Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu Darsiilee har'aa dhiifama baarakallaahu fiikum
๐Ÿ€* Wanta Rasuulli ๏ทบ hojjechaa ture tokkollee itti dalagu malee gonkumaa kaniin Dhisuu miti. ajajoota isaatirraa waan tokkollee yoon dhiise jallachuu koon ofirratti sodaadha "]|*. Abu Bekri Al-Ssiddiiq Radiyallaahu anhu.
Cal jettee hin taa'iin. Kurna yeroo kamuu caalaa dalagaan kheeyrii isi keessatti hojjetamtu rabbi biratti kan yeroo biraa caalaa jaalatamtuu fii irra caaltu keessa jirta. Qur'aana irraa waan siif laafe qara'i. Subhaanallaah wal hamdulillaah walaa ilaaha illallaah wallaahu akbar. Walaa howla walaa quwwata illaa billaah jechuun si afaanii hin bu'in.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Live stream finished (47 minutes)
HADIISOOta 20 hafan Salaata maghriibaa booda sa'atii 1:30 irraa eegallee xumurra inshaa allaah
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaan arafaa guyyaa Du'aa'iiti. Maal keessa kadhachuu fii hojjechuuf qophooyte?.

โœ“. Hin dagamin hin gowwoonin. Guyyoota arafaa hedduutu amma dura bilaashumatti sibira dabare kan waggaa har'aa kun sekondiileen isa keessa tokkolleen bilaashitti sibira hin dabarin. Haajaa tee dimshaashaa fii tokko tokkooniis ta'uu tartiibreyfadhu walitti qabii qalbii bira jirtuun rabbii keetti waywaattadhu. Kan hedduu sitti dhaabbattuu fii sitti jabduu itti deddeebiachuu fii deddeebisuu heddummeeyfadhu. Haajaa fii Rakkoo tee hunda Rabbii keetirra fidadhu. Wawallaahi! Rabbiin ๏ทป garbicha harka isatti ol fuudha harka duwwaa gad deebisuu irraa qaanfataadha.ยปแƒฆ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroon yeroo du'aa'ii fii istighfaaraati; daqiiqaalee yeroo hiraabaa ( suhuuraa) irra caalaa guyyoota addunyaa kunneen bilaashumatti sirra hin darbin.
Saahibni keessan haajaa jabduu hedduu qaba. Du'aa'ii teeysan keessatti na hin dagatinaa . Rabbiin ๏ทป kadhaa teeysan isinirraa haa qeebalu. Garboota hedduu ibiddarraa bilisoomfamanii haajaan isaanii isaaniif baatee kadhaan isaaniitiif isaaniif owwaatamterraa isin taasisee isin haa gammachiisu
2025/07/08 02:20:52
Back to Top
HTML Embed Code: