Telegram Web Link
Namni na jibbitu yoo jiraatte akka gootuu.......Qilleensa keesatti fudhadhu ; deebisii baasi . Kanaan ala waan gootu tokkoyyuu hin qabdu !!!!!
Nama Biiliyoona 7 ; Eenyummaa Biliyoona 14 . Baay'ee nama dhiba πŸ˜₯
Yemmuun akka itti qofaa jiraatan bare hundinuu naa salphate!!!
Yeroo tokko tokko namni hundinuu akka waan sitti toleetti yaadu ; garuu keessa keetti waraana Addunyaa 4ffaa tu geggeefamaa jira !!
Namni kan inni ittiin madaalamu madaallii sirriin #Namummaa isaa qofa!!!
Kaayyoo dhaabbataa malee , rakkoo dhaabbataan hin jiru !!!!

#stay #positive
@oromoinspire
Murtoo kamiyyuu yeroo murteessitu , dhiibbaa miira kee irraa bilisa tahuu isaa mirkaneeffadhu !!!
Suuta deemuu nan danda'a , garuu yoomiyyuu duubatti hin deebi'u !!!!! Muramte
Galma kee gahuuf waraana Impaayeera naannoo kee sana jigsee galma keen si geessisu qopheeffadhu !!!!!!
Ati nama biyya gaggeessuuf mul'ata qabu yoo taate ; nama ganda bulchuuf abjootu waliin hin oolin !!!!!

@oromoinspire
πŸ‘‰Join & share
Dhugaa tokko sitti himuu Ati Addunyaa kanaaf #VIP dha !!!!!!
Duumessaa'uun samii sitti qoorruuf miti sii Roobuu fi !!!!

Halkan bareedaa qabaadhaa !!!
#stay #positive
@oromoinspire
Waa'ee jireenya nama tokkoo hamachuu fi kufaatii ykn dadhabina isaa haasawuu keetin duratti.
Kana yaadadhu, jireenya kee keessatti boqonnaan (chapter) ati sagalee ol kaaftee dubbisuu hin feene akka jiru Hubadhu.

@oromoinspire
Yeroo tokko tokko Nageenya sammuu kee argachuudhaaf murtoo onnee kee madeessu murteessuu qabda!!
Leenci hangamillee beelahu marga hin nyaatu.

@oromoinspire
Dhiifama Wal fakkaataa si'a lama hin fudhatin!
━━━━━━━━━━━━━
@oromoinspire
Waaqayyo bira Rakkoon tekinikaa hin jiru. Waan  inni siif qopheesse kan si jalaa fuudhu hin jiru.

@oromoinspire
Waan salphaa ta'ee mitii
Waan sirrii ta'e hojjedhu!!


@oromoinspire
Inspire Afaan Oromoo pinned Β«Dhiifama Wal fakkaataa si'a lama hin fudhatin! ━━━━━━━━━━━━━ @oromoinspireΒ»
2025/05/22 09:13:56
Back to Top
HTML Embed Code: