÿ‘5
โค21๐Ÿ‘8
Yeroo pirezdaantiin Ameerikaa duraanii Theodore Roosevelt osoo hirriba isaa keessa jiruu dachee irraa godaanuu, siree namichaa bira kan turan pirezdaantiin Ameerikaa yeroo sanaa Thomas R. Marshal akkas jechuun dubbate, " Duuti Theodore Roosevelt hirriba keessa fudhachuun waan irra tureef hirriba keessa isa fudhate; utuu inni dammaqee jiraatee silaa isaan lamaan gidduutti lola ka'a ture"

Maalif akkas jechuun dubbate seete?
Namicha bara jiraate mara wal'aansoo qabee injifachuu amaleeffateera. Rakkinatti harka kennuu fi abdii kutachuun kellaa jireenya isaatii keessatti hin simataman turan!

Abdii kutachuun salphaadha; haalotaan wal'aansoo qabanii abdii ofii eeggachuun, garuu jabina gaafata!
๐Ÿ‘19โค1
Guyyaa har'aa jiraachuu keetiif qalbii galataa fi gammachuun guuteen ciisii boqodhu! ๐Ÿ›Œ
๐Ÿ‘12๐ŸŽ‰10
2025/07/09 15:47:44
Back to Top
HTML Embed Code: