Channel created
Channel photo updated
๐Ÿƒ โ”„โ”‰โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”‰โ”„๐Ÿƒ

Assalaamu alaykum worahmatullaahi wobarakaatuhuu๐Ÿฅ€โค๏ธ

๐Ÿƒ โ”„โ”‰โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”‰โ”„๐Ÿƒ

Kabajamtootaafi jaalatamtoota obboleeyyan koo kanneen fagoof dhihootti argamtan hundumtuu bakka jirtanutti nagaaf rahmanni rabbii isin woliin haa jiraatu jechaa channel kiyya haaraya join gochuun ergawwan garaa garaa qur'aana,hadiisaafi jechoota salafaa ammas bifa walaloo adda addaatiin hordofuu akka dandeessan isiniif ibsaa gamanumaa ofiif channel kiyya #join gootanii hiryoottan keessaniifis #share akka gootan kabajaan isin gaafadha.

@muyaka_1 @muyaka_1

๐Ÿƒ โ”„โ”‰โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”‰โ”„๐Ÿƒ
๐Ÿƒ โ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ ๐Ÿƒ โ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ
  โœSheekul Islaaam Ibnu Teemiyaan akkas jedhu:~

             "Gaachanni guddaan qalbii ilma namaarraa shayxaanaafi jeequmsa isaa ittisu zikriidha. Qalbii rabbiin yaadachuudhaan ijaaramte shayxaanni itti seenuu sodaata. Ilmaan aadam gaafa zikriirraa gara galanii qalbii jaraa ona taasisan karra guddaa shayxaanaaf ofitti banani jechuudha."

Dhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel telegram kiyya haaraya #join gochuun hordofuu dandeessu.
                    #Muaz_Yakub_Official
          ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
Obboleeyyan keessaniifis share gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿƒ โ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ ๐Ÿƒ โ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ
๐Ÿƒ โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹โ”„๐Ÿƒ ๐Ÿƒ โ”„ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹โ”„๐Ÿƒ
         Ibnul qayyi Al Jawziin akkas jedhu:~

                        ๐Ÿ“ฟGuyyaa qiyaamaa yeroo mindaan dalagaa illmaan namaa hundatti mullifamtu hojiiwwan gaggaarii keessaa mindaan zikriidhaa hunda caaltee argamti. Gaafa sana ilmaan namaa haala gaddaniin hojii ๐Ÿ“ฟzikrii๐Ÿ“ฟ caala salphaa ta'e hin argine ture jechuun dubbatu.

                 
๐Ÿ“ฟZikrii๐Ÿ“ฟ heddummeessuun mindaa guddoo rabbiin bira kaayyachuudha waan ta'eef of dagachuun hin barbaachisu.

โš˜Dhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel telegram kiyya haaraya #join gochuun hordofuu dandeessu.โš˜
                    #Muaz_Yakub_Official
                       ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
Obboleeyyan keessaniifis share gochuu hin dagatinaa.
๐Ÿƒ ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹โ”„๐Ÿƒ ๐Ÿƒ ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†๐Ÿƒ
โ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ ๐Ÿƒ โ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ
  โœSheekul Islaaam Ibnu Teemiyaan akkas jedhu:~

Gabrichi tokko wol-qixxummaa rabbiitiif tola ooltummaa isaa sirriitti beekuutu isarra jiraata.

Rabbi nama tokko hin miidhu, eenyuunillee ta'u badii isaatiin alatti hin adabusi. Rakkinni rabbiin biraa gabricha tokkoof dhufte haqummaan kan guutamte obsa nama sanaa adda kan baastudha, tolli rabbiin biraa gabrichaaf kennamtus gaarummaadhuma isaarraati.
โš˜Dhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel telegram kiyya haaraya #join gochuun hordofuu dandeessu.โš˜
                    #Muaz_Yakub_Official
                       ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
Yeroo kamiyyuu jiruukee namaa woliinii bareeffadhu:

{Yoo tola ooluufii dadhabde miidhuuf hin yaalin....
Yoo gammachiisuu dadhabde hin mufachiisin....
Yoo faarsuunii dhiiftes hin abaarin... }

Channel kana #join godhi si fayyaduu dandeessi!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@muyaka_1 @muyaka_1
โ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹๐Ÿƒ ๐Ÿƒ ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ
                  #SHAMARRAN_AFUR(4)

Qalbii nama muslimaa tokko kessa shamarran afurtu jiraatti: [Haadha(harmee), Haadha manaa(jaartiisaa), Obboleettii fi Intala]

โ–ซ๏ธKan jalqabaa jaalalti isiidhaa jaalala rabbiirraati.

โ–ซ๏ธKan lammataa kabajaan isiidhaa ergaa rasuulaati.

โ–ซ๏ธKan sadaffaa firummaa isii fufuun tola itti ooluun barakaa siif argamsiifti.

โ–ซ๏ธKan afraffaa guddisa isii tolchuun gama jannataa si oofti(geessiti).

โคด๏ธJara kana hundaafuu yoo ati tola oolteef Rabbis tola sitti oola kanaafuu afran jaraatiifuu tola ooluu hin dagatin.

โš˜Dhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel #Muaz_Yakub_Official jettu #join gootanii hordofuu dandeessu.โš˜
                    #Muaz_Yakub_Official
                       ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
Muaz Yakub Official pinned ยซโ”„โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹๐Ÿƒ ๐Ÿƒ ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”„๐Ÿƒ                   #SHAMARRAN_AFUR(4) Qalbii nama muslimaa tokko kessa shamarran afurtu jiraatti: [Haadha(harmee), Haadha manaa(jaartiisaa), Obboleettii fi Intala] โ–ซ๏ธKan jalqabaa jaalalti isiidhaa jaalala rabbiirraati. โ–ซ๏ธKan lammataaโ€ฆยป
๐Ÿƒโ”‰โ”‰ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹๐Ÿƒ ๐Ÿƒ ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹โ”‰โ”‰๐Ÿƒ
           #YEROO_SALAANNI_GUUTAMTUโค
โœYoo gammachuu dhabuun sitti dhaga'amte.....

Beeki sumatu akka gaariitti salaatuu dagate๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ’”

Salaataan boqachuuf salaatarraa boqachuun wol adda. Qalbiin hordofii lameen keessaa kam akka hojjataa jirtu adda baafadhu.

Yoo shayxaanni salaata keetirraa si jarjarsellee wontoonni ati barbaadduufi argachuuf dhamaatu hundisaatuu to'annoo gooftaa tokkicha ati fuulasaa dura dhaabachuu gabaabsaa jirtuu harka jira kan sii kennuuf kan si dhorgus isuma ta'uu hubadhu.

Rabbiin jaalalasaa nuuf haa kennu, fuula isaa dura dhaabachuus nuuf haa laaffisu.

โš˜Dhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel #Muaz_Yakub_Official jettu #join gootanii hordofuu dandeessu.โš˜
                    #Muaz_Yakub_Official
                       ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
๐Ÿƒ ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜† ใ€‹๐Ÿƒ ๐Ÿƒ ใ€Šโ˜†๐ŸŽ€โ˜†ใ€‹๐Ÿƒ
           #TAABOTA_DHOKATAA

                         โœHasan Al Basriin..... daguu gabbarsuu rabbii keessatti uumamu gadi fageessanii ilaaluun wontoota osoo hin beekamin rabbii gaditti gabbaramaa jiran yeroo ibsan akkas jechuun dubbatu.......๐Ÿ‘‡

"Ummata hundaafuu taabota rabbiin alatti gabbarantu jira, taabonni ummata kanaa yeroodhaaf maallaqa."


๐Ÿคฒ Rabbi nama yeroof maallaqa gabbaru kan yerootti amanuuf maallaqa jala fiigu jaraaf jiraatee jarumaaf du'u nun taasisin.๐Ÿคฒ

โš˜Dhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel #Muaz_Yakub_Official jettu #join gootanii hordofuu dandeessu.โš˜
                    #Muaz_Yakub_Official
                       ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡         ๐Ÿ‘‡
                     https://www.tg-me.com/muyaka_1
ุนู† ุนุจุฏ ุงู„ู„ู‡ ุจู† ุนู…ุฑูˆ ุจู† ุงู„ุนุงุต ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ู…ุง ุฃู† ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ู‚ุงู„ : ( ุฎูŠุฑ ุงู„ุฏุนุงุก ุฏุนุงุก ูŠูˆู… ุนุฑูุฉ ุŒ ูˆุฎูŠุฑ ู…ุง ู‚ู„ุช ุฃู†ุง ูˆุงู„ู†ุจูŠู‘ูˆู† ู…ู† ู‚ุจู„ูŠ : ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡ ูˆุญุฏู‡ ู„ุง ุดุฑูŠูƒ ู„ู‡ ุŒ ู„ู‡ ุงู„ู…ู„ูƒ ุŒ ูˆู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ ุŒ ูˆู‡ูˆ ุนู„ู‰ ูƒู„ ุดูŠุก ู‚ุฏูŠุฑ ) ุฑูˆุงู‡ ุงู„ุชุฑู…ุฐูŠ ( 3585 ) ูˆุญุณู‘ูŽู†ู‡ ุงู„ุฃู„ุจุงู†ูŠ ููŠ " ุตุญูŠุญ ุงู„ุชุฑุบูŠุจ " ( 1536

hadiisa Abdallaahii ibnu Amri irraa odeeffame kanaan nabiyyiin keenya(Alyhissalaatu wossalaam) akkas jedhan
"Irra caalaan du'aa'ii du'aa'ii guyyaa Arafaati, irra caalaan du'aa'ii aniifi nabiyyoonni na duraa jennee " Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu lahul mulku walahul hamdu wohuwa alaa kulli shay'in qadiir"

Hadiisni kun sadarkaa guyyaan Arafaa qabuufi sadarkaa kalimaan tawhiidni qabuufi jechi tawhiidaa kun du'aa'ii isa irra caalaafi jabaa ta'uu Isaa argisiisa.

Kanaaf namni rabbiin isaaf laaffisee dachii Arafaa dhaabates ta'ee kan hin dhaabbatinis guyyaa arafaa, guyaa sadarkaa guddaa qabu kanatti fayyadamuun khayrii hojjachuun haa dabarfannu.

Rabbiin nama khayrii guyyaa kanaa iraa fayyadamu nu haa taasisu. kalimaa tawhidaa kanas qabiyyee isii nama sirriitti hubatee, isii irratti jiraatee isii irratti du'u nu haa godhu.

โœ Abduljawaad Tamaam

https://www.tg-me.com/amirtemam1
--> Muhammad <--
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
--โ—‡-โค โค-โ—‡--
Lubbuun hunduu
Gara nabiitti qajeeluu
Ragaan qaba kanaaf
Kan maraafuu galu

Ragaankoos beektota
Jarreen ulamootii
Muhammad waamamnaan
Ijji imimmaan buufti

Muhammad jechuun kana
Abbaan qajeeltumaa
Isuma ergamaan
Rasuulli aalamaa

Walaloo qofaa miti beekumsas woliif haa qoodnu.
Walaloo mimmiidhagoo ta'an argachuuf๐Ÿ‘‡

    -------->@muyaka_1 <--------

-------->๐Ÿ”น๏ธ๐Ÿ”ท๏ธ โ˜๏ธโ“™โ“žโ“˜โ“๐Ÿ‘† ๐Ÿ”ถ๏ธ๐Ÿ”ธ๏ธ<--------
Numarra Marmaarti.....


Siyaasni bara hundaa
Durirraa yoo lakkoofte
Kan gamaaf kan gamasii
Nurraa mudhii murte....


Buqqaanaan kan ilaallu
Bahaanis lammii keenya
Kaabaanis nu mudate
Kan bara as dhiheenyaa....


Hammarreessi dheengadda
Madaansaa nu laalesse
Kaabatti tarkaanfatu
Wolloodhaan nu bobeesse....


Callisuuf karoorfadheen
Dadhabee ifa baasa
Reebicha muslimtaat
Garaakoo na madeessa

Wolloo dachiin ilmii
Kaazeenaan beekumsaa
Buqqa'ee rakkannaan
Maaliifan callisa?


Wolloon dhiiga kooti
Adamsituu diinaa
Gargaarree qubsiisuun
Numaafuu ulfina!
2025/10/31 06:35:58
Back to Top
HTML Embed Code: