فـ (الوَسَـطـيَّـةُ) تجمع أمرين:
←أحدهما:
الاستقامة على دين الإســلام.
←والآخـر:
البراءة من الإفراط والتفريط.
• وهذه هي الوَسَطِيَّة الممدوحة شرعًا.
• أَمَّا إطلاق الوَسطِيَّة بمعنى (مُلاينةِ الخَلْقِ في تَرْك الحقِّ): فهذا معنى باطل.
←أحدهما:
الاستقامة على دين الإســلام.
←والآخـر:
البراءة من الإفراط والتفريط.
• وهذه هي الوَسَطِيَّة الممدوحة شرعًا.
• أَمَّا إطلاق الوَسطِيَّة بمعنى (مُلاينةِ الخَلْقِ في تَرْك الحقِّ): فهذا معنى باطل.
د. صالح العصيمي - من شرح العقيدة الواسطية لابن تيمية الحفيد
Telegram
نُزْهَةُ الفُضَلَاءِ
6- شرح العقيدة الواسطية لابن تيمية الحفيد
❤1
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu Darsiilee har'aa dhiifama baarakallaahu fiikum
👍8❤1
🍀* Wanta Rasuulli ﷺ hojjechaa ture tokkollee itti dalagu malee gonkumaa kaniin Dhisuu miti. ajajoota isaatirraa waan tokkollee yoon dhiise jallachuu koon ofirratti sodaadha "]|*. Abu Bekri Al-Ssiddiiq Radiyallaahu anhu.
❤17👍7
Cal jettee hin taa'iin. Kurna yeroo kamuu caalaa dalagaan kheeyrii isi keessatti hojjetamtu rabbi biratti kan yeroo biraa caalaa jaalatamtuu fii irra caaltu keessa jirta. Qur'aana irraa waan siif laafe qara'i. Subhaanallaah wal hamdulillaah walaa ilaaha illallaah wallaahu akbar. Walaa howla walaa quwwata illaa billaah jechuun si afaanii hin bu'in.
❤28👍8
HADIISOOta 20 hafan Salaata maghriibaa booda sa'atii 1:30 irraa eegallee xumurra inshaa allaah
👍5
۞- Yaa ikhwataah!. " Sahaaboonni Rasuulaa ﷺ kadhaa isaanii kan guyyaa arafaatiif qopheeyfatan turan. Gariin warra gaggaarii tokko " wallaahi! Guyyaa arafaa du'aa'ii tokko kadhadheetuma osoo waggaan itti hin naanna'in dura akka fajrii dhoohee as bahutti isii agaru malee hin hafne.» kan jedhu ture.
Guyyaan arafaa sun Sa'atiilee muraasa booda nu dhaqqaba; Maal maal keessa rabbii kee kadhahuuf qopheeyfatte?. Akhii guyyaa kanarraa dagataa dagamaa hin ta'in.»
✓. Du'aa'ii teeysan guyyaa boruutiif Kurfeeyfadhaa walirra kaa'adhaa qopheeyfadhaa.!.💜
Guyyaan arafaa sun Sa'atiilee muraasa booda nu dhaqqaba; Maal maal keessa rabbii kee kadhahuuf qopheeyfatte?. Akhii guyyaa kanarraa dagataa dagamaa hin ta'in.»
Zul-Hijjaah 8,1446H
👍3
Guyyaan arafaa guyyaa Du'aa'iiti. Maal keessa kadhachuu fii hojjechuuf qophooyte?.
✓. Hin dagamin hin gowwoonin. Guyyoota arafaa hedduutu amma dura bilaashumatti sibira dabare kan waggaa har'aa kun sekondiileen isa keessa tokkolleen bilaashitti sibira hin dabarin. Haajaa tee dimshaashaa fii tokko tokkooniis ta'uu tartiibreyfadhu walitti qabii qalbii bira jirtuun rabbii keetti waywaattadhu. Kan hedduu sitti dhaabbattuu fii sitti jabduu itti deddeebiachuu fii deddeebisuu heddummeeyfadhu. Haajaa fii Rakkoo tee hunda Rabbii keetirra fidadhu. Wawallaahi! Rabbiin ﷻ garbicha harka isatti ol fuudha harka duwwaa gad deebisuu irraa qaanfataadha.»ღ

❤1👍1
۞- guyyaan arafaa irra caalaa guyyaa aduun isa keessatti baateeti. Du'aa'iin isaa keessaa irra caaltuu du'aa'iiti. Nama muslimaa kamirrayyuu kadhaa fii du'aa'ii isaa tartiibeeysuun qophaa'uufii isarraa eegama. Balballi kennaa fii arjummaa rabbii xarafaa hanga xarafaatti banamteeti warra seenanii fudhatan eeggataa jirti. Laata nuti balbalicha seennee waan hawwinee fii barbaannu hammarrannee fudhachuu irraa eeysa jirra?. Haajaalee teetii fii waan barbaaddu hunda lakkaawwadhu qopheeyfadhu. Rabbii keetitti miskiinoomuu fii haajomummaa tee hoongaan gahii mul'ifadhu. Daangaan gahii fuuldura isaatti if gad caccabsii of gad xiqqeeysi. Wawallaahi! hanga nuti fuuldura rabbiitti of qabuu,of cabsuu fii of gad xiqqeeysuuf yaadnu san caalaa salphatoo fii xiqqaattoodha. Fuuldura rabbii keetiitti boo'i. beeki!. Isa malee wanti tokko si hin fayyaddu rakkoo keessa jirtu keessaa si hin baastu bakka hawwiteeniis si hin geeysu. Wawallaahi! yoo inni furmaata,milkii,argachuu fii gammachuu siif murteeyse siitu milkaawaa, gammadaa,argataa fii tolaadha. Rabbii keetirraa qofa malee kheeyrii nam tokkoo fii wanta tokko irraayillee hin kajeelin. Kana beekaa qalbiirratti hidhataa tuulaa kadhaa fii haajaa teetii fuuldura rabbii keetii geeyfadhu. Kheeyrii guddoon gammadi.»
Guyyaan Guyyaa Arafaati. Irra caaltuun du'aa'ii; kadhaa guyyaa arafaati.»
❤14👍1
Yeroon yeroo du'aa'ii fii istighfaaraati; daqiiqaalee yeroo hiraabaa ( suhuuraa) irra caalaa guyyoota addunyaa kunneen bilaashumatti sirra hin darbin.
👍19
Saahibni keessan haajaa jabduu hedduu qaba. Du'aa'ii teeysan keessatti na hin dagatinaa . Rabbiin ﷻ kadhaa teeysan isinirraa haa qeebalu. Garboota hedduu ibiddarraa bilisoomfamanii haajaan isaanii isaaniif baatee kadhaan isaaniitiif isaaniif owwaatamterraa isin taasisee isin haa gammachiisu
❤9👍5