Gaafa qarshii 1000 mana baankiiti fudhachuu dhaqxee.... yeroo nottii abbaa #200 shan siif kennan....

U be like

Yaa namichaa qoosaa dhiisiiti qarshii koo naaf kenni πŸ˜‚πŸ˜ƒ

Via HM

@Miiju
All Riftvalley students thougt at this time....
.
.
Erga qarshiin jijjiirrameetii #ETM nis ni jijjirrama jechuudhaaπŸ€”

@Miiju
Yeroo Taayyee danda'atiin ''Fulbaana 30 booda maaltu ta'a? jettuun
.
.
Yaw zoro zoro xiqimtii tokko ta'akaa πŸ˜πŸ™†β€β™‚

'Taayyee danda'a kun immoo Eenyunni?' kan jedhus hin dhabamuum😜

Listening to #α‹žαˆ«_α‹žαˆ« Music

@Miiju
Tokko anaa qofaa koo kara irra haasawaa deemu natti dhufeet 'Maali biro Osoo cidha nu hin waamiin fuutemoo?' naan jedha πŸ˜πŸ˜‚

#Assገራሚ dha malee

@Miiju
Dhaabni siyaasa yeroo jalqabatiif itiyoophiyaa keessatti #sabaan gurmaa'e Adda Bilisummaa Uummata Oromoo (ABO) dha! Kanaanis saba kana kaabaa fi kibba bahaaf dhiha Eenyummaa tokko akka qabaatu gooneerra.

Obbo Qajeelaa mardaasa!

On Ahadu(፩) tv

@Miiju
Osoo Irrecha baranaa irrattii xiinxaltoonni siyaasa kanneen akka Dr Ittaana Haabte; Dr Tseggayee Araarsaa faa argamaniitii.. yeroo gara horaa deeman..
.
.
Mareeoo Mareeoo #Abiymustgo yaa Ayyoleeoo

πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

#Irreecha2012

@Miiju
Ati hin Duune!

We never ever forget You!
Hacaaluun Gaafa Barkumee
'' Alaa hin eegiin hin abjootiin abjuu sobaa... Ka'i farda kee soorii Arat kiiloof situ aane'' jechuudhaan Qabsoo bittinee ture alaaf keessan tokko godhe yeroo gabaaba keessatti wanti inni jedhe sun fiixaan ba'e argine!

Haacaluu gaafa Adwaa

Seenaa Artii oromoo keessatti kan yaaddamee hin beekne seena Adwaa kaasee geraruun, diinattis firattis gaaffii uume haacaluun.

Yaadanoo guyyaa 80ffaa

@Miiju
Baga Waliinu nu gahe✝

Ayyaana Gaarii

@Miiju
Akkuma ayyaana masqalaa nagaan dabirsine...

Irreechis kan nagaa nuuf haa ta'u jennaπŸ™πŸ™

@Miiju
​​#Irreechaa2020

​​Baga jala bultii Ayyaanaa Irreechaa nagayaan geenye!

Irreechi:-
➧Lafa galateeffannaati.
➧Lafa tokkummaati.
➧Lafa wal qixxummaati.
➧Ayyaana nagaaf jaalalaati.

Waltajjii Oromoon dachee kanarraa dhufee itti wal arguu fi waaqa isaa galateeffatudha. Oromoon hundi shira diinaa ofirraa eegaa ayyaana kana nagaaf jaalalaan akka kabajanu dhaamsa keenya.

Via #GADAAMAGAZINE

@Miiju
Boqonnaa yeroo xiqqoo booda deebinee wal argineπŸ™

Jirra jirtuu warri dhiyoof fagoo... kan na gaafattan kan nan gaafannes😊

Anyhow as they said 'Kan jirutu wal argaa'

Baga jiraattanπŸ™Œ

@Miiju
Miijuun wantoota turan xiqqoo foyyeessuun haala Adda ta'een itti fufuufi

Mee warri nu faana itti fuftan βœ‹

@Miiju
Raachi boollaa keessa teesse gaafa samii ol ilaaltu.... bal'inni samii hamma isheen ilaaltu san qofa itti fakkata.

Guyyaa itti yaada kan dhuunfaa keenyaa qofa leellisnuufi faarsinu qofa osoo hin taane... yaada namaas itti dhageenyu fi ilaallu nuuf haa tahu.πŸ™

#Share

@Miiju
Normal people: 3-2 = 1

Abiy ahmed : 3+(-2) = 1

πŸ€·β€β™‚

@Miiju
πŸ’Ž"Namummaan kan dhalachuu danda'u Onnee jalalaa irraati."
❀ ❀ ❀
❀️Lapheen jaalalaan guutame jiraachuun baay'ee barbaachisaadha.Ilaalchi jaalalaa hunduma keenya keessa jiraachhu qaba.Jaalallii onnee irraa madduu gammachuu qaba.

πŸ’ŽJaalala xinnoo ishee namaaf kennitanii miira gammaachuu inni qabu hubattanii beektuu?
Nagaa jaalala ulaagaa hin qabne(unconditional love) keessa jiru hubattanii beektuu?

❀️Jaalalli mudaa hin qabne kan jiraatu yoo sababaa fi ulaagaa irratti hundaa'u dhiisedha.Jaalalli ulaagaadhaan(Saba,amantii,qomoo,sanyii) irra maddu (conditional love) jaalala miti. Nama hin beekne tokko yeroo karaa irratti itti seeqtan gammachuu inni qabu hubattanii beektuu?

πŸ’ŽKan kufe gaafa kaaftan,kan rakkate gaafa gargaartan,kan dhukkube gaafa gaafattan,gammachuun keessan daangaa hin qabu. Kana kan gootaniif namni sun Haadha ykn Abbaa fira ykn Aantee waan ta'e qofaaf osoo hin taane #Nama waan ta'e qofaaf! Kanaafi kan #Namummaan onnee jaalala irraa dhalachuun barbaachiseef.

✍✍ Osho
Addunyaan uumamni bira akka jiru baruuf,hawaa abuurti.

Namni biyyakoo sabaan wal qoodeet nannoo koo keessa bahi jedheet wal ajjeesa,wal godaansisa😞

It's just sad!

@Miiju
Kuni siidaakee Osoo hin taane..Yaadannoo keeti.

Siidaan kee nu keessa jira! Ati yoomuu nuuf qaaliidhaπŸ™

Seenaa rirmi hin nyaatu!

#Hacee❀✌

@Miiju
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 30 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 18 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have an owner.
2024/04/29 00:37:43
Back to Top
HTML Embed Code: