Assalaamualaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
Namooni #Nursing Eebbifamtani Biyyaa Arabaa Deemtani Hojjachuu Fedhaa Qabdan +251903323292 Naa Qunama
๐–๐Ž๐Œ๐€๐
๐–-Wonderful Mother.
๐Ž- Outstanding Friend.
๐Œ-Manage Family
๐€- Adorable Siste.
๐ - Nicest Gift To Men From Allah
๐Š๐š๐›๐š๐ฃ๐š ๐จ๐Ÿ๐ข๐ข ๐ก๐š๐ฐ๐ฐ๐ข๐ญ๐ฎ ๐ฌ๐š๐ง๐š ๐๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ๐ข๐ฌ ๐ก๐š๐ฐ๐ฐ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ซ๐ฌ๐ข.
Facebookni yeroo bante jalqabarratti " ๐–๐ก๐š๐ญ'๐ฌ ๐จ๐ง ๐ฒ๐จ๐ฎ๐ซ ๐ฆ๐ข๐ง๐?"Je'ee si gaafata.Abalu maal je'ee fi maal akka maxxanse itti aansee siif fida.

Kanaafuu jalqabni waan ati yaaddu malee, waa'ee namoonni dhimma keetii yaadanii miti jechuudha.

Ilmi namaa waa'ee isaa qofa osoo yaadehuu yeroon hin geessuuf. Waa'ee nama biraa xiinxaluu fi quba namatti laachudhaan wanni jijjiiramu yoo jiraate, yeroo fi garaacha ofii gubuu qofa. Akka ati itti if yaaddu malee, akki namni itti si yaadu waan tokko siif hin ida'u sirraahiis hin irrisu.

๐†๐€๐‹๐€๐“๐Ž๐Ž๐Œ๐€
#Nuti_Simalee_hin_qabnu!

โžพWaan dabre keessattis,
โžพWaan amma harkaa nu qabu keessattis,
โžพWaan dhufuuf taa'u kamuu keessattillee nuti si malee kan biraa hin qabnu.
Nuuf biramadhu Yaa Allah
Jaloo Milkiin Salatรกa Waliin Salataa Jabeessi Caalaan Nama ilee ishee nuuf dhamani Allaahumma salli wasallam wabaarik alaa nabiyyinaa muhammad(S.A.W)
ุฃู„ู„ู‡ู… ุจู„ุบู†ุง ุฑู…ุถุงู†๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹
2024/04/29 02:43:53
Back to Top
HTML Embed Code: