Yaaddoo kee ajjeesi , yaaddoon kee sii ajjeesuun dura !!
@oromoinspire
@oromoinspire
HUBADHU!
▬▬▬▬▬▬▬
❏ AARIIN:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.
❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.
❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.
❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
《KANAAFUU OBSA QABAADHU!》
❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
《KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.》
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@oromoinspire
@oromoinspire
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
▬▬▬▬▬▬▬
❏ AARIIN:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.
❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.
❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.
❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
《KANAAFUU OBSA QABAADHU!》
❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
《KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.》
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@oromoinspire
@oromoinspire
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Addunyaan tun nama hamaa amala seeyxanaa qabuun hin baddu, nama oso hammeenya kana arguu itti dhiisee laalun baddi.
Waraanni addunyaa 3ffaan maalin akka ta'u hin beeku, garuu waraanni addunyaa 4ffaan dhagaa fi uleedhan ta'uuf taa'a.
# Albert_Einstein

Gaara guddaa jala dhaabbattee fiixee gubbaa isaa laalaa ooltef achi gahuu hin dandeessu, ol bahuuf tarkaanfatuu qabda.
@oromoinspire
@oromoinspire
@oromoinspire
@oromoinspire
Akka murtee sirrii murteessite kan beektu yeroo onneen kee keessi nagaha qabaatee dha.
__________________________
@oromoinspire
__________________________
@oromoinspire
Waaqayyotti aanee kan jireenya kee jijjiiru si qofa dha. Jireenya kee akka jijjiiraniif nama hin eegin sababni isaas nama iddoo keessetti hin argattu haalaan jijjiiramu waan ta'eef. Anaaf anuma qofatu jira jettee yommuu murteessitu ni jijjiiramta!!
@oromoinspire
@oromoinspire
@oromoinspire
@oromoinspire
Forwarded from Reading PDF (Getu Abera✟)
Abjuu Keetti Abdii Hin Kutin!1(0).pdf
4.1 MB
Abjuu Keetti Abdii hin Kutin!
@Milkaainajireenyaa
👤Abdii Abbiyyoo
📆Bara 2013/2021
📚 ᴀꜰᴀᴀɴ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ᴘᴅꜰ
Fuula-200║Hanga-4.1MB
sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ
@Reading_pdf
@Reading_pdf
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
@Milkaainajireenyaa
👤Abdii Abbiyyoo
📆Bara 2013/2021
📚 ᴀꜰᴀᴀɴ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ᴘᴅꜰ
Fuula-200║Hanga-4.1MB
sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ
@Reading_pdf
@Reading_pdf
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
#Waanuma_irra_deddeebitu_taatee_argamta.
Fixaan ba'insi jijjiirama ta'ii tokkeen mul'atu osoo hintaane, walitti idaa'ama amaleeffannaa guyyaa guyyaati. Galmi bu'aa waan argachuu barbaaddeeti; tooftaan garuu, adeemsa gara bu'aa sanatti geessudha. Bu'aa har'aa irra daandii imalaa gara bu'aa sanatti geessutti xiyyeeffachuu wayya.
Akkuma ulfaatinnikee amaleeffaannoo nyaataa ati qabdu mul'isu, beekumsikee idaa'ama hammam barachuukee agarsiisu, haala mataaf miilla hinqabne keessa jiraachuunkee waa'ee amaleeffannaa qulqullinakee waa himu, bu'aankee yeroo tokkoo walitti qabaa amalootakee guyyaa guyyaa madaallii yeroo sanaan duraati. Waanuma irra deddeebitu taatee argamta. Amalli gaariin yeroo gargaaraakee godha. Amalli badaan garuu yeroo diina sitti taasisa.
#Amallikee har'aa eenyummaakee boruuti waan ta'eef, bu'aan waan taatee argamtuu tolee akka argamuuf deemsakee guyyaa guyyaa sirreessi.
~
Madda: Atomic Habits by James Clear

Kufte jechuun moo'amte jechuu miti,
Kan ati moo'amtu gaafa harka keessaa guurrattee dhaabdu dha.
Kanaafuu #never give up

Dandeettii kee kan argisiisuu qabdu warra si dinqisiifatan otuu hin taanee warra si tuffatanitti haata’u!
Halkan gaarii qabaadhaa!!!
@oromoinspire
@oromoinspire
Halkan gaarii qabaadhaa!!!
@oromoinspire
@oromoinspire
👉Tulluun jireenya kee dura dhaabbatu wantoota lama agarsiisa
Isaanis:1 Si dhoksuudhaaf
2 Si mul'isuudhaaf
Filannon mul'achuus akkasumas dhokachuu kanuma keeti.
Yoo tulluu jala dhaabattee hafta ta'e tulluun sun si dhoksuun isaa hin oolu.
Yoo tooftaa injifannoo fayyadamtee tulluu sana mataa isaa irra dhaabbatte immoo addunyaatti si mul'isa
🙏🙏Share and join👇👇

Waan dubbattu beekuun Beekumsa.
Yeroo dubbachuu qabduu fi dubbachuu hin qabne beekuun ammoo, Ogummaadha.
@oromoinspire
@oromoinspire
Yeroo dubbachuu qabduu fi dubbachuu hin qabne beekuun ammoo, Ogummaadha.
@oromoinspire
@oromoinspire
‼️Nama 20f share gootu malee hin dhisin
@oromoinspire
#Of_beektaa?
Yeroo mana keenyaa baanu waan hedduu argina;
Kaan qaama hir'atee waan nyaatu nama kadhata.
Kaan Sammuu isaa dhabee karaa irra deema;
Ati garuu waan hedduun guutuudha; garuu Gamoo, konkolaataa, qarshii hedduun dhabe jettee uumaakee gaddisiisaa oolata!
Mee gaafa ati kophee brand'in dhabe jettee uumaa kee yakkitu inni miila itti kophee kawwatu dhabe maal haa jedhu?
Yeroo ati bilbila smart'n dhabe jettee of nyaattu inni sammuu ittiin bilbila fayyadamu hin qabne maal haa jedhu?
Mee hunduu sitti haa hafu altokko "uumaako guyyaa har'aa fayyaa ta'uu koof galatoomi" jedhi🙏??
#Uumako_waan_har'aan #na_geesseef_ulfaadhu jedhi👇👇
✍ ️@oromoinspire
@Oromoinspire

SAMMUU KEENYATTI HAMMAM FAYYADAMAA JIRRAA?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➲ Dandeettiin sammuu namaa dhokataadha. Yommuu ittiin hojjetan ba'ee mul'ata. Ittiin hin
hojjenne taanaan garuu sammuun dadhabaa fakkaata.
➲ Sammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu
sanaa hojiitti hiiksisuudha.
▷ Saayintistiin guddichi dhalootaan Yihuudii,
lammummaan isaa Ameerikaa ta'e Albeert Enistaayin utuu addunyaan hamma sana
sammuu isaa ajaa'ibsiifattuu akkana jedhe, "Dandeettii sammuu kootti harka dhibba
keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata!" Jedhe.
▷ Hayyuun Wiiliyaam Jeems jedhamu immoo giddu galeessaan ilmaan namootaa 10%-12% qofaa sammuu isaaniitti akka fayyadamanii
darban ibseera! Kana jechuun sammuun ilmaan namaa heddumminaan hojii isaa utuu hin hojjetin akkuma waliin dhalatetti waliin du'a jechuudha. Biyyeen albuuda guddaa hammana ga'u kuufachaa jirti!
➲ Addunyaa kana caalaatti
dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.
Dhoksaa isaa akka hubannu waaqni nu haa gargaaru!

Gorsa
➊. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjedhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama.
➋. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama.
➌. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef.
➍. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha.
➎. Yeroo keetti fayyadami! (Use time wisely)

#Ilaalchi kee
Dur yeroo ijoollummaa kee qarshiin 10 siif waan baay'ee guddaa ture amma garuu yeroo ilaaltu waan xinnoo dha! Qarshii ati amma akka guddaatti ilaaltus ilaalcha keedha malee waan xinnoo dha. Qarshii qofa miti fedhiiwwan kee hedduun ilaalcha keetu guddaa godhe malee waan guddaa miti !!!!!
Ilaalchi kee jireenya kee murteessa!!!

Dubartiin lammii Afrikaa Kibbaa takka altokkotti daa'imman 10 dahuun galmee dinqisiisoo addunyaa irratti galmoofte.
Dubartiin daa'imman kudhan(10) deesse tun daa'imman Dubaraa sadii(3) fi Dhiiraa torba(7) dahuun kan riikardii cabsite.
Daa'imman dhalatan kunneenis garaa haadha isaanii keessaa kan baafaman ji'a torbaffaa isaaniitti yaala baqaqsanii hodhuutiin akka ta'e ibsamee jira. Maqaan Dubartii tanaas Gosiiyamee Taamaaraa Sitoolee Jedhama. Galmee wantoota dinqisiisoo addunyaa (Genius Book Records) irratti galmaa'uu kan dandeesse immoo ji'a dura dubartiin Maaliiyaan Haliimaa Seesee jedhamtu tan Morookootti Daa'imman sagal(9) altokkotti deesse caaluun riikardii qabatte.
Haati daa'imman sagal altokkotti deesse tun kanaan duras daa'imman lakkuu akka qabdu ifoomsa
maddi Oduu DW Amharic.