Telegram Web Link
غرقد
| وعن أبي هريرة رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ أن رَسُول اللَّهِ ﷺ قال: (لا تقوم الساعة حتى يقاتل المسلمون اليهود، وحتى يختبئ اليهودي من وراء الحجر والشجر فيقول الحجر والشجر يا مسلم هذا يهودي خلفي تعال فاقتله إلا الغرقد فإنه من شجر اليهود) مُتَّفَقٌ عَلَيْهِ

!! @mubarek54
12👍1
Dubbii Warra Sadiihi akka Saditti fixan.

1. Dubbii warra Gowwaa Sossobanii fixan.
2. Dubbii warra Hayyuu Dhugaa itti himaniiti fixan.
3. Dubbii warra Luynaa Sodaachiisaniiti fixan.

@mubarek54
15👍1
● kha Rakkate Rakko bahu
● kha hidhame hidhaa bahu
● kha itti dhiphatte itti ballattu
● kha fuudha barbaadu kheysa fuudhu
● kha dalagaa barbaadu itti argatu
● kha rizqii hawwu itti milkaayu
● kha barumsaan fiixa bahuu galma itti gahu
● kha ilmii babal'isuu barbaadu itti babal'isu
○ Namuu khopha khopaan hawwiin isaa itti guutamtu nuuf taasisi Yaa Rabbi !.❤️😊.
Khadhattu arkattuu nu godhu



|| ★ » @mubarek54
5
● imaam Hasan Al basriin akkana je'a:‐ Waa 4 nama Afuriifiin kennee je'a
1. Miidhaa - Warra Aangoo Qabuuf
2. Kijiba - Naggaadeef
3. Boona - Shamaraaf
4. Histii - Sheekkootiif
نسأل الله السلامة والعافية
:‐ Haka
||» @mubarek54
12👍2
"Gidee Takkaan maletti Namni Jumu'aa Sadii Lakkise, Munaafiqtootarraa Galmefamaa." Je'an Nabiin ﷺ

@mubarek54
14
Aamiin ❤️‍🩹!.
15👍1
Aalimni Gudddan Useymiin (Rahimahullah):‐ akkana jedhe
● Nama MOWLIDA kabajuun ati Rasuula Rabbii ni jaalattaa Khulafaa'ota afrani irra , sahaabota fi taabi'oota irra ..?
Yoo isaan " Ee" siin jedhan isaan «irra khijibdoota namaati» .

Ulama'aa Gara 8 oltu wal dhabe Guyyaan Rasuulli ﷺ dhalatan Guyyaa mowlida je'anii khabajan khanaa irratti

والله أعلم
11👍3
Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhà...!

Rizqii halaalaa Rabbiin nuuf haa hiru.

|»°• @mubarek54
10👍3
Seequu 😁

|»• Salaata kheysatti wanta nama khofalchiisu tokko tokko sheyxaanni yoo si yaadachiise seeqatte garuu sagaleen( khofla ..) hin bahin salaanni hin badu

🎙» Ustaz Abu haydar

@mubarek54
18👍1
RABBIIN❤️‍🩹🥺!.
@mubarek54
12
● Kanaa ol maal feta...?!

♡ Fayyaa Fetaa - Soomana Heddummeessi.
♡ Fuulli kee akka Ifu Fetaa - Salaata Halkani Salaati.
♡ Ifa Qalbii Fetaa - Qur'aana Qara'i.
♡ Gammachuu Fetaa - Salaata Yeroon Salaati.
♡ Tasgabbaawuu Fetaa - Rabbi Yaadachuu Heddummeessi.
♡ Horii fi Ilmaan Fetaa - Rabbiirra Araara Barbaadi.
♡ Yaadni akka Sirraa citu Fetaa - Du'aa'ii Godhachuu Heddummeessi.
♡ Cinqiin akka Sirraa cittu Fetaa - Laa Hawla Wa Laa Quwwata illaa Billaah je'i.
♡ Gaarii Turtuu Fetaa - Nabiirratti Salawaata Buusi (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam)

Haka
@mubarek54
20👍4
10 أعمال مُستحبّة ‌ #يوم_الجمعة⁩ :
Dalagaa guyya jumma jaalatamtu
****
‏1-الاغتسال🌿
1- dhiqachuu
‏2-السواك🌿
2- Ilkaan Rigachuu
‏3-الطيب🌿
3- Shitto naqachu
‏4-لبس الجميل🌿
4- Uffata bareeda uffachu
‏6-تلاوة سورة الكهف🌿
6- suuraa kahfi qara'u
‏7-الإنصات للخطبة (وجوباً)🌿
7- yeroo khuxbaa callisu (dirqama)
‏8-كثرة الصلاة على النبي ﷺ 🌿
8- salawaata heddumessu


@mubarek54
17
Allaamatu ibn useymiin (Rahimahullah) akkana jedhan
-» Namni salaata beekhaa (uzrii malee) dabarse yeroo isii irraa baase irraa hin qeebalamu isarratti deeffamaadha .!

@mubarek54
14
Bagan si arge” jennaan “bagan si hin dhokatiin” jedhe hattuun abbaa manaatiin.


@mubarek54
9
"Rabbi Dallansiisuudhaan Namni ilma Namaa Gammachiise, Allaahaan isarratti Dallaneeti ilma Namaatis isarratti Dallansiisa." ﷺ

@mubarek54
13👍2
👉 Bulchaan Mu'mintootaa Umar ibnul Khaxxaab (Radiiyallaahu Anhu) akkana je'e: Wanni Sadii (3) Jaalala obboleessi kee si Qabu Qulqulleessiti?

1ffaan. Obboleessi kee yeroo si arge sirratti Salaammachuun,

2ffaan. Teessuma keessatti si Ballisee si Teessiisuun,

3ffaan. Irra Bareedaa maqaa keetiitin si Yaamuun.

♡ Wanni sadeen tun jaalala Obboleessa keetiiti si ibsiti!

» Haka
» @mubarek54
11👍4
Yeroo Umar ibnu Khaxxaab Biyya Shaam dhaqe mana Abaa-Ubeeydaa ziyaaru fadhe.
mana isaa keessatti Seeyfii isaati fi xiyya isaa malee hin argine.
Yaa Abaa Ubeeydaa osoo meesha mana keessatti godhattee ja’en?
Yaa Amiira mu’uminaa isinuu duniyaadha guyyaa tokko numa deemnaa mii ja’en.
Amiirri mu’uminaa booyeeti ;nu cufaahu duniyaan nu jijjirte si malee yaa Abaa ubeeydaa ja’en.
Yeroo Sinwaar ajjeefame meeshaan isarraa hafte guututti hangana.!
Yaa Rabbi Rahmata kee bal’aa isaaf godhi.!

»@mubarek54
17👍4
10
Rabbiin dura »:
» si sattara
» si yaama
» siif araarama
» eegasi si jaalata
» dilii tee toltutti siif jijjiira
مأكرمك يا ألله ❤️

|| @mubarek54
17👍1
2025/10/25 08:06:11
Back to Top
HTML Embed Code: