Waaqayyo gaara fuula kee duraa akka kaasuuf hin kadhatin; humna ittiin gaaricha yaabdu akka siif laatuuf kadhadhu! โฐ
Obbole, gammachuun rakkina keetiif furmaata argachuu keessaa dhufa malee rakkina dhabuu keessaa hin dhufu. Dhalli namaa yoo rakkate guddata!
๐ฑ๐10๐ฅ5
Wantoota gurguddoo sadan, dhalli namaa jireenya gammachuu fi boqonnaa qabu akka jiraatuuf isa barbaachisan
Mirga hiree jireenya ofii ofiin murteeffachuu yoo ta'u, dhiibbaa filannoo jireenyaa qaama alaan dirqisiifamanii murteeffachuurraa bilisa ta'uu haammata.
Dhala namaaf hariiroo gaarii namoota naannoo isaatii fi uumaa isaa waliin qabaachuun gammachuu jireenya isaarratti dhiibbaa guddaa uuma. Hariiroo gaarii maatii, hiriyootaa fi jaalallee (dhiirsa, niitii) ofii waliin qabaachuun mallattoo milkaa'inaa isa tokko
Madda gammachuu fi boqonnaa kan biraan, dachee kanarratti nama ga'umsa qabuu fi dorgomaa ta'uu ofii mirkaneeffachuudha. Kennaa fi dandeettii keessa ofii jiruun hojjechuun safartuu ga'umsa kanaati. Namoonni karaa ittiin ga'umsaa fi kennaa isaaniitiin dacheerratti tajaajila laachuuf rakkatan jireenya gaddaa fi hadhaa'ummaaf saaxilamu.
Wantoota kana sadan haala kamiin fooyyeffachuun jireenya gammachuu fi boqonnaa qabu akkamitti akka jiraannu yeroo yerootti chaanelii keenyarraan nii argattu!
@moufi
@moufi
@moufi
1. Birmadummaa (Autonomy
) ๐คธโโ๏ธMirga hiree jireenya ofii ofiin murteeffachuu yoo ta'u, dhiibbaa filannoo jireenyaa qaama alaan dirqisiifamanii murteeffachuurraa bilisa ta'uu haammata.
2. Hariiroo (Relationship)
๐ฌDhala namaaf hariiroo gaarii namoota naannoo isaatii fi uumaa isaa waliin qabaachuun gammachuu jireenya isaarratti dhiibbaa guddaa uuma. Hariiroo gaarii maatii, hiriyootaa fi jaalallee (dhiirsa, niitii) ofii waliin qabaachuun mallattoo milkaa'inaa isa tokko
3. Ga'umsa (Competence)
๐ช๐พMadda gammachuu fi boqonnaa kan biraan, dachee kanarratti nama ga'umsa qabuu fi dorgomaa ta'uu ofii mirkaneeffachuudha. Kennaa fi dandeettii keessa ofii jiruun hojjechuun safartuu ga'umsa kanaati. Namoonni karaa ittiin ga'umsaa fi kennaa isaaniitiin dacheerratti tajaajila laachuuf rakkatan jireenya gaddaa fi hadhaa'ummaaf saaxilamu.
Wantoota kana sadan haala kamiin fooyyeffachuun jireenya gammachuu fi boqonnaa qabu akkamitti akka jiraannu yeroo yerootti chaanelii keenyarraan nii argattu!
@moufi
@moufi
@moufi
๐20๐ฅ2๐2
๐๐ค๐ค๐ง๐ข๐ช๐ก๐๐ ๐จ๐๐ก๐ฅ๐๐๐!
Waan nama gammachiisu yaadaa gadduun, waan nama gaddisiisu yaadaa gammaduun hin danda'amu!
Miira keetiif yaada ati yaaddutu sababa. Miira gaarii filachuuf yaada gaarii filachuun dirqama ๐ฑ

โค15๐5
Jechi durii, "Wantoota gochaadhaan baranna" jedhu sun haqa ๐ฑ
๐2
Salphaadha! Waan hawwite mara hin nyaatin. Sochii qaamaa hojjedhu. Dubbannaa bareedaa fi qajeelaa dubbachuu shaakali. Hin sodaatin. Yeroo kee interneetiirratti gubuu dhiisii kitaabilee dubbisi. Yeroo mara waan haaraa baradhu. Hirriba ga'aa rafi. Jijjiirama hin sodaatin. Nyaata kee yeroo fi haala qaama kee ijaaruun nyaadhu
.Chaanelii keenya #share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa!
#share
#share
@moufi
@moufi
@moufi
๐11๐ฅ2
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Nutu dadhaboo fi laafoo ta'e malee namoonni dachee kana geeddaran nurra caalanii miti
๐ช๐พ๐ฑ๐20โค2
Erga fiilmii ilaaluun kee hin oollee..
Fiilmiin seenaa dhugaa namicha dureessaa fi motivational speaker beekamaa kan Kiris Gaardiner jedhamu irratti qophaa'e kun namoota baayyee onnachiisuun sababa milkaa'inaa namoota hedduuf ta'eera; har'as qalbii kumaatamootaa booji'aa jira. Hiyyummaan inni keessa ture baayyee rakkisaa waan tureef haati warraa isaa qofaatti isaa fi ilma isaanii isatti dhiistee yeroo adeemtu, Kiris mana kiraa isaa kaffalachuu dadhabuun waggaa tokkoof mana malee ilma isaa waliin jiraateera.
Egaa, nama wal'aansoo jireenyaa onnee guutuudhaan qabeef aduun lixxee hin haftu mitiiree?

Seenaa isaa isa hafe isinumti fiilmii sana ilaaluun barachuu dandeessu!
โค17๐4
Faayidaan dhiphachuu tokkollee hanga yoonaatti kan beekame hin jiru.
Yaadi malee hin yaadda'in. ๐ฟ๐๐๐ฅ๐๐๐๐๐ช๐ช๐๐๐๐๐ฃ ๐๐ช๐ฎ๐ฎ๐๐๐ ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค ๐๐๐ง๐๐๐ฃ๐ฎ๐ ๐ ๐๐๐จ๐จ๐๐ฃ๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐ช๐ช ๐๐๐ฃ ๐๐๐ฃ๐๐๐๐จ๐จ๐๐ฃ isa jedhame yaadadhu.
๐๐ก๐ข๐ฉ๐ก๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข ๐ง๐๐ฆ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐, ๐๐๐ง๐๐๐๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐๐ก๐ฎ๐ค๐ค๐ฎ๐๐ ๐จ๐๐ข๐ซ๐ซ๐๐๐ ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐ฆ๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐, ๐๐ก๐ข๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐ค๐ค๐ ๐ ๐๐ซ๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐ง๐ฎ ๐ฌ๐๐๐ฑ๐ข๐ฅ๐ ๐๐ค๐ค๐๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐๐ฌ ๐ก๐๐ซ๐ข๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ ๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐จ๐๐ข๐ข๐๐ข ๐ง๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ช๐๐n๐ฎ ๐ฅ๐๐๐๐๐ข๐ฌ๐.
โฝโโ โนโโโโโโฃโโ ๐ฅ

โค11๐4
Milkaa'inaa fi gaa'ilarratti ejjennoo akkamii qabda
Anonymous Poll
50%
Milkaa'ina booda gaa'ilatti seenuu
19%
Gaa'ilatti seenanii milkaa'inaa
6%
Gaa'ilatti seenuu dhiisuun gaariidha
25%
Lamaanuu hariiroo walitti isaan fidu
โค15๐3๐2๐ฅฐ2
Haqa!
Ati kun hamma namoonni si yaadanii fi hamma ofii kee yaaddurra baayyee caalta! ๐ฅ
๐13โค5
Tooftaalee ittiin dubbannaa kee bifa miidhagaadhaan dubbachuu dandeessu! ๐ก
๐ฅ 1. Yeroo dubbattu jechoota afaan biroo hin fayyadamin. Jechoota afaan biroo fayyadamuun safartuu beekumsaa yeroonni itti mul'isaa ture darbeera.
๐ฅ 2. Dubbannaa kee keessatti sagaleewwan rarra'oo akka; aa, oo, ii fkkf fayyadamuu dhiisi. Jechoota kee walitti sirnaan fiduun yoo si rakkise tuqaa 4ffaa irra kan jiru fayyadami.
Akka kaabineetti hin haasa'in!
๐ฅ3. Dubbannaa kee suuta dubbadhu. Ariifachuun mallattoo dadhabinaati. Ati gaazexeessaas miti; kanaafuu suuta dubbadhu. Yaada kee hunda yeroo tokkotti dubbistee xumuruuf hin ariifatin. Maal du'atti deemaa jirtaa? Yeroo biraan jira ta'a! Boriif waa qusadhu!
๐ฅ 4. Dubbannaa kee keessatti gidduudhaan boqonnaa gabaabaa fudhu. Sekondiiwwan muraasaaf callisi. Akkas gochuun kee akka namoonni yaada kee hafe xiyyeeffatanii eegan gochuun miidhagina dubbannaa kee dabala.
Deebi'ees jechoota kee walitti hidhuuf si fayyada akkasumas jechoota dagatte yaadachuufis si gargaara.
๐ฅ 5. Namni si dhaggeeffachaa jiru dubbannaa kee dhaga'uuf qophii miti taanaan hin dubbatin. Maalif akkasumatti seelii qaama kee qisaasessita? Dubbannaa baayyisuun xumura teelomeerii dhala namaa ariifachiisuun umurii namaa akka gabaabsu hin beektuu?
๐๐ค๐ค ๐๐๐๐ก๐ก๐๐ฉ๐ฉ๐๐ฃ ๐๐๐ง๐๐ฎ๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐๐๐จ๐จ๐๐ฃ๐๐๐ ๐ฆ๐ค๐ค๐๐๐!๐

๐41โค14๐2๐ค2
Falaasama jireenya kee ittiin geggeeffattu qorii ilaali!
Jireenyi kee har'aa-borii ilaalchaa fi falaasama kee irraa akka maddu hubadhu ๐ก
Fkn. ๐๐๐ข๐ฃ๐ ๐๐๐ง๐๐๐ฃ๐ฎ๐ ๐๐๐ง๐ง๐๐๐๐๐ jedhu, jireenya isaa keessatti dhiibbaa uumuuf dandeettii qabu mara hin fayyadamu. ๐๐๐ข๐ฃ๐ ๐๐๐ง๐๐๐ฃ๐ฎ๐ ๐๐๐ง๐ง๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐๐ jedhummoo, tattaafachuu dhiisee callisee taa'uu hin danda'u!

Walumaa galatti, Jireenyi kee ilaalchaa fi falaasama keetii
๐ฑโค14๐8๐3
Jecha, "๐ฏ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐
๐๐๐
๐'๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐' jedhu kan dubbate eenyuu turee?
Anonymous Quiz
38%
Maartiin Luuter Kiing
33%
Neelson Maandeellaa
21%
Abirahaam Liinkan
8%
Maayelsi Muuniiroo
๐8๐ค1
โ ๏ธ Har'a balbala sammuu keetii dura dhaabbadhu;
Yaadni gadi bu'aanii fi haamilee keetiif hin taane yeroo dhufu ol hin galchin!
๐ซโค11๐10
๐บ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐-๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ท. Waan keessi kee itti hin gammadne hin raawwatin.
2. Dhugaa si keessa jiru dubbadhu.
3 . ๐๐๐ ๐ ๐ jechuu hin sodaatin.
4. ๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐ jechuus hin sodaatin.
5. Jechoota haamilee kee tuqan ofirratti hin dubbatin.
6. Wantoota si bohaarsanirra wantoota si barsiisan caalchifadhu.
7. Hirriba ga'aa fudhadhu.
8. Karooraan geggeeffami.
9. Hiriyoota abjuu keetiif hin taanerraa adda ba'i.
10. Waaqa keetti dhiyaadhu.

โค25๐13
๐๐๐ซ๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฒ๐๐๐๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐ก๐ข๐ฌ๐จ๐จ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐ง ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐
1. ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐!
Waanuma si marare mara hin bitin; karooraan geggeeffami!
2. ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ 10% ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ (๐๐๐๐๐ ๐๐)
Mul'ata hojii gara fuulduraatiif si fayyada. Wanti qusannaadhaan walirra bu'aa adeemu yeroo dheeraa booda guddachuu hin oolu.
3. ๐ธ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yeroo liqeessitu qarshii yoo siif deebi'uu dhiise si irratti dhiibbaa hin uumne liqeessi. Yeroo liqeessitu hundas akka kennaa namaaf laatteetti lakkaa'i.
4. ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐.
" Qarshiin gammachuu hin bitu" jechuun qarshiin hin barbaachisu jechuu miti. Qarshiin wantoota dhala namaaf baayyee barbaachisoo keessaa isa tokko ta'uu hin dagatin.
Qarshiif bakka guddaa qabaachuu keetiifis of hin ceepha'in; haata'u malee, waan hundammoo qarshiidhaan hin madaalin!
5. ๐ธ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐
Yeroo jettetti deebisuu danda'uu kee yoo shakkite rakkadhu malee hin liqeeffatin.
Liqiin hiriyummaa baayyee akka balleessu hin dagatin kanaafuu namoota dhabuu hin barbaannerraa liqeeffachuurraa of eegi!
" Qarshii liqeessuu jechuun hiriyaa ofii dhabuudha" Fyodor Dostoyevsky

๐23โค2๐2
๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ค๐๐ฆ๐๐, " Yoo barrisuu dadhabde fiigi; yoo fiiguu dadhabde adeemi; you adeemuu dadhabde daa'imi, garuu yoo akkam ta'eyyuu gara fuulduraatti socho'uu qabda!" ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐๐๐๐ญ๐๐?
Anonymous Quiz
38%
๐๐๐ก๐๐ญ๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐ข๐ข
26%
๐๐ฅ๐๐๐ซ๐ญ ๐๐ง๐ฌ๐ญ๐๐๐ฒ๐ข๐ง
31%
๐๐๐๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฎ๐ญ๐๐ซ ๐๐ข๐ข๐ง๐
5%
๐๐ฅ๐๐ง ๐๐๐๐ฌ๐ค
๐6โค2๐2
๐พ ๐ฆ ๐ฆ ๐ฉ ๐ฆ ๐ฉ ๐ญ ๐บ !
Fอฬบeอฬบdอฬบhอฬบiอฬบiอฬบ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ง๐๐๐ง Gอฬบuอฬบfอฬบuอฬบuอฬบ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ!

โค18๐2