Telegram Web Link
ุนูŠุฏ ู…ุจุงุฑูƒ ๐ŸŽ†๐ŸŽ†๐ŸŽ‡๐ŸŽ‡๐ŸŒ…๐ŸŒ…
๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ

ุชู‚ุจู„ ุงู„ู„ู‡ ู…ู†ุง ู…ู†ูƒู… ุตุงู„ุญ ุงู„ุงุนู…ุงู„ ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
T.me/quwwatulislaam
๐Ÿ‘3๐Ÿ’ฏ1
ุนูŠุฏ ู…ุจุงุฑูƒ. ..
ูƒู„ ุนุงู… ูˆุฃู†ุชู… ุจุฃู„ู ุฎูŠุฑ...
Guutumaan itti nu haa deebisukaa Rahmaan !
๐Ÿ‘8โค1
๐Ÿ“ธ Roobee baaleetti Iidni ADHAA haala kanaan salaatamaa oole.

๐ŸT.me/quwwatulislaam
๐Ÿ‘20โค1
๐ŸฅญInshaa Allaah ..

๐Ÿ’ฆ
Turtii ji'a tokkoo booda @Quwwatulislaam tamsaasa isaa ni Eegala...
โ›ˆ
kanaaf obsaan nu Eeggadhaa..!
๐Ÿ†7โค3
As wr wb

๐ŸHammuma feenes BUSY taanu Way Salaamtaa Dadhabnaaree...!

๐ŸฆปObboleewan ,gaggaarii du'aa'ii keessaniitiin nan dagatinaamee Qormaata wahiitu Fuuldura koo jiraa....
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
โค10
Maashaa Allaah ๐Ÿ†๐ŸŽ‰๐Ÿ‘๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐Ÿ‘
Shamarree muslimaa Yunivarsiiticha irraa qabxii ol'aana galmeessisuun gulantaa kabajaatiin badhaafamte๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐Ÿ‘Œ๐Ÿฟ๐Ÿ’ช
Warabe University
Congratulations
T.me/quwwatulislaam
๐Ÿ†’6๐Ÿ†3โค2
:)แดœแด‹สœแด›ษชษชษช_สœแด€ส™ษชษชส™แด›ษชษชษช๐ŸŒธ
                   


แดกแด€แด€ษด แด›แดส€ส™แด€ สแด€แด€แด…แด€แด…สœแดœ!

[1].Rabbiin araara warra kadhataniif akkaan araaramaadha

:)guyyaa guyyaan yoo ballessite guyyaa guyyaan araarama rabbii kee kadhadhu๐Ÿ˜Š.


[2].warra rakkate haga dandeetteen gargaari/nama rakkate haga dandeetteen gargaari!

:) gammachuu argattaa๐Ÿ˜‡.


[3].Rabbiin {subhaanahuu wataุนalaa }si wajjiin ta'uusaatti Akkasumas,mala'ikoonni rahmaan araarama rabbiin siif kadhachuusaanitti jannanni waan siif qophaa'eef gammadiโ˜บ๏ธ.

[4].Immimmaan kee haxaawi,gooftaakee gaarummaadhan shakki!

:)tola rabbi siif oole lakkaa'un cinqii kee dhabamsiisi๐Ÿ˜Š!


[5].Duniyaan tun eenyumaafuu guutudha jettee hinyaadin!

:)lafa kanarratti namni waan hawwe hunda argatu hinjiru๐Ÿ™…โ€โ™€.


:)Namni cinqii irraa bilisa ta'ee hin uumamne๐Ÿ™โ€โ™€.


[6].warra si miidhe dhiifama godhiif!

:)dhiifamni jibba ibiddaa balleessa๐Ÿ’โ€โ™€.


[7] .qulqullinaa, wudu'aa fi siiwaak.

:)rakkinaa fi cinqii akkaan jabduuf furmaata ta'a.


ยฐโ€ขโ˜† Habiibtiii Kabajaan siif mala si kan rabbiin {subhaanahuu wataุนalaa} sodaattee salaattuu fi soomtuuf...๐ŸŒด

ยฐโ€ขโ˜… siiifi tan hijaaba kee sirreessitee uffattuuf, isii qaxalee taatee fi ofsattartu
[Of eegdu]...


ยฐโ€ขโ—‹ สœแด€ส™ษชษชส™แด›ษชษชษชษช_แด›ษชสสแด€แด€ แด‹แด€ส™แด€แดŠแด€แด€ษด sษชษชา“ แดแด€สŸแด€๐ŸŒบ.


www.tg-me.com/quwwatulislaam
โค10๐Ÿ‘3๐Ÿ†1
๐ŸŽ€Alhamdulillaah......

๐Ÿค“Qormaatas xumurree walitti deebinee jirra...


๐ŸŒทAmma booda booda sagantaaleen @Quwwatulislaam itti fufu...inshaa allaah
๐Ÿ‘8
Dhiheemya kana sagantaalee haaraadhaan isinitti dhufaa jirra,...,,maal jettumee isin
โค20๐Ÿ”ฅ3
โ–ชโ˜†๏ทฝโ–ชโ˜†


๐Ÿ’ซุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจู€ู€ุฑูƒุงุชู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู‡
๐Ÿค—๐Ÿฅฐ
๐Ÿ‘3
โ–ชโ˜†๏ทฝโ–ชโ˜†

๐Ÿ’ซุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจ ุงู„ุชุงุฌ ูˆุงู„ู…ุนุฑุงุฌุŒุตุงุญุจ ุงู„ูˆุฌู‡ ุงู„ุฃู†ูˆุฑุŒูˆุงู„ุฌุจูŠู† ุงู„ุฃุธู‡ุฑุŒุณูŠุฏ ูˆู„ุฏุขุฏู… ุฑุณูˆู„ ุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู† ุนู„ูŠู‡ ุฃูุถู„ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุฃุชู… ุงู„ุชุณู„ูŠู…

๐Ÿซด#Rahmaan......?!

๐Ÿ‘‰ Rabbi Rahmaan yoo jedhamu laaftumatti hin laalin ati......!
โœRahmaan bar osomaa ati isatti dilooytuu....osomaa ati Isa dagattuu.....osomaa ati Isa didduu....ifitti si qaba.
๐ŸซฐHin agarrree taraa garii....osoo ati Isa hin gaaftin rahmatuma isaatiin wantoota ati jaalattu siif Kanna!!
๐ŸซฐTaraa garii bakka Namoota gurguddaa,warra kabajaa,warra beekumsaa ....simaa laaftuu kana kaaha!!
๐ŸซฐBar!Rahmaan waan ati kadhatte kan hayaata keetiif hamaadhaa.....siif hin kennu....waan ati kadhatuu dagattes waytuma Waa Isa gaafattee walitti qabee siin gammachiisa.!!
โœ๐ŸฝWaa tokko Beeki immoo....?!!

๐Ÿ‘‰Yoo argattes,yoo dhabdees waan barbaaddu.......!๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Lamaan keessattuu mokkortii/fatanaa keessa jirta.....!!
๐Ÿ‘‰Yoonif argattes....#Ni shakkarta moo?!
๐Ÿ‘‰Yoonif dhabdees....#Ni sabbarta moo?! Kan jedhu fatenaadha.

๐ŸคŒRabbiin warra yoo argatan shakkaran,yoo dhaban sabbaran irraa nu haa taasisu๐Ÿคฒ๐Ÿพ

๐Ÿคฒ๐ŸพAamiin


Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡


www.tg-me.com/quwwatulislaam
โค1๐Ÿ‘1
2025/07/14 03:48:45

โŒPhotos not found?โŒClick here to update cache.


Back to Top
HTML Embed Code: