Telegram Web Link
Jireenya kee keessatti qormaanni inni guddaan dhugaa keessa kee jiru nama hubachiisuu dha. Namoota ani qaba jettu , maatiin kee , hiriyyonni keeyyyu si fudhachuu dhiisuu danda'u. Kanaafuu furmaanni isaa maal dharee ?? Dhiisuu dha!!

Yeroo ati itti namoota hubachiisuuf fixxu ofii keerratti yoo hojjette guddaa dha namni si hubachuu haa dhiisu ati hubannaan in gaha..Kanaafuu waa'ee namaa dhiisiitii deemsakee itti fufi !!!

@oromoinspire
@oromoinspire
#Of ta'u

Biyya lafaa kanarra of ta'uu kan caale guddinni hin jiru. Gaafa of taatu namoonni si jibbuu danda'u garuu keessa isaaniitti isaanis akka kee ta'uu barbaadu. Ati namoonni nan jaallanne jette akka isaanii taata taanaan fuuldura kee isaantu siif murteessa jechuu dha. Kanaaf Of Ta'i!!!

@oromoinspire
@oromoinspire
👉join & share
Dhumarratti hundi isaayyuu gaarii ta'a , gaarii miti taanaan hin dhumne jechuu dha !! Stay positive

@oromoinspire
@oromoinspire
Yemmuu waan sammuun kee yaadaa jiru fi miira kee jecha ittiin ibsattu dhabdu of dhiphisuurra callisuun barbaachisaa dha !!
@oromoinspire
@oromoinspire
Namoonni na jibban jettee hin aarin , sababni isaa namoonni baay'een ofii isaaniiyyuu hin jaallatani !!
@oromoinspire
@oromoinspire
Abadan dandeettii adurreen , Leenci hin hoogganamu ; Sareen inuma dutti Leenci ammayyuu Mootii dha!!!!

@oromoinspire
@oromoinspire
Namni hundi addunyaa tana jijjiiruu ni yaada, garuu namni dura of jijjiiruu yaadu muraasa.

@oromoinspire
@oromoinspire
Kana beektuu laata?

Miseensa garee kanaa ta'uu qofaan, umurii keessan irratti waggaan 3 akka dabalamu!

😀😀😀😀
@oromoinspire
"Taateen tokko guyyaa jijjiira, guyyaan tokko jireenya jijjiira, jireenyi tokko immoo addunyattii jijjiira"

@oromoinspire
#Ka'i !!

Ofumaa sababa hin barbaadin, hirribarra ka'uun yoo sirra jiraate ammuma ka'i, hamma ganama sa'atii 4 - 5 tti raftee waan fiddu tokko hin qabdu waan hamma hojjechuu qabdu boodaaf hin tursatin osoo guyyaa har'aa hin xumurin isa borii hin eegin!!

#Halkan nagaa

https://www.tg-me.com/oromoinspire
#Hin danda'u hin jedhin !!
Akka fakkeenya Waaqayyotti kan uumamte ati uumama addaa dha . Dhugaatti karaan ittin wanta kana milkessu hin beeku jedhi Malee, Gaafas Uumaan Kee gaafa yeroon saa gahu karaasaa sitti agarsiisaatii !!!

#stay positive
@oromoinspire
Jireenyaa kee kessattii yeroo rakkoon sitti heddumatee,namoonni nannoo kee jiraan rakkoo atti kessaa jirtuu kana hubaatani,Rakkina ulfaataa kana jala darbuu hin dandeessuu sin jedhan ittin mataa kee cabsan,atis hin danda'u jettee osoo rakko kana injifachuuf hin taattaffanee jala tessee ilaaltee
taanan, atis akka gargaaraa rakkinichaa kana taate ofi beeki!

Gaafa kufte bakka kuftee kaatee waan itti kufteefi lafa itti kufte san irraa hin barattu taanan, ammas gara ofi duraatti kufaatiin kee waan sirra oolumuu miti! Kanafuu rakkoof jette harkaa kee hin laatin, hamaa dandeessuun tattaafadhu!!
@oromoinspire
Haalli rakkisaan akkamii iyyuu yoo si mudate abadan abdii hin kutatin.rakkoon yoomiyyuu yeroo muraasa qofa waan turuuf.kanafuu
Hardha mo'amuun kee bor akka mootuuf humna siif ta'a.hardha dhiibamuun kee guddina kee boriif sababa sii ta'a.Rakkoo booda bal'inumatu jira wani taahef!!!

#stay positive
@oromoinspire
《Dhalli nama nyaachu fi dhuguu ni beeka garuu dhandhaamuu kan beekan muraasa》

#konfishes
@oromoinspire
Qophummaan kan sitti dhagaa'amuuf namni waan si waliin hin jirreef osoo hin taane situ ofiikee waliin hin jiruufi.

@oromoinspire
Saffisaan deemuu barbaannaan qofaa kee deemi ; fagoo deemuu barbaannaan garuu namoota waliin deemi!
Wanti si gammachiisu maaldha ? Beekta taanaan iccitii dhaan qabadhu namatti hin himatin sababni isaas gadduu kee kan barbaadan baay'ee waan ta'aniif!!
Nama jireenya kee keessaa bahuu barbaade tokkoof heyyamuufii qabda !!!
Addunyaan kun akka isheen si yaadattuuf sababa quubsaa kenniifii darbi !!!
Waan #salphaa ta'e osoo hin taane waan #Sirrii ta'e hojjedhu !!!!
2025/05/22 03:42:00
Back to Top
HTML Embed Code: