Telegram Web Link
Kai havertz guyyaa dhaloota isaa waggaa 26ffaa kabajachaa jira.

HBD TO KING KAI 🎂
Benjamin seskon gaaffii Al-hilal irraa dhiyaateef kuffiisee jira. (daily star)

You tube Oro ARSENAL 👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
🚨 BREAKING NEWS | Benjamiin Seeskoon gaffii jijjiraa kilabaa sa'uudii Al Hilaal irraa dhiyyateef kufaa tasisee jira

YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Daavid Raayaan tarree gooli eegdota qaqqaalii Awurooppaa keessatti ramadamee Jira.

Maddi Score90
Arsenal 🔴

YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Ethan Nwanerin akkas Jechuun Waa'ee Mikel Arteta dubbateera.

🚨Ethan Nwaneri: “Mikel Arteta irraa waan baay’ee barachuun ni danda’ama.Osoo isa waliin wal argitee hammam akka inni cimaa ta’e ni argita.
Martin Zubimendi 🔥

Jalqabbii bara kanaatti kileebota heedduu irraa Liverpool dabalatee gaaffiin si barbaanna jedhu dhi'aateefi ture; garuu deebiin isaa salphaa ture an eessayyuu deemuu waanan hin barbaadneef na dhiisaa kan jedhu ture!

Gaafa Arsenal irraa gaaffiin si barbaannaa dhihaatuuf garuu irra deebi'ee yaaduun illee isa hin barbaachifne!

Maal kana qofa Warri Madrid utubaa garee keenyaa si godhachuu barbaanna waan taheef yoo yaadakee kan jijjiirtu tahe balbaalli keenya siif banaadha jedhanis mucaatti homaa hin fakkaanne🤷‍♂️

T-shirt Arsenal uffatee Emirates irratti taphachuu qofaaf gaaffii Liveerpoolif Real Madrid kan kuffise!

Martin Zubimendi❤️‍🔥
Audio
Sagantaa waa'ee jijjiirraa Keeppaa Arrizaabaalaagaa gaazexeessaa Alaazaar Asgidoomiin dhihaate!
Mikel Artetan Rodrygof dinqisifannaa guddaa qaba. Leenjisaan kun dhimma Roodriigoo of eeggannoodhaan kan qorate yoo ta'u, Roodriigoon Arsenaal keessatti urjii guddaa akka ta'u guutummaatti mirkanaa'aadha, gama qarqara bitaa (left wing) irra taphata.

Arteetaan dhuguma, dhuguma Arsenaal ganna kana Roodriigoo akka mallatteessu hin barbaada.

[Maariyoo Korteegaanaa].
Akka score 90 n gabaasetti Wiiliyaam saliibaa Fi gaabreel maghaaleez taphattoota qaqqaalii Sara ittisa gidduu (centre back) Awurooppaa keessatti ramadamanii jiru.

Arsenal 🔴

YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
💎 Tilmaamaa Pool Iskools

🗣️Piriimirerliigii bara 2025/26 eenyuutu shaampiyoonaa ta’a jette yaadda?

🗣 Pool Iskools: Arsenaal shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2025/26 ni ta'a jedheen yaada.
🗣Arsenaal bara dorgommii sadan darbaniif morkataa waan tureef, qaawwa jijjiirraa kan guutuu yoo ta’e, muxannoo bara sadanitti gargaramuu dhan waancaa bara dhufu kan isaaniiti.


You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
💎Kiiraan Tiirnii

🗣️Miseensummaa dhan waggaa jahaaf kilabii Arsenaal keessa turuu koof galata qaba. Hojjattootaa, miseensota garee hundii deeggarsa na taasisaniif ulfiina guddaa qaba. Bashannana ture. Kaaba Landan bara baraan baay'een jaalladha 🙏✌🏻

You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Miikeel Arteetaan taphataa Riyaal Maadriid Roodriigoo itti dhiyeenyaan hordofaa kan ture yoo ta'u, Arsenaaliif mallatteessisuuf fedhii guddaa qaba. Arteetaan Roodriigoon Arsenaal keessatti taphataa urjii ta'uu akka danda'u ofitti amanamummaa qaba.

You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Breaking news👇
Sagantaan taphoota pirimeer liigii Ingilaand bara dorgommii 2025/26 ifoomuuf guyyaa 7 qofatu hafe. Roobii waxabajjii 11 sagantaan taphoota waggaaa guutuu ni ifooma jechuu dha.

Arsenaal tapha jalqabaa isaa garee Kam waliin Akka gahu tilmaamuu ni dandeessu.

Maddi toora Facebook premier league ti


YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Bakka bu’aan Viktor Gyökeres, Hasan Cetinkaya, yeroo ammaa Arsenaal waliin walgahii irraa jiru.

Maddi:
@cnnportugal irraa
Arsenaal taphataa sarara ittisaa bitaa Ajax Jorrel Hato 🇳🇱 fudhachuuf fedhii qaba

@FabrizioRomano

You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Yeroo hidhanno kana argitan taphataan battalumatti sammuu keessanitti dhufu eenyu?

Comment jalatti nuuf barreessaa.

You tube Oro ARSENAL 👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Tarree jijjiirraa Arsenaal keessa kan ture Leerooy Saaneen gara Galatasaray deeman isa mirkana’e.
||Rodrigon Real madrid gadhiisuu waan danda’auuf Xabi Alonso duukaa erga haasa’ee booda Arsenaal murtoo taphatichaa eega.

Haata’uyyuu malee kilabootni biraa isa mallatteessisuuf fedhii qabu kanaaf murtoon dhumaa kan murtaa’u maallaqa jijjiirraafi walii galtee Miindaa irrattidha.

Devid Ornstein

SHARE
@ORO_ARSENAL
2025/07/04 22:55:36
Back to Top
HTML Embed Code: