Telegram Web Link
۞- Barataan ilmii shari'aa baratu kan reefu gosoota ilmiilee keessa seenuu fii eegala jiru eenyuutu irra beekha jechuu osoo hin taane sheekha kamtu irra ilmii isaaf as dhiheeysee laaffisee isaaf galcha jechuutti haajama.»


Namni reefu barnoota shari'aa jalqabu nama ilmii as dhiheeysee laaffisee tolchee akka laaftumatti isaaf liqimfamtutti isaaf qopheeysitti haajama. Keessaafuu zamana himmaa hedduu nama waa baratu negative keessa seente kana.»ღ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Rasuullii ﷺ addatti guyyaa fii halkan jumu'aa salawaata narratti buusuu heddummeeysaa " jechuun nu ajajanii turan. Salawaatni guyyoota kurna Zul hijjaa kana keessa Rasuula ﷺ irratti buufamu immoo kan yeroo biraattirraan addummaa qaba. Wallaahi! Addummaa qaba.»

اللَّهُمَّ صَلِّ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما صَلَّيْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ، إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، اللَّهُمَّ بَارِكْ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما بَارَكْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ.》

Zul-Hijjaah 3,1446H
Meetira ittiin of saffartu filadhu. Si gabaabsa yookiin waan hin qabne siif kenneeti si dheereeysa yookiin immoo dhugaa fii haqa jirtu sitti hima. Kanaafuu meetira siif ta'u filadhu ittiin of safari. Yaadachiisa! Waa'ee dheerinaatii miti kaniin haasa"aa jiru.»ღ

#منقول
Waliif yaaduun rahmata buusti. Waliif garaa laafuun kabajaa dabalti. Wal kabajuun jaalala idaati Wal danda'uun faaya nageenyaati.»ღ

#منقول
إنَّ الكريم إذا ناديت قال: نعم
‏فكيف بالله ذي الإنعامِ والكرمِ

‏فابسط له الكفَ لن تأتيك فارغة
‏فقد سألت الذي سواك من عدمِ

الإمام الشافعي
Live stream scheduled for
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu

Har'a salaata asrii booda namni Rabbiin ﷻ isaaf mijjeeyse " Kitaaba Hadiisa 100 Kan Caalmayaa fii Murtiilee Hajjii keessatti barreeffame karaa Telegram Dhufee hirmaachuu danda'a. Baarakallaahu fiikum.

✓. Yeroon yeroo hajjii waan ta'eef hadiisoota dhimma kanaa keessatti dhufan of yaadachiisna inshaa allaah.»

✓. Gaggabaabsinee lafzii hadiisootaa qofa qaraana. Inshaallah kan dhimma biraa keessa seennee hin dheereeysine.

Kitaabni pdfn argachuuf
https://www.tg-me.com/alselefiy/5221


Obboleewwan keessan biraatillee itti waamuu hin dagatinaa.


https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream=9e0482383bdacf87e3
Live stream started
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
★. Haqni Rabbii ﷻ Waan hundaa oli. Namni haqa Rabbii ﷻ xiqqeeyfatee fii Morme Na biratti khabajaa hin qabu. ولا كرامة.
2025/07/08 10:26:29
Back to Top
HTML Embed Code: