Telegram Web Link
Jechoota Onnachiiftu pinned «Wanti gaariin yeroo ati hin eegnetti si mudatee yoo beeke, ammas irra deebi'ee si mudachuu danda'uu isaa beekuun qofti keessa kee gammachiisa!»
Bor guyyaa biraadha; yoo waaqni dabarsee guyyicha siif laate dogoggora guyyaa har'aa irra hin deebi'in 😊
Abdii kutachuun dhiiga koo keessa hin jiru! 💪🏾
Miira kee dagadhu; waan hojjechuu qabdu hojjedhu! 💥
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Maalif addunyaa kanatti aartaa,
Waan akka addunyaan kun si dhaggeeffatuu?


Marcus Aurelius
𝐆𝐮𝐟𝐮𝐮𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐦𝐮𝐥'𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐞𝐛𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐨𝐨 𝐚𝐟𝐫𝐚𝐧

💥1.  "ʜɪɴ ᴅᴀɴᴅᴀ'ᴀᴍᴜᴜ"

Namoonni naannoo keenyaa baayyeen namoota mul'ata isaanii dhugoomsan waan hin taaneef jireenya isaatiin qofa osoo hin taane dubbannaa isaaniitiin danda'amuu mul'ataa irratti haamilee sitti hin horan.

💥2. ᴊᴀᴀʟᴀʟᴀ

Mul'ati keenya namoota jaallannuu fi nu hin jaallanne biratti fudhatamummaa yeroo dhabu, maqaa jaalalaaf jennee mul'ataa keenya biraa deebi'uuf of dirqamsiisuu. Hiree daa'ima isaanii murteessuuf akka aaboo qabanitti maatiin yaadan akkasumas miiltoon jaalalaa fi hiriyoonni keenya as keessatti qoodamuu danda'u.

💥3. ꜱᴏᴅᴀᴀ ᴋᴜꜰᴀᴀᴛɪɪ

Yaaliin galma keenya ga'uu keessatti kufaatii jiru yaadanii sodaachuun waan baayyee baratamedha. Kufaatii namni balaaleffatu abjuu isaatiif hin qabsaa'u sababnisaa namni akkasii kufaatii akka qaama jireenyaatti osoo hin taane akka qaaniitti ilaala.
Yaaluu sodaachuun yeroo baayyee kufaatii sodaachuurraa madda.

💥4. ꜱᴏᴅᴀᴀ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ

𝑨𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂𝒏 𝒌𝒖𝒇𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒖 𝒔𝒐𝒅𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒖 𝒒𝒖𝒃𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒂𝒂?
Mata dureen kun iccitii qor-qalbii ilmaan namootaa dubbatan keessaa isa angafaa yeroo ta'u mata duree kana  dacheerraa kan hubatan baayyisee muraasa. Namoonni hedduun galma isaanii erga ga'anii sababa dachee irra jiraataniif akka dhabanitti yaaduun mul'ata isaanii hin dhugoomsan. Of-gulaalanii  of-ilaaluu yeroo baayyee booddee namoonni hedduun dhibee kana of keessatti argatu. Yeroo biraa mata duree kana sirnaan kana caalaatti nan ibsa.

@moufi       @moufi         @moufi
⚠️ Yaadachiisa


Mul'ati karoora hin qabne hawwiidha!
Namni dandeettii keetti amanuun dirqama miti! 🔥
Namichi yeroo jalqabaaf addeessarra (ji'a) dhaabate eenyu?
Anonymous Quiz
13%
Buuz Aldirin
41%
Neel Armistiroong
25%
Yuurii Gaagaarin
21%
Mikaa'el Kooliins
Nuti boriif qophaa'uuf ciisna malee guyyicha baqachuuf miti 🛌


Nagaan bulaa!
Waaqayyo waan isa fakkaatu kaayyoo malee hinuumne; Maal akka tahe garuu shakkii malee gaafadhaa. 🤨
Kurupheen fiigde qeerransa harka bahu dadhabduus margi iddoo isa socho'uu hindanda'u ture. Suuta dubbisaa! 😊
Qormaati abshaalummaa tokkichi yoo waan barbaadde jireenya keessaa baafattedha!

Naval Ravikant (dureessicha)
Waggaa 20 booda waan raawwatte caalaa waan raawwachuu dhiiste si gaabbisiisa

Mark Twain (pirezdaanticha)
Fageenyi maayila 1000 tarkaanfii tokko irraa eegala. Lao Tzu

Namni guyyaa guyyaatti dhibbantaa tokko (1%) yoo dabale waggaa tokkotti dhibbantaa soddomii torba (37%) dabala!

Gochaalee xixiqqoo guyyaa guyyaatti fooyyessaa fi jijjiiraa adeemtu hin tuffatin; yeroo dheeraa booda isaan gaara ati faajjii moo'ichaa kee irra dhaabdu ta'u!
Jireenya kee keessatti mul'ata kee dhugoomsuu akka dirqamaatti qabadhu!

Eeyyee, dirqama! 💪🏾
Ofii kee hin shakkini; kun ga'ee warra si jibbaniiti!

Turcois Ominek 🔥
Qarshii yeroo of harkaa qabdu, si qofatu of dagata; qarshii yeroo of harkaa hin qabnemmoo addunyaa si dagata. Kun egaa jireenya!

Bill Gates 🔥
Dabareen milkaa'ina keetii dhiyaateera; namoota birootti daandii kee hin madaalin! 🏅
Ati hanga of yaaddu caalaa,

Miidhagina
Beekumsa
Dandeettii
Kutannoo
.
.
.
qabda!

Sammuun keenya eenyummaa keenyatti amanuu caalaa shakkuu filachuu isaa hubachuun qalbii kee yaadota positive dhaan guuti!
2025/07/06 08:21:46
Back to Top
HTML Embed Code: