Barfattee rafuun barfattee milkaa'uu yoo si oolche, barfadhuu rafi! π₯
Sodaan kufaatii, gammachuu moo'ichaa irraa si hin dhorkini! π
Waanuma qabdu, bakkuma jirtuu fi waanuma gochuu dandeessu gochuun jireenya kee jijjiiri!
Yeroon yeroo itti waan dhabaniif boo'an miti; yeroo itti waan qabaniin mo'anidha malee! π₯
Herrega lakkoofsa baankii kee irraa qabdu ππππππππππ godhu!
Gaafa milkaa'ina bira geessu suuraan ati amma kaafatte kun namoota baayyee onnachiisa!
π₯

Abjoochuu yoo dandeesse, dhugoomsuus nii dandeessa!
If you can dream it, you can achieve it πͺπΎ

Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Gaafa duuti mana kee dhufu jiraadhuu isa eegi!
Mirga sooromuu qabda!
( Jechan hiriyaa koo irraa dhaga'ee jaalladhe!) π₯

Wantoota 3 yeroo ammaa kanatti si barbaachisan:
1. Waan barbaaddu beeki
2. Waan barbaaddu argachuuf waan hin barbaanne keessa darbuu akka qabdu beeki
3. Waan barbaaddu yeroo argattu jireenya hin barbaanne akka oofkalte (miliqxe) beeki

Amma akka qamaleetti si ilaaluu, garuu utuu ati seera namummaa eegdee jiraattee guyyaa kudhan booda akka leencaatti si sodaatu!
Marcus Aurelius
Hub: Jechoota isaa irra deebiinan qindeesse

Yeroo hojii mataa keetii eegaluuf karoorfattu gaaffilee armaan gadii if gaafadhu!
π₯ 1. Hojii kana sirnaan akka ana irraa eegamutti beekaa?
Tarii hojjettoota hojicha beekan qacaruun rakkina kana furuu yaalta ta'a; haata'u malee, yoo hojicha sirnaan hin beekne hojjettoota kee sana sirnaan to'achuu hin dandeessu.
Kanaafuu hojii sirnaan beektu filadhu.
π₯ 2. Hojii kana nan jaalladhaa moo qarshii qofaafan hojjechuu barbaadaa jira?
Jaalala hojichaa hin qabdu taanaan yoo biizinesiin kee qarshii maddisiisuu irratti booda hafe carraan abdii kutattee booda deebi'uu keetii guddaadha.
π₯ 3. Namootan gabaa keessatti faana dorgomu beekumsaan nan caalaa?
Namoota oomisha yookaan dhiyeessii keetiin faana dorgomtu biratti beekumsa kee madaaluun gaariidha. Haala maamiltoota qabachuu fi jaallatamummaa dhiyeessii keetii caalchisuu yaaduu qabda.
π₯ 4. Waan haaraan qabadhee gabaa itti ba'aa jiraa?
Maamila baayyinaan kan argattu waan haaraa yookaan fooyya'aa yoo qabattee dhiyaattedha.
Bakka namoonni muuxannoo yeroo dheeraa qaban jiranitti waanuma duraan ture qabattee yoo dhiyaatte carraan milkaa'uu biizinesii keetii baayyee xiqqaadha!

Arrabaan deemuurra lukaan adeemuu wayya.
Zeenoo
Lukaan yoo karaa dheeraa adeemte deebitee aara galfatta; yoo arrabaan baayyee deemte (dubbatte), garuu wantoota dubbatte bakka buusuu yookaan balleessuu hin dandeessu.
Arraba kee of eeggannoodhaan fayyadami. Dadhabbiin qaamaa kamiyyuu fayyadama arrabaa dogoggoraa irra nii caala!

Addunyaan akka isheen naaf laaftu miti; akka isheen hamma dandeessu naan mormitun fedha!
Humna mul'ataa fi kutannoo kootii kan shakku yoo jiraate daandii koo gubbaa haa dhaabbatu!
#yetaabbaatu

Mul'ata ofii milkeessuun nii danda'ama! π₯
Jechi jedhu dhugaadha; garuu hamma hojiitti hiiktutti siif jechuma ta'ee hafa!

Ofiif yaaduun kee ofittummaa sitti hin fakkaatin!
Yeroo milkooftu namoota baayyeetu milkaa'ina kee irraa fayyadamuuf jira! π

α΄α΄α΄ΚΙͺ Κα΄α΄α΄ Ι’α΄'α΄α΄α΄
Κα΄
π πππ π½πΊππ½πΊ'πΊππΊ! π₯
π πππ π½πΊππ½πΊ'πΊππΊ! π₯