Telegram Web Link
๐Ÿ‘Ammaan booda Maartiin Zubmendiin Arsenaal fedha osoo hin taane , dirqama taphachuu qaba, sababni isaas kontiraatni mallattaa'ee jira, amma gara kilabii biraatti deemuuf yaaluun seera cabsuudha. [Team News & Ticks] gabaase madda amanamaa Arsenaalitti dhihoo taheedha.

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘Taphataan sarara fuldura luka mirgaa Markiniyoos jijjiirraa dhaabbiidhaan kilabaa Biraazil Kiriziro makamee jira.

Good luck.

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŽ™#Big Discount

๐ŸŽ Telegram Premium ๐ŸŽ


๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค โฉโฉโฉโฉ

โœ…โžก๏ธ 1 Year - 4500 Birr


๐Ÿ’ŽIF U WANT TO BUY INBOX
โžก๏ธ@Abi_Jssโœ…



๐Ÿš€  -   @Abi_Jssโ˜‘ And Get Verified Badge Behind Your Profile ๐Ÿ’™
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maartiin Odegaard Har'as Hiriira Dhaabbii Norway ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด keessa jira!

Assist king!โค๏ธ
King Kai Dirreen Alatti๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ˜ณ
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
Maartiin Odegaard Har'as Hiriira Dhaabbii Norway ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด keessa jira! Assist king!โค๏ธ
Odegaard 1 Assist for his Country!
Session dhuftu si arguuf ariifannee jirra Our Captainโค๏ธ
Akkam bultan maatiin Oro ARSENAL โค๏ธ๐Ÿค
๐Ÿšจ Arsenaal jijjiirraa Zuubimeendii akka xumurameetti ilaala, maddeen Riyaal Maadriid akka jedhanitti kilabichi waa'ee taphaticha hordofee hin beeku.

Taphataan sarara gidduu ganna 26 kun bara dhufu Arsenaal waliin shaakala bara dorgommii duraa ni jalqaba jedhamee eegama. [David Ornstein] ๐ŸŽ–


You tube Oro ARSENAL ๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
HERE WE GO

ZUBUMEENDII GARA ARSENAL

[FEBRIZIOROMANO]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
HERE WE GO ZUBUMEENDII GARA ARSENAL [FEBRIZIOROMANO] YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share | @Oro_Arsenal            | @Oro_Arsenal
Kana dura HERE WE GO jedhee ture ammas irra deebiin retweet godheera๐Ÿ”ฅ

kana jechuun Zubumeendiin 100% kan Arsenaal ta'uu isaa argisiisa. Dabalataanis Oduun deeggartoonni Maadridii fi Miidiyaan Marca jedhamuu afarsaa turan soba ta'uu isaa beeksisuuf yaadee ti.

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
BREAKINGโ€ผ๏ธ

Seeskoon miidhamni Isa mudate.
Taphataan kilaba keenyaan barbaadamaa jiruu fi gara kilaba keenyaatti makamuuf marii irra jiru miidhamni salphaan jilba isaa irra ga'uun himamee jira.kanarraa ka'uun kilabni amma inni keessatti argamu RB Leipzig jijjiirraa isaa ariifachiisuuf jecha garee biyyoolessa Slooveeniyaa gadhiise akka ba'u taasisanii jiru.miidhamni Isa mudate garuu salphaa akka ta'e hubatamuun danda'ameera
.

You tube Oro ARSENAL ๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
It will never forgotten
Yoomiyyuu hin dagatamu

Let it repeated
Irra haa deebi'amu

Arsenal ๐Ÿ”ด

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Keeraan Tiirniin ifatti kilaba isaa duraanii Seeltiikitti makamee jira!

Carraa Gaariiโค๏ธโค๏ธ


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐ŸŒŸ starboy๐Ÿฅฐ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Leewis Iskeelii,Deeklaan Raayis, Bukaayoo Saakaan hiriira dhaabbii England keessa jiru
๐Ÿ‘Arsenaal dhimmaa jijjiirraa Seeskoo marii Liipiziing waliin taasisaaru gara marii xumuraa fi barbaachusatti ceehee jira.[๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นFabrizio Romano] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘Seeskoon Arteetaan garee sarara fulduraa Arsenaal dursuu akka barbaadu itti himeera. [Hand Of Arsenal] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Daarektarri Rb Leepziish Maarsel Sheefer murtee Arsenaal saffisiisuuf jecha kilaboota Sa'udii irraa Seeskoo fudhachuuf gaaffiin akka isa qaqqabe miidiyaaleef ibseera.

- Handofarsenal

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/04 17:09:21
Back to Top
HTML Embed Code: