Telegram Web Link
Milkaa'inni akka dhukkuba daddarbaati; ati milkooftee jennaan dhaloota hedduutu jajjabaatee milkaa'a!
Haala rakkisaa keessa dabartee akkuma milkooftu haamileen namoota si ilaalaniis akkasuma dabalaa adeema!
๐Ÿ‘15โค10
Waa'ee ofii keetii yaaduun akka ati fooyyoftu si taasisuu dhiisee akka ati of jibbitu qofa si gochaa jira taanaan yeroo kee gubaa jirta.
To be self-conscious and suffering are the same
( Waa'ee ofii keetii xiinxaltee yaaduu fi dararamuun tokkuma) akka jechuuti. Namni gadi fageessee yeroo waa'ee ofii isaa yaadu ofiisaa jibbuun baratamaadha.
Anaa fi atimmoo iccitii sammuu keenyaa kana hubannee xumura of gulaaluu keenyaa fooyya'iinsa qofaaf haa fayyadamnu.
โค16
Qajeelfama 6ffaa

"Nan yaala" hin jedhin;
"Nan raawwadha" jedhi malee ๐Ÿ…
โค22๐Ÿ‘8
Dachee kanarratti waan gaafachuuf ija jabina qabdu qofa fudhatta!

Oprah Winfrey
โค8๐Ÿ‘4
Baayyina namoota milkaa'aniitti tokko dabaluu nii dandeessa;

innis ofii keetii! ๐Ÿ…
๐Ÿ”ฅ9โค8๐Ÿ‘1
Isaanif hubatamaa hin jiru kanaaf hin danda'amu siin jedhu garuu nii danda'ama
.
Baga geessan ๐ŸŒป

@moufi ๐Ÿฅฐ
๐Ÿ‘14โค5
Qajeelfama #12

Milkaa'ina boriitiif qophaa'uuf yeroo baayyee mijataan amma! ๐Ÿ•™
โค19
Yaadannoo #002

Utuu har'a dachee kanarraa boqottee maal gochuu dhiisuu keetu si gaabbisiisa?
Yeroo amma qabdu kanattimmoo waan sana maalif hin raawwattu?
๐Ÿ‘22โค4
Dhaggeeffachuu fi milkaa'ina

๐Ÿ’ฅNamoota irraa barattu yeroo argattu caalmaatti dhaggeeffataa ta'i!

๐Ÿ’ฅBeekumsa kee mul'isuuf, hammam akka tattaafachaa jirtu himachuuf yookaan karoora guddaa akkamii akka qabdu tarreessuuf hin ariifatin!

๐Ÿ’ฅNamoota irraa barattu yeroo argattu, ati gaazexeessaa ta'i; Isan haa dubbatan, atimmoo gaaffilee barbaachisoo dhiyeessiifi caqasi.

๐Ÿ’ฅ Arrabnikee haa boqottu; gurri kee haa banamtu; qalbiin kee immoo haa galmeeffattu
โค17๐Ÿ‘4
Itti gaafatamummaan jireenya keetii kan keetii! ๐Ÿ•™
Namni bakka kee bu'ee waa'ee keetiif uumaadhaa deebii laatu hin jiru! ๐Ÿ™Œ
Jireenya kee mararfadhu! ๐ŸŒบ
โค23
Lubbuu akkamii akka qabdu qorii ilaali; lubbuu daa'imaatii, kan ijoolleetii moo lubbuu nama ga'eessaa kan maal akka dachee kanarratti hojjechuu qabu beekee jiraachaa jiruutii?

Marcus Aurelius ๐ŸŒฑ
๐Ÿ‘17โค1
Guyyaa tokko hiriyaan koo, " Mirga sooromuu qabda" naan jedhe. Erga guyyaa sanaatii jecha kana dagadhee hin beeku.

Ati mirga mul'ata kee milkeessuu qabda! ๐Ÿ’ช๐Ÿพ
Ati mirga abjuukee dhugoomsuu qabda!
๐Ÿ…

Lafa nagaa oolaa!
Hamaan isin hin argin; gaariin isin hin darbin!
๐Ÿ‘14
Milkaa'inaa fi dogoggora ofii fudhachuu danda'u

๐Ÿ”ฅYeroo dogoggora kee namni sitti himu hin mufatin; yoo mufatte, inni dogoggora isaa dhaga'uun isa mufachiisa jedhanii si gorsuu dhiisu!

๐Ÿ”ฅ Yeroo dogoggora kee sitti himan hin qoosin; kana yoo goote, yaada si fooyyessuuf ati bakka hin qabdu!

๐Ÿ”ฅ Yeroo dogoggora kee sitti himan; ariifattee kan isaaniis isaan yaadachiisuuf hin waxalamin. Akka nama taate yaadadhu. Yoo dogoggorte waan haaraa miti. Yeroo qeeqamtu, akka jibbaa yookaan akka firdiitti hin fudhatin (don't take it personally)

๐Ÿ”ฅ Yeroo dogoggora kee sitti himan gara hin dabarsin yookaan dubbannaa biraa dubbachuuf hin ariifatin

๐Ÿ”ฅ Yeroo dogoggora kee sitti himan, "Maaltu si galche?" hin jedhin. Hiriyummaa dhugaan dogoggora keessatti wal ilaalanii dubbachuu dhiisuu miti.
๐Ÿ‘24โค1
Adaraakee kolfuu fi gammaduu immoo hin dagatin, waanan jedheefan qabaa kolfi.

Iddoo nagaa oola.
Isinitti haa tolu.
@moufi
๐Ÿ‘22โค1
Sababa ga'aa milkaa'inarraa si dhorku hin qabdu!
Garuu milkaa'uuf fedhii guddaa hin qabdu yoo ta'e sababa milkaa'inarraa si dhorku baayyee qabda!
Ati, garuu sodaadhaan hin geggeeffamin ๐Ÿ’ช๐Ÿพ
โค9๐Ÿ‘2
Baga geessan
๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ”ฅ
@moufi
๐Ÿ‘7โค2
๐˜ผ๐™ฉ๐™ž โ“โ“”โ“”โ“โ“’โ“ ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™ž๐™ž ๐™ค๐™›๐™ž๐™ž ๐™ ๐™š๐™š ๐™ฌ๐™–๐™–๐™ข๐™ž. ๐™ˆ๐™–๐™–๐™ก๐™ฉ๐™ช ๐™ฃ๐™–๐™ข๐™– ๐™œ๐™–๐™ก๐™˜๐™๐™š? ๐Ÿ’ช๐Ÿพ


Waan gaariidhaan of waami; qorannoo hedduun akka mul'isutti sammuun keenya ilaalcha nuti ittiin isa beeknurra guddachaa adeema!


You can influence your subconscious mind by saying positive things about yourself
๐Ÿ‘12โค5
๐™…๐™š๐™˜๐™๐™– ๐™–๐™ฃ๐™œ๐™–๐™›๐™–๐™– ๐™ฃ๐™ช๐™ฉ๐™ž ๐™™๐™๐™–๐™œ๐™–'๐™ช๐™ช ๐™ข๐™–๐™ก๐™š๐™š ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™ž๐™ž๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐™๐™ž๐™ฃ ๐™๐™ž๐™ž๐™ ๐™ฃ๐™š๐™š ๐™๐™ž๐™ฃ ๐™—๐™š๐™š๐™ ๐™ฃ๐™š!

๐Ÿ‘‰Sammuun keenya hamma nuti beeknuu fi yaadnu caalaa baayyee cimaadha; wantoota nuti yaaduun nutti ulfaatu baayyee hojjechuu nii danda'a!

Eeyyee, jecha kana yeroo kumaan lakkaa'amuuf dhageesseetta.
Garuu hammam itti fayyadamtee beekta?
Gaaffiin kun hojii manaa guyyaa har'aa siif haa taatu!

We all often heard that we have amazing mind that can do a lot of things which we don't even know it can, but we rarely use it in life. Today, I want you to start using your mind.
Believe your mind is far stronger than you have ever known and start experiencing its wonders
๐Ÿ‘9
Hubachiisa! โš ๏ธ

Namoonni afaan Oromoo dubbisuu hin dandeenye baayyeen barreeffamoota keenya keessatti afaan Ingiliffaa akka daballu nu gaafachaa turaniiru!
Nutis gaaffii isaanii kana hojiitti hiikuuf karoorsineerra.
Kana booda hamma danda'ametti maxxansa keenya mara keessatti afaan Ingiliffaa nii daballa!

Galatoomaa!
๐Ÿ‘1
๐™”๐™–๐™–๐™™๐™– ๐™–๐™›๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ž๐™ฃ๐™œ๐™ž๐™ก๐™ž๐™›๐™›๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ฌ๐™–๐™ก ๐™ฆ๐™–๐™—๐™–๐™ฉ๐™ช ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™–๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž ๐™ฎ๐™ค๐™ค ๐™ฌ๐™–๐™ž๐™ž ๐™œ๐™–๐™ก๐™ฉ๐™–๐™ฃ ๐™ข๐™–๐™ก๐™ก๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ค๐™ค ๐Ÿ‘ kana react godha

Yoo itti waliif hin gallemmoo mallattoo ๐Ÿ‘Ž kana react godha!
๐Ÿ‘58๐Ÿ‘Ž13โค1
2025/07/13 15:18:05
Back to Top
HTML Embed Code: