Forwarded from Barruulee
Gurmuun jechamootaa, tuuti cigoowwanii, miira koo riphe san sochoosuuf humna dhaban jechuuf ija na jabeesse. Tariitii, laafina jabaachuu dhabuukootii tu yoo kana qabaate malee, maaliif naaf hin sochoosan jedhuree?
Ofii miirri maali?
Abdiin yoo dukkanooftu, jiini hawwii yoo dimimmistu, bariin abbalaa yoo suuttu, qoraasumni hamilee yoo foolii jireenyaa hin qoraasiin, utubaa har’aa irratti yoo kallattiin hin fannifamiin, kam inni? Kamtu miira? Ofii eessa jiraata? Godoon isaa/ishii eessa buufata?
Anumtuu miira koo riphe jedhu san, tariitii hin hubanne malee miira mitiilaa? Falaasamni jiruufi jireenyaa miira akkamitti ibsa?
Altokko tokko hunkuramni yaadaa...keessattuu kanneen armaan olii kun nu mudatu. Qalbiin godaanuunis ta’e tasgabbiin miiraaf yoo nagaa hin laatiin ni mul’ata. Miirri tasgabbiitti moo jeeqamsa(confusion) tti akka caalmaatti hidhatu beekuun nama yaachisuu mala. Galmi barreeffama koo, miirri jireenya keenyatti maal dabala yookiis hir’isa akka jechuuti...
Yaadi koo barreeffamatti naan jijjiiramne. Sunis rakkoo miiraatiilaa?
@barruulee

Ija jabinni hiika wal-faallessu waan qabu fakkaata sababnisaa ija jabinni ida'ama fedhii jiraachuu jabaa fi yeroo wal fakkaataattimmoo du'uuf qophaa'aa ta'uurraa dhufa!
GK. Chesterton 🔥
GK. Chesterton 🔥
Wantoonni ani 𝐛𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞𝐞 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐭𝐨𝐨𝐝𝐡𝐚 jedhee waggootii muraasa dura sodaachaa ture yeroon itti seenee ilaalu wantoota hedduu salphaa ta'uu isaaniirraa kan ka'e 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚 jedhee dubbachuuf wantoota na saalfachiisan ta'anii argaman. Egaa, har'as wantoonni dandeettii fi beekumsa koo irraa fagoo fakkaatanii mul'atan akka ana hin gowwoomsineef muuxannoo kanatu na jajjabeessa! 🐠
@barruulee
@barruulee
@barruulee
#join gochuun dhangaa isaanii unadhaa ❤ @barruulee
@barruulee
@barruulee
@barruulee
#join gochuun dhangaa isaanii unadhaa ❤ @barruulee
1💥
Hanga namni gaafa si argu jecha '𝐍𝐢𝐢 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐦𝐚' jedhu yaadatutti jabaadhuu hojjedhu!
💪🏾💥
Hanga namni gaafa si argu jecha '𝐍𝐢𝐢 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐦𝐚' jedhu yaadatutti jabaadhuu hojjedhu!
💪🏾💥
Maal naan jedhuun tokko tokko
gaafa daangaa isaa ce’u,
Yoo nu miidhe maleessaa
waan nu gargaaru hin se’u!
Sababni isaa;
Hanga hamminaaf hin taane
wanti nuni namaaf goonu,
Nu hubachuu dhabuu namaa
utuma maal goone hin moonu!
@barruulee
@barruulee
@barruulee
gaafa daangaa isaa ce’u,
Yoo nu miidhe maleessaa
waan nu gargaaru hin se’u!
Sababni isaa;
Hanga hamminaaf hin taane
wanti nuni namaaf goonu,
Nu hubachuu dhabuu namaa
utuma maal goone hin moonu!
@barruulee
@barruulee
@barruulee
Forwarded from Barruulee
Yeroon taa'ee yaadu walakkaan eenyummaa kootii har'aa kun 𝐧𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐦𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐪𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 uumame!
Wanti gaariin yeroo ati hin eegnetti si mudatee yoo beeke, ammas irra deebi'ee si mudachuu danda'uu isaa beekuun qofti keessa kee gammachiisa!
@MOUFI
@MOUFI
Telegram
Jechoota Onnachiiftu
𝐀𝐧𝐢 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢!💙
𝐀𝐭𝐢𝐬 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 💙
𝐍𝐮𝐭𝐢 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 💙
𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐧𝐚💙
𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚💙
𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 𝐝𝐚𝐥𝐚𝐠𝐧𝐚💙
Inbox @gutexy or @fayeraT
Chaanelii namoota mul'ataa! 🔥
𝐀𝐭𝐢𝐬 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 💙
𝐍𝐮𝐭𝐢 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 💙
𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐧𝐚💙
𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚💙
𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 𝐝𝐚𝐥𝐚𝐠𝐧𝐚💙
Inbox @gutexy or @fayeraT
Chaanelii namoota mul'ataa! 🔥
Waan namoonni hin danda'amuu jedhanii yaadan keessaa lamaan-tokkollee haataatu ji'a kana raawwadhu
💪🏾Forwarded from Barruulee
Gochaalee jaalalaaf jettee raawwattee miidhamte yaaddee hin gaabbin.
Jaalalli gochaadhaan waan mul'atuuf atis gochaadhaan mul'iste. Inni guddaan dhugaa jaalala keessa kee jiruu hojiitti hiikuu keeti malee duub-deebii namoota jaalala kee gochaadhaan itti mul'istee miti 🐠

"Dhala namaa jaallachuu kee nama gaarii ta'uudhaan agarsiisi" kan jedhu akkuma jiru,
" Dhala namaa jaallachuu kee duroomuu fi milkaa'uu keetiin mul'isuunimmoo daandii jaalalaa kan biraati. Osoo qarshii qabaattee nama meeqa beela akka baastu, nama meeqa daandiirraa akka manatti galchitu, ....
Duroomuu keetti sirnaan yoo fayyadamte abdii namoota baayyee taata!

Waa'ee ishee si miitee dagadhu bro.
Haati kee milkaa'ina kee eegaa jirti 💪🏾
(Bakka 'haadha' jedhu nama milkooftee gammachiisuu feetu bakka buufachuu dandeessa)
Haati kee milkaa'ina kee eegaa jirti 💪🏾
(Bakka 'haadha' jedhu nama milkooftee gammachiisuu feetu bakka buufachuu dandeessa)
Forwarded from Barruulee
"... 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐮𝐮𝐟 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐢!
Atihoo yeroo mata dureen si barbaachisu angafoota keetiin ka'u, gaaffii osoo hin taane deebii qabdu qofa qabda. ( 𝑸𝒐𝒐𝒅𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒊 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒎𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒖𝒃𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒖, 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂 𝒉𝒂𝒓𝒄𝒂𝒂𝒕𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖 𝒎𝒖𝒍'𝒊𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒂𝒓𝒊𝒊𝒇𝒂𝒕𝒕𝒂.)
Akkamitti beekumsaan guddatta?
Daandiin beekaa ta'uu inni jalqabaa wallaalummaa ofii simachuu akka ta'e hin beektuu? Waan hundumaa beeka jechuun mallattoo wallaalummaa akka ta'ehoo?
Kanaaf yoo ogummaati guddachuu feete, mata dureen si barbaachisan yeroo dubbataman deebii caalaa gaaffiidhaaf dursa laadhu. Ogummaan deebii keessaa osoo hin taane gaaffii keessaa madda!
( 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒕𝒖 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒎𝒂𝒂𝒍 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒂𝒓𝒆𝒆?)
Mee sitti hin dheeressu, jecha hayyuu kanaatiinan nagaa sitti dhaammadha;
𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆 𝒐𝒇 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒖
𝙴𝚙𝚒𝚔𝚝𝚎𝚝𝚊𝚜..."

Seenaan nii geeddarama
Kan akeekame nii ga'ama
Gufuun guyyaa har'aa nii darbama
Egaa, kunis walaloodhuma!
✍🔥
Kan akeekame nii ga'ama
Gufuun guyyaa har'aa nii darbama
Egaa, kunis walaloodhuma!
✍🔥
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Jijjiirama akkamii fiduu eegalte jettee kan na gaafatteef,
Ofii koo waliin hiriyoomuu eegaleera!
Seenekaa 🌿
Ofii koo waliin hiriyoomuu eegaleera!
Seenekaa 🌿
🔥 𝐖𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐜𝐡𝐢𝐬𝐨𝐨 𝟖 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐢 𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚𝐜𝐡𝐢𝐬𝐚𝐧
1. Suuta dubbadhu 💥
2. Baayyee qalbifadhu 🧠
3. Muraasa dubbadhu 🔇
4. Fayyummaa kee kunuunfadhu 🙎♂️
5. Ofii kee barsiisuu hin dhaabin📚
6. Fedhii, aarii fi anummaa kee to'adhu 💪🏾
7. Kolfii taphadhu; dhiphina dhiisi 😀
8. Maatii keetiif dursa laadhu 👨👩👧👦
@Moufi

Namoonni ilaalcha ati ofiif qabdu irratti hundaa'anii ilaalcha siif qaban tolfatu!
Ilaalcha ofii keef qabdu qorii ilaali 🏆
Ilaalcha ofii keef qabdu qorii ilaali 🏆
Hojii minjaala keerra nyaata siif kaa'uu danda'utti hin saalfatin yoo galiin isaa xiqqaateyyuu. Qooda kanaa hojii tuffachuu keetiin harka namaa eeggachuu keetti saalfadhu! 💪🏾