Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŒ™Hub.

๐Ÿ’ฅSagantaan
#WAL -DORGOMMII MARSAA 1ffaa kan Xumuramu JUM'AA dhufu kana.

๐Ÿ’ผKanaafuu
#SHARE #SHARE godhadhaatii Abbaa Badhaasichaa ta'aa!
๐Ÿ’ซ๐Ÿ’ซ๐Ÿ’ซ๐Ÿ’ซ๐Ÿ’ซ
โœ#Warroonni Wanta Diinaa keessanitti rarra'u irraa waa gaafadhuu feetan ALIMA GUDDAA Baalee qabdu #SHK #ABDUSSALAAM #XAAHIR
akka GODINA #BAALEETTI kan FATAAWAAF qophaaye lakk.as jala isiniif kaahee jiraa bilbilaatii Waan isin dhibe gaafadhaa..!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
ุงู„ุดูŠุฎ :ุนุจุฏ ุงู„ุณู„ุงู… ุทุงู‡ุฑ
0913268856
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ†Moohattoonni marsaa kanaa hamma Galgalatti POST ni godhamu..!
Rabbii kee beeki
Najaat siraaj
ุงู„ุดูŠุฎ:ุฃุจูˆ ู…ุงู„ูƒ..
๐Ÿ‘คSHEIK:ABU MALIK
https://www.tg-me.com/Najatsiraj36
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Sunnaa_Dagatamte
ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡ุŒ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ูˆู„ู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ....

Imaamul Bukaariin sahiiha isaa keessatti Odeessee:- " Umar ibnul Kaxxaabiifii Abu hureeyraan, Kurnan Zul-hijjaa keessa Gama magaalaa bahanii takbiiraa jedhan, Ummannis takbiiraa isaaniitiin ka isaan waliin takbiiraa jedhan tahan."
๐Ÿ๐Ÿ๐ŸAs wr wb
Kabajamtoota maatii
@Quwwatulislaam๐Ÿ‚
๐ŸชดNuti hundรจessitoonnii fi qindeessitoonni channel
@quwwatulislaam Hawaasa keรจnya barsiisuudhaaf kร ayyoo fi karooras qabna..
Wanti isin irraa nu fageesse immoo dhimmuma barnootaati..
๐ŸŒ–Ammaaf immmoo turtii ji'a 1 hin caalle keessatti deebinee sagantaalรจe hedduu wajjiin dalaguudhaaf karoora qabna..

Isin birahoo qophiin ni jiraa ๐ŸŽค
โ“

T.me/quwwatulislaam
๐Ÿ‚#Islaamummaa !
ุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุงู„ุฐูŠ ู‡ุฏุงู†ุง ู„ู‡ุฐุง ูˆู…ุง ูƒู†ุง ู„ู†ู‡ุชุฏูŠ ู„ูˆู„ุง ุฃู† ู‡ุฏุงู†ุง ุงู„ู„ู‡...
๐Ÿ‚Kana islaamummaa badhaafamne fedhii Fi dandรจtttii keenyaan osoo hin taane dandeettii fi fedhii Rabbii Aalamaatiini..Hundi faaruutuu isaaf haa ta'u jenneerra.

๐Ÿฅฒู„ูƒ ุงู„ุญู…ุฏ ูˆุงู„ุดูƒุฑ ูŠุง ุฑุจ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

T.me/quwwatulislaam
๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ#ุงู„ุฅุณุชุนุงุฐุฉ
๐ŸIsti'aazaa jechuun Gabaabinaan,Magantaa Rabbii Aalamaa irra barbaaduu jechuudha.
#ุฃุนูˆุฐ ุจุงู„ู„ู‡
๐ŸJechuudhaan gara isaatti dheessiitee magantaa Isarraa barbaadda..
๐ŸKan ittiin maganfatamu immoo Allaahaadha; kan irraa maganfatamu immoo Sheeyxaanaa Fi waan isa fakkaatuudha..
๐ŸKanaaf: gaafa rakkoon isnitti galtes Gara Allaahaa qofaatti maganfadhaa!

T.me/quwwatulislaam
๐Ÿ‘Œ #Hawaasa #kiyya #qaalii

๐Ÿ“œ Iddoo jirtanitti yeroo kana keessatti waa lama jabeeffadhaa ...

๐Ÿ’กAqiidaa teessan Aqiidaa Tawhiidaa jabeeffadhaa
๐Ÿ’กmajlisa keenya kan Innis isiniin uf beeku kan isinis isaan

uf beektan kanas jabeeffadhaaa...!

๐Ÿ”‘Anti-Towhid warroonni ta'an kanneen akka ahbaashaa fi fakkaatota isaanii karaa lamaan kanaan nutti qabsaayaa jiru waan ta'eef ...
๐Ÿ“ฆ๐Ÿ—’ุงู„ู„ู‡ู… ุงู†ุตุฑู†ุง ูˆู„ุง ุชู†ุตุฑ ุนู„ูŠู†ุง
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
T.me/quwwatulislaam
Audio
Yeroo
Markaza hamzaa
โฐKOORSII GABAABAA WAAHEE YEROO IRRATTI๐Ÿ•ฐ
2025/06/27 13:33:39
Back to Top
HTML Embed Code: