اللهم بلغنا رمضان🙏🙏
⌛️ @Kayreddin

Share to your muslim friends❤️


🎨 @Kayre_Bot
https://www.tg-me.com/joinchat-UA24iyqyJOqxU2O1
-
﴿ إِنَّ اللّٰـهَ لَا يَخْفَىٰ عَلَيْهِ شَيْءٌ ﴾


!
(ከአላህ ምንም የሚደበቅ ነገር የለም)
የፊትህን መገልበጥ(መለወጥ)ያያል፣የልብህን መቁሰል ፣ሀዘንህም ከሱ አይደበቅም;
ነገራቶችን ሁሉ ያሳካልሀል‼️‼️👌

:¨·.·¨: ❀
 `·. @Kayre_Bot
https://www.tg-me.com/Kayreddin
https://www.tg-me.com/Kayreddin
🌟Du'aayiin nama #soomuu hin deebifamttu((ni qeebalamtti))

🌟Rasuulli aalamaa ﷺakkana jedhan:
#Namoota saadii du'aayiin isaanii ni qeebalamttiif:
1,Du'aayii maatiin ilmaa godhan
2,Dua'aayii nama #soomuu
3,Du'aayii nama karaa deemuu
Hadiisota birootiif👇

@allguraba
Adaraa kee Allaahii kadhadhee narraa hin qeeballe hin jedhin..


إياك ثم إياك ثم إياك أن تقول
دعوت الله فلم يستجب لي


● ‏قال الشيخ العلامة محمد بن صالح العثيمين - رحمه الله تعالى - :
💥💥Shek Muhammad saalih ibnu usymiin rabbiin haa mararfatuuti akkana jedhan👇👇👇
✋🏻 لا تقنط ولو تأخرت إجابة الدعاء ،
📌Abdii hin muratin osoo deebiin du'aayii kee tureellee,
👈🏻 ما أمرك الله بالدعاء إلا وهو يريد أن يستجيب لك ،
📌Rabbiin bee na kadhadhaa jedhee hin ajajnee inni du'aayii qeebalaa waan ta'eef malee,
✋🏻 لا تستعجل ، انتظر وألح على الله بالدعاء ،
📌Hin jarjarin, suuta jedhii eegadhu, rabbii kee kadhadhu yeroo maraa,
🔊 فربما أن الله يؤخر إجابتك لأجل أن تُكثِرَ من الدعاء فتزداد حسناتك .
📌📌Kan deebii tursisuuf Allaahiini haa ati du'aayii baayiftee ajriin siif ida'uuf ta'uu ni mala.
💥💥Kanaaf yeroo maraa bakka maratti rabbii keenya kadhachuun nurraa jira abdiis murachuun du'aayiin Koo maaf ture jechuun hin barbaachisu

📓 [ شرح رياض الصالحين (٢٩٣/٤) ]
Madda sharhii riyaadaa irraa👆👆


Gara chaanalii keenyaatti makamuun beekumsa gara garaa kan diiniin Wal-qabatu gonfadhaa,

Join kan jedhu tuqaa
Akka hin irranfanne👇👇👇
@allguraba
Forwarded from ABUMUSLIM AFAAN OROMO
♦️السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Tuutni Namoota Sunnaa fedhii Rabbiitin yeroo dhihoo keessatti Finfinnee irratti Markaza fi Masjiida (Da'waa) biyyoolessaaf ka'uumsa ta'uun beekumsi irraattii akka tamsaafamu ijaaruf Waamicha Obboleewwanii fi obboleettiwwaniif taasifneen nu cinaa dhaabbachuu keessaniif Galanni Rabbii isiinif haa gahu.

Haaluma kanaan Ammallee gaafa Juma'aa (Ebla 29/2013 E.C), galgala Sa'aatii 4:00 - salaata Taraawiihaa booda Sagantaan galii sassaabuu "Onlinini/" ni gaggeeffama.

Sheekhonni fi Du'aatni akka:-
1. Sheikh Xaahaa Kadiir
2. Ustaaz Sa'iid Muusaa
3. Ustaaz Muhammad siraaj
4. Ustaaz Ibnu Munawwar
5. Saadaat Kamaal
6. Ustaaz Kadiir Ahmad
7. Abu Muslim umar
8. Ustaa Fu'aad Muhammad
9. Ustaaz Abul Abbaas
Fi kanneen birootis saganticha irratti ni argamu.
Kana waan taheef Sagantaa akkanaa adda tahe kanarratti hirmaachuudhaafi hordofuuf Liinkiwwan

TELEGRAM'dhaan ⬇️
https://www.tg-me.com/sunnacom

YOUTUBE'dhaan ⬇️

https://youtube.com/channel/UC7sSK_9DBAmHkrlWRuaomsg
#تقبلﷲ- منا-ومنكم-صالح-الأعمال!
Kan itti fayyadame itti fayyadame kuunis osoo rafu kunoo ramadaanni dhumate.
💥Garuu kan darbe hunduu fagoodha kan darbe darbeera kanaaf Amma kan nu barbaachisu ammaan boodaaf jabaachuu fi istiqaamaa qabaachuudha.
#Istiqaamaan maali??
Istiqaamaa jechuun gadi dhabachuu waan tokko irratti ragga'uu jechuudha.
Waan keyrii hunda iratti gad dhabachuu fi iratti istiqaamaa qabaachuun nuratti dirqama.akkuma rabbiin nabiyyii isaaﷺ ajajetti jechuudha.

Suratul Huud 112
فَاسْتَقِمْ كَمَا أُمِرْتَ وَمَن تَابَ مَعَكَ وَلَا تَطْغَوْا ۚ
((Gadi dhaabadhu akkuma ajajamtetti ati fi warroonni si waliin towbatanillee dangaa hin darbinaa))

📌📌عن أبي عمرو وقيل : أبي عمرة سفيان بن عبدالله الثقفي رضي الله عنه – قال : يا رسول الله , قل لي في الإسلام قولاً لا أسأل عنه أحداً غيرك, قال " قلآمنت بالله ثم استقم " رواه مسلم .
Hiika
📌Namtichi tokko gara rasuulaaﷺ dhufuudhaan akkana jedhee gaafate.((yaarasulallahﷺ islamummmaa keessatti waan tokko natti himi kan waan saniin booda nama biraa hin gaafanne. Isaanis akkana jedhanii,"Rabbitti amane jedhii isa irras gadhi #dhaabbadhu"))
Kanaaf nu hunduu waan ramaadaana keessa irra turre iratti jabaachuu qabna.
Salaata,soomana,qaraatii,sadaqaa,salatul aleylii, fi wantoota gadhee irra fagaachuu fa'a.
Barnoota birootiif join godha
@allguraba
🌟تقبلﷲ منا ومنكم صالح الأعمال!
🌟አላህ ከኛም ከናንተም መልካም ስራችንን ይቀበለን::
🌟Rabbiin hojii gaggaarii keenyas keessanis nurraa haa qeebalu.
رمضان محمد
@allguraba
⭐️sooma woggaa guutuufi⭐️
⬅️ عن أبي أيوب الأنصاري رضي الله عنه أن رسول الله ﷺ قال: 《من صام رمضان ثم أتبعه ستا من شوال كان كصيام الدهر.》
رواه مسلم(١١٦٤)
Hiika
📌📌Abbaa Ayyuubii irraa gabaafamee Rasuulliﷺ akkana jedhan "Namni Ramadaana soomee achiin booda guyyaa jaha shawwaalii irra itti hordofsiise akka waan nama waggaa guutuu soomeeti."
📚📚Musliimatu gabaase(1164)
Barnoota birootiif
@allguraba
📌📌If you don't pray, it means you are only A muslim in name. Those who neglect selat 🕌they will enter Hell🔥🔥...punishment for missing a single prayer intentionally (even if made up later ) is Hell for a long period.📌📌The messenger of Allah (pbuh) said, "A person neglecting his sellat" (even though he makes it up letter) shall remains in jahannem🔥 for a period of one huqb.👇👇
📌📌🤲The benefits of dhikr 👉1: Allah (swt) remembers those who remember him as he mensioned in his Holy Quran "Therefore remember me I will remember you," (Al Baqarah 2:152). 👉2: it protects you from your enemise. 👉3: it is the best deed being considered in islam and possible to do while doing anything 👉4: It endows the heart with life. ibn teymiya said, "Remembrance is to the heart what water💧🌊 is to fish🐬🐟. what happens to the fish that leaves the water ?" 👉5: Dhikr makes muslims closer to Allah Through this a person makes direct connection with Allah. 👉6: It removes the rust of your heart and purifies the heart as mentioned in Quran " Rather, the stain has covered their hearts of that which they were earning.":7👉dhikrr reduces stress😫🤦‍♀& depression 👉8: it protects you from evil eye👁👁👇👇
🤲subhan Allah wel hamdulillah la ilaha illalah we lahu akber 🤲 la ilaha illalah wahdehu la sherikellah lehul mulku welehul hamd wehuwa alla kulli sheyin Qhedir. x100 🤲subhanAllah we bihamdih subhanelahil azim x100 🤲la hawle wela Quwete illa billah 🤲Allahuma inii asalukal jenna x3 🤲 Allahuma ajirnii mine narr🔥🔥 x7 🤲Allahuma salii wa salim ala nebiynaa mohamed x10 🤲ya mukelibel kulubb sebit kelbii alla dinek x3 🤲subhanellaha we bihamdih adede kelkih werida nefsih we zin ete arshi wemidada kelimatih x3 🤲Allahuma inii asaluka tuqaa x3 🤲Allahuma Rhamni ,wegfirli ,werzoknii ,wejburnii , wensurnii.
@umeralfarukk 👈share
Forwarded from Abdulselam.R 📿
የቁርአን ቻናሎች በቃሪኦቻቸው ስም የሚያገኙበት!!

1 @mishary_rashid_al_afasi
2 @Yassen_Al_Jazairi
3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri
4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan
5 @Abdulbasit_Abdussamed1
6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais
7 @Ali_Al_Huzaifi
8 @Khalifah_At_Tonaeijy
9 @Ahmad_Al_Ajmy
10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi
11 @Emad_Al_Mansary
12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar
13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami
14 @Abdulhadi_Kanakeri
15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly
16 @Sheikh_Adel_Rayan
17 @Khalil_Al_Hussary
18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub
19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany
20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi
21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi
22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi
23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim
24 @Yasser_Al_Dosarii
25 @Muhammad_Al_Kurdi1
26 @Fares_Abbad1
27 @Sheikh_Salah_Bukhatir
28 @Imad_Zuhair_Hafez
29 @Muhammad_AbdulKareem
30 @Ahmad_Misbahi
31 @Abdulaziz_Az_Zahrani
32 @Ibrahim_Al_Asirii
33 @Abdulbosit_Qobilov1
34 @Abdullah_al_Matrood1
35 @Afzal_Rafiqov1
36 @Hani_Ar_Rifai
37 @Abdullah_Ali_Jaber
38 @Sheikh_Muhammad_Jibril
39 @Jazza_Alswaileh
40 @Bandar_Balila
41 @Mohammad_Al_Tablawi
42 @Wadee_Al_Yamani
43 @Ghassan_Al_Shorbajyi
44 @Zaki_Dagistan
45 @Ahmad_Al_Lahdan
46 @Abdullah_Xalif
47 @Yasser_Al_Qureshi
48 @Nabil_Al_Rifai
49 @Salah_Al_Hashem
50 @Shirazad_Taher
51 @Tawfeeq_As_Sayeghh
52 @Rashid_Al_Arkani
53 @Sheikh_Mustafa_Ismail
54 @Ali_Yakupovv
55 @Abdullah_Kamel
56 @Mahmud_Ali_Albanna
57 @Sheikh_Idris_Abkar
58 @Hassen_Saleh
59 @Moeedh_Al_Harthi
60 @Ahmed_Naina
61 @Waleed_Al_Naehi
62 @Saber_AbdulHakam
63 @Mohammad_Saleh_Shah
64 @AbdulMuhsin_Qasim
65 @Salah_Al_Budair
66 @Akram_Alalaqimy
67 @Jamaan_Alosaimii
68 @Abdulmohsen_Harty
69 @Abdul_Wadood_Haneef
70 @Mohammad_Al_Abdullah
71 @Yahya_Hawwa
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 1 month. If it remains inactive in the next 8 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
2024/05/04 11:23:32
Back to Top
HTML Embed Code: