Jaatanii Alii Tandhuu eenyu?
Obbo Jaatanii Alii Tandhuu Jaatoofi Shaalaqaan maqaa hawaasni ittiin waamu garuu Maqaan warri baasaniif Jaatanii Alii Tandhuu yoo ta'u, gaggeessaan Booranaa duraanii ''jireenya isaa guutuu uummata isaaf jiraate'' jedhamuun har'allee hawaasa Booranaafi uummata Oromoo biratti guddoo nama jajamuudha.
''Ilmi sabaa guddoo jaalatamu'' kun erga lubbuun isaa dabree ganna 30tti dhiyaachaa kan jiru yoo ta'u, hiriyyaan ijoollummaarraa qabee Shaalaqaa beekaniifi wajjin baratan Obbo Taadhii Liiban akka himanitti, Jaatanii Alii gabaabumatti ''nama nam dura deemuufi diqqaa -guddaan kan haasa'aasaa jaallatu,'' ture jedhu.
''Akka durii loon callaa horatanii taa'uu hin danda'ani, lafa tanallee qotadhaa miidhaan namaa baafti, loon keessanillee jabeessaa, daldallis nama guddisa, Diraattilee mana ijaarradhaa,'' jedhee hawaasa Booranaa gorsaa akka ture maanguddoonni kunneen ni dubbatu.
Seenaa isaani guutu isaa:- https://telegra.ph/Seena-Obbo-Jaatanii-Alii-Tandhuu-04-27
@SabbooGoonaa

Telegraph
Seena Obbo Jaatanii Alii Tandhuu
Obbo Jaatanii Alii Tandhuu eenyu? Obbo Jaatanii Alii Tandhuu Jaatoofi Shaalaqaan maqaa hawaasni ittiin waamu garuu Maqaan warri baasaniif Jaatanii Alii Tandhuu yoo ta'u, gaggeessaan Booranaa duraanii ''jireenya isaa guutuu uummata isaaf jiraate'' jedhamuun…
*#YAAYYAA_SHANAN_GADAA_OROMOO_BOORANAAF_SEERA_ISA*****
1.YAAYYAA BORUU BILO
👉Waaye Seera Ilmaan Nama(Kha Dhiira, Kha Dubartii, Kha Jaarsa, Kha Jaarti, Kha Darggageessaf Daayima Dhalatuu) Hundaa Seera Himuudha.
👉Seera Buusaa Gonofaa(Seera Wal-Gargaarsa).
2.YAAYYAA GOLOO GOBBO
👉Waaye Seera Horaaf Seera Golaa Hima.
*Seera Golaa Jechuun Seera Khottee Duuda Kha Akka Geejiba Jajjabaa(Farda, Gaange, Harreef Gaala).
3.YAAYYAA MAANE SOOLE
👉Khun Kha Himuu Waaye Waan Samii Oli Kha Akka Urjii, Ji'a, Aduuf K.K.F Seera Himuudha.
👉Seeri Khun Seera Ayyaanticha kha Waaye Dhaha Booranaa Qoratuu Jedhamuun Beekama.
Seeri Khun Khan Uummataf Himuu Yo
*Urjiin Qilleensa Hama Himtee Khan Uummataf Beeksisuudha.
*Yo Urjiin Waaye Turiinsa Oolaf Ganna Himte.
*Yo Urjiin Aduu Jabduu Himtee Khan Beeksisuudha.
*Yo Ji'i Waan Rakkina Biyya Lafaatti Dhufuu Hime.
*Yo Aduun Waan Tahuuf Deema Himteef K.k.f
4.YAAYYAA GALEE ANNO
👉Khun Seera Waaye Itti Fayyadamaa Qabeenya Ilmaan Nama Himuudha.
*Qabeenya Akka Ati Hin Balleesine.
*Qabeenya Akka Ati Seeran Horattuu Seera Himuudha.
5. YAAYYAA MAANE LEEQA JAARSOO
👉Khun Waaye Seera Aloof Alloola Khan Himuudha.
*Seera Bineensa Bosonaa Jiruuf Bosona Waliin
➡️Bineensa Dabaan Ijjeessu
*Seera Mukkeeni Bosonaaf Bosona Waliin
➡️Bosona Dabaani Gubuu
➡️Mukkeeni Dabaan Ciruuf k.k.f.
*Waan Dubbiftaniif* 🙏🙏🙏Galatooma🙏🙏🙏
🧡Dabalataaf Page Kheenya Follow Godha🧡
🔜FACEBOOK:- https://www.facebook.com/BoruuSabbooGoonaa
🔜YOUTUBE:- https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
#SOURCE:- Haasawa Hayyuu Seenaa Aabba DABBASAA GUYYOO SAFFAROO Irra Khan Fudhatameedha.

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from Nuuralhudaa (TU)
BREAKING
Baatiin Shawwaal guyyaa harraa waan hin mul'atiniif ayyaanni iidal fixr guyyaa wiixataa ykn isniinaa ta'a.
www.nuuralhudaa.com

🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸 @SabbooGoonaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺 🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌸
🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
Happy Eidl fatir for you & your
best😍
Smart 😘
Lovely ❤️
Happiness 🌸 family " friends
Happy happy happy eidl fatir🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Abbaa Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii
Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha.
Hiikawwan buufata halluu alaabaa
A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha: Olaantummaa Waaqati. Oromoon Waaqni gurraacha jedheeti amana. Huurriin bokkaa qabu guraacha, qaroon ijaa, illi (agartuun) gurraacha. Gurraachi kabajaaf angafummaa, badhaadhummaafi waan hedduu of keessaa qaba.
B. Hiikni buufata halluu #diimaa: Ga’anii, bilchaatanii, guutanii argamuufi gootummaadhaan mirga lammiitiif wareegamuu bakka bu’a. Waanti hedduun yeroosaa eeggatee ga’uufi ija guutuu isaa agarsiisa
C. Hiikni buufata halluu #adii: Xumuramuu yookiin raawwachuu agarsiisa. Hurriin rooba hinqabne adiidha. Dabbasaan (rifeensi) nama dulloomee harriin adiidha, daaraan adiidha, lafee gogaan adiidha. Kanaaf adiin mallattoo raawwachuu ykn xumuramuuti.
Oromoon marti hiikawwan halluufi asxaa alaabaa isaa beekuun jaalala olaanaadhaan kunuunsee yoonaan ga’eera. Dhaloota dhufutti dabarsuufis hiika isaa beekuurra darbee wareegama itti kanfalame yaadachuun seenaa isaas dhalootaaf dabrsuu qaba jenna.
HORAA BULAA DEEBANAA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#Itiyoo_Telekoom
Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera. Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu ibsameera.
Dhaabbatichi 5G Caamsaa 1, 2014 Hootela Shaaraatan Addisitti akka eebbisiisu ibsa Faanaa Broodkaasting Koorporeetiif ergeen beeksiseera. 5G’n yeroo ammaa kana addunyaan kan irra gahee neetwoorkii moobaayilii dhumaati.
@tikvahethafaanoromoo

Yuniversitii_Booranaa📍
Bara Barnootaa 2014 A.L.I Yuunivarsiitii Booranaatti Barattoota Haaraa Ramadamtan Hundi Guyyaan Gabasaa fi Galmee #Caamsaa_15 fi 16/2014 ta'uu isin hubachiisaa, yeroo galmeef dhuftan:
✓ Raga barnootaa kan kutaa 8ffaa,10 ffaa fi 12 ffaa,
✓ Traniskiriiptii kutaa 9ffaa – 12ffaa
✓ Suura paaspoortii (3x4) baayyinni = 8 )
✓ Uffata qorraa fi hidhanoo ispoortii qabattanii akka dhuftan isin beeksfina.
Guyyaa caqasameen dursee yookiin turee barataa dhufu kan hin keessumeesine ta'aa cimsinee isin hubachiisna!
Odeeffannoo dabalataaf👉 https://www.bru.edu.et

Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaa sirna "Google Translate" keessatti hammatamanii jiru.
Afaanota adda addaa kan hiiku Google Translate afaanota dabalataa 24 gara sirnichaa galchuu beeksiseera. Kana keessaa Afaan Oromoo fi Tigriffaa kessatti hamatamanii jiru.
Afaanota haara dabalaman waliin sirna hiikka kana keessatti afaanota addunyaa 133 hiikuu isa dandeessisa jedhame.
Kanaan dura afaan Amaariiffa sirna kana keessatti hiikkamaa turuun isaa ni yaadatama.

#JawarMohaammad
Jawar Mohammed (Itti aanaa Dura Taa'aa Kongirasii Federaalawa Oromoo) erga gadhiifamanii booda gaaffiifi deebii addaa OMN TV'f yeroo jalqabaaf taasisan.
Gaaffii fi deebii kanarratti gaaffii Jawaar gaafatame keessaa tokko oduu waa'ee isaa naanna'aa turan qulqulleessuuf ture, Jawaar paartii biyya bulchaa jiru waliin hojjataa jira, kan hiikames saniifi, ammas hojii mootummaa hojjata jira kanneen jedhaman irratti ibsa godheera.
Jawaar Mohaammad:
"Oduu kana dhaga'eera. Nama tokko waliin walitti muffii dhuunfaa hin qabu." Kan hidhames garaagarummaa siyaasaatiin malee walitti bu'iinsa dhuunfaan miti.
Ministeera Muummee waliin wal hin argine; Garuu yoo na qunnamuu barbaade yeroo hundaa qophiidha. Muummee ministeera / Abiy waliin qofa osoo hin taane Marroo waliinis, Dabra tsiyoon waliin fi humnoota waldhabdee yeroo ammaa biyya keenya keessatti hirmaataa jiran hunda waliinis wal arginee biyya keenya gara nagaa fi misoomatti deebisuuf, eenyuuyyu waliin hojjachuuf, waliin tumsuuf, nama kamiinuu bakka kamittiyyuu waliin haasa'uuf qophiidha.
Ani kan hin barbaadne garuu, eenyuun waliiniyyu tumsee gara waraanatti seenuu hin barbaadu. Nama kamiinuu waliin.
Hayyoonnii waraana keessatti hirmaatanii fi kan hin hirmaannes hundi gara minjaala nagaa dhufuu qabu jedheen amana. Ani isaan tokkollee waliin waldhabdee dhuunfaa hin qabu.
Kanaaf paartiin biyya bulchaa jiru biyya bulchaa jira; Biyya geggeessaa jira, paartiin biyya bulchaa jirus rakkoo biyyattii keessatti gaheef itti gaafatama guddaa kan fudhatudha, akka hogganaattis Muummicha ministeeraati, Furmaata barbaaduuf yoo ta’e hirmaannaan isaanii, fedhiin isaanii murteessaadha.
Kanaafuu, akka hogganaa dhaaba siyaasaa tokkoottis ta'e akka lammii biyya kanaatti dhimma nageenyaa irratti hiree biyya keenyaa jijjiiruuf paartii biyya bulchaa jiruu fi muummicha ministeeraa fi qaama kamiinu waliin hojjechuuf qophiidha. Hoggansi biyya keenyaas kanaaf qophaa'uu qaba.
Haalli biyya keenyaa maaf isa waliin haasofte, inni bar seexana ykn inni bar ergamaa dha jechuun akka nu hin baafne waggota 4, fi 2'n darban arginee jirra.
Kanaaf ammas irra deebi'uun kan dubbadhu, humna siyaasaa kamiinuu waliin, hooggansa siyaasaa kamiinuu waliin ummata keenya rakkoo kana keessaa baasuuf hojjachuu qabna jedha.
Asirratti wanti ani ifa gochuu barbaadu humna kamiinuu akka jaarmayaatti, akka dhuunfaatti, akka hogganaa tokkootti; Beekumsa koo fi sagalee kootti fayyadamee biyya keenyaa fi ummata keenya daandii nagaa fi misoomaatti deebisuu barbaada.
Garuu faayidaa dhaabbata ykn nama dhuunfaa kamiifuu akka ta’u hin barbaadu; Ani eenyuufuu boba’aa ta’uu hin barbaadu, abbaa irree kamiiyyuu, Waraana kamiyyuu deeggaruu hin barbaadu.
Nama gara nagaa dhufuu barbaadu waliin hojjechuuf qophiidha, kunis balaaleffannaa miti, kun sirriidha jedheen amana. Kanaaf waraanni dhaabbachuu qaba. Waraana dhaabanii gara walii galtee dhufuu qabna jedha."

Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura taa’aan KFO obbo Jawaar Mohaammad alaabaa fi faajjii ABO irra deddeebiin dhimma itti bahaa jiru jechuun himate.
Dhaabichi ibsa xalayaa kana keessatti eereen “Obbo Jaawaar Mohaammad, alaabaa ABO seeraan boordii filannootti galmaa’ee jiruu fi faajjii ABO irra deddeebiidhaan waltajjiiwwan adda addaa irratti seeraan ala dhimma itti bahaa jiru” jedhe.
Dhaabichi qondaalli KFO kuni alaabaa fi faajjii kana fayyadamuu ni dhiisu jennee eegnus isaan itti fufanii waan jiraniif xalayaa kana barreessuuf dirqameera jechuun eere.
Guyyaa xalayichi barraa’e irraa kaasuunis dura taa’aan dhaaba KFO piroofeesar Maraaraa Guddinaa, Obbo Jawaar Mohaammad alaabaa fi faajjii ABO kana fayyadamuu akka dhaaban nuuf hubachiisaa jedhe dhaabni ABO.

Warri Facebook Followers Button Haga Ammaatti Hin Godhatini Ammumaa Godhadha.
https://youtu.be/mdQV-WHSZiM
https://youtu.be/mdQV-WHSZiM
YouTube
How To Show Facebook Followers || Facebook Followers Button Akkamti Godhama?
How To Show Facebook Followers || Facebook Followers Button Akkamti Godhama?
Warri Facebook Followers Button Haga Ammaatti Hin Godhatini Ammumaa Godhadha.
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:-https://https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp…

Mobile Ko Guute(Insufficient Storage Space) Jechuun Hafeera 1024GB Tolaan Argachuun Ni Danda'ama
https://youtu.be/vy26x2m2xC0
https://youtu.be/vy26x2m2xC0
YouTube
1024GB Free Storage Space || 1024GB Tolaan Argachuuf App Ajaa'Iba.
Mobile Ko Guute(Insufficient Storage Space) Jechuun Hafeera 1024GB Tolaan Argachuun Ni Danda'ama.
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:-https://https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:-https://…

Photof Video Delete Nu Jala Tahe Hundaa Guutuma Guututti Deebifachuuf How To Recovery All Deleted Photo And Video
https://youtu.be/eEaJIf7y508
https://youtu.be/eEaJIf7y508
YouTube
Photof Video Delete Nu Jala Tahe Hundaa Deebifachuuf || How To Recovery All Deleted Photo And Video|
App Buufachuuf Link Kana Tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👇https://play.google.com/store/apps/details?id=com.photo.recovery.deleted.video.recovery.recoverdeleted.photo

Forwarded from ❤የልብ ቋንቋ❤
Elaa!
Irbuu lafee-aarsaa dhiigaa
Siidaa seenaa maaltu diiga?
Kanaafuu ati,
Mallattoo injifannoo
Faajjii dhugaa taatee
Ni Mul’atta bara baraan
Akka alaabaa olbaatee!
💔💔💔💔💔💔💔💔💔
✍©A.N
Join
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
Irbuu lafee-aarsaa dhiigaa
Siidaa seenaa maaltu diiga?
Kanaafuu ati,
Mallattoo injifannoo
Faajjii dhugaa taatee
Ni Mul’atta bara baraan
Akka alaabaa olbaatee!
💔💔💔💔💔💔💔💔💔
✍©A.N
Join
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°🦋
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
YAADANNOO GOOTICHA OROMOO SHALAQAA JAATANII ALI TANDHUU ganna 30eessoo
#Jaatanii_Alii Eeennu?
" Gosti (sabni) beekaa hin qamne dhiphuu; beekaan fulaa hin qamne dhiphuu hagas irraati.
Horiin dheeda hin qamne dhiphuu; dheedii bisaan hin qamne dhiphuu hagas irraati" Shalalqaa Jaatanii Alii Tandhuu
SHALAQAA JAATANII ALII TANDHUU (1941-1992)
Maqaan Shalaqaa Jaatanii Alii itti yaaman hedduu. Jaataniin maqaa moggaasuuti. Abbaafi haatii, akkasumas hariyyooti isaa hedduun Kiitee jedhaniin. Eegii mana barannootaa galee barattoonni daree isaa ‘Thomas Livy’ jedhaniin. Warri mana barannoota Poolisii Abbaa Diinaa Finfinnee maqaa Mabaatsiyoon (Mebatsion) jedhamu itti baasan. Eegii hojiidhaaf gara dirreeetti bayee namoonni agiin Iyyaa Booranaa, Gurraacha ila Qeerramsaa, Tokkocha Gumii keessaa, Nyeenca Abbaa Liibee, Abbaa Tokkummaa …jechuudhaan maqaa dhuugan yaamu.
Jaatanii Alii Tandhuu ganna 1941 haadha isaanii haatoo Kaarruu Alii fi abbaa isaanii aabba Alii Tandhuu irraa ardaa Meelbaanaatti dhalatan. Kumaalaa Jaatanii Alii eegii dhalatee guddatee ergaa guutee, haadhaa fi abbaa, maanguddootaaf, reeraafi ollaaf ergamaa saalaa fokkoon deddeebi’aa nama ummata isaa qabbaneesseedha. Jabeeffannaan ollaa keessaa gara tikaatti tarkaafate. Jaatoon tissaa qajeelaa karaa ba’e guutuu ta’ee diqqaaf guddaa ardaa Meelbanaa cufumaanuu jaalatamaa ta’e. Jaatoon manyaa qabeessaan nama yarsumaa fardoo warra Alii Tandhuu ture.
Adoo inni tissituutuu mootiin Xoophiyaa Haayilee Sillaaseen bara 1951 ijoollee diddiqqoo kutaa biyyaa cufaa keessaa akka barnoota barattuuf funaanu jalqabe. Garuu, akka dheeda Booranaatti akka ummanni keenna hin baranneef ijoollee bulguuf kenninaa jechuudhaan maqaa barannootaa dhossanii maqaa bulguutiin ijoollee gaafatan. Mali jiru yoo horii qabaatte horii baaftee ijoollee kankee bulguu irraa hambifachuu qofa ture. Yoo horiin hin qamne bulguun ha fudhattu jettee kennuu malee filannoon biraa hin turre. Bifuma kanaan gibirii nama bulguuf kennanii madda Meelbanaatii fi warra Alii Tandhuuttis gale. Warrii Alii Tandhuu horii diqqaa waan qabuuf Jaatanii Alii oolfachuu hin dandeenne. Sababa kanaan Jaatanii ganama tika Fardootiif bahe deemanii keessaa yaaman. Madhaa fi maatiin, firaa fiixaan inbootti, reeraa ollaan incaaraa qayeen Alii Tandhuu boo’a callaa taate. Warrii nama bulguuf kennaan guuruu dhufe modhokaara qayee dhaabee nama eegaa jira. Aabba Alii Tandhuu fi haatoo Kaarruu Alii boo’anii harqanii ilma isaaniitti mammaratan. Haala kanaan kan jeeqame Jaataniin abbaa yaamee gaaffii takka gaafate.
Jaatanii Alii: “Abboo kiyya atin ijoollee hedduu dhaltee qabdaa, maaliif nama gumii kana cufaa keessaa na nyaaphaaf kennitaa?”
Alii Tandhuu: “Kiitee kiyya aniin ilmaan hedduu gumii dhaleen akkana. Aaddaa kee guddaan Boruu Alii angafa kiyyaa, maqaa naan yaamanii tanaaf kennuu dadhabe. Ilmaan tiyya gumii taan cufumaa keessaa; yoo bulguun hin nyaannee akka waaqaa jalaa bayee barate nami duraantanaa ofiifi Booranaallee malkaa ta’u danda’u si qofa. Tanaaf si kenne”.
Jaatanii Alii: “Tanumaaf nyaaphaa na kennitee aabboo kiyya?”.
Alii Tandhuu: “Eeyee Kiitee kiyya”.
Jaatanii Alii: “Yoo akkana taye aabboo kiyya, aayyoo tiyya inbooyina jedhee imimmaan ofirraa haqe. Abbaa fi Haatii isaalleen imimmaan haqatan. Haatii isaa haatoo Kaarruun yaamtee bobaa ofii hulluuqsiiftee geggeesite. Warraa fi firaa fiixaa, reeraa fi ollaa cufaatti harka nagaa ballisee modhokaara lixe.
Bifa kanaan ardaa Meelbanaa keessaa Jaatanii Alii, ardaa dhibiillee keessaa namoota hedduu; bifa wal fakkaatuun ijoollee Booranaa lakkoobsan 31 ta’an guuruun gara dira guddaa Xoophiyaa Finfinneettin dabran.
Shalaqaa Jaataniin barannoota isaanii kutaa tokko aga kutaa sagali (1-8) mana barumsaa Madaani’alem yoo baratan, kutaa kudhanii aga kutaa kudhanii lama (9-12) mana barumsaa Jenneeraal Wingeeti baratan. Shalaqaa Jaataniin barumsaa isaalleen mataa qaraa keessaa malee takkuma eegee hin taane. Akka warri isaa waliin baratan haasawaanitti Shalaqaa Jaataniin nama mana barumsaallee keessaatti seenaa fi Aadaa saba keessaa dhalatee namatti himuudha.

Durii durii fi mammaaassa Oromoo Booranaa guddoo nama barsiisaa turee jedhan mana barumsaa keessatti yeroo boqonnaa ba’anaiifi halkan bulan. Waanuma inni waan gosaa fi saba isaa kana jabeessee namatti himuuf hirriyyaan mana barumasaa isaa maqaa Thoomas Liiviy itti baafte. Thomas Livy (59 B.C-17 A.D) nama lammii Jarmanii ka waan Aadaa, seenaa fi afaan saba isaa nama barsiisuu fi barreessuun beekame. Waanuma Shalaqaa Jaatanii Alii akkaataan inni seenaa fi aadaa saba Oromoo jabeessee namatti himu ka Liiviitin walfakkaatteef maqaan kun itti bahe. Bara 1962 kutaa kudhanii lamaa akkuma xummureen Leenjii Poolisii Abbaa Diinaa jedhamu Finfinneetti barachuu jalqabe. Bara 1965tti yeroo Leenjii Poolisii Abbaa Diinaa irraa muummee barannootaa Saayinsii hojii hawaasaa (Social Work)n eebbifamuun Shalaqaa Jaatanii harka mootii Haayilee Sillaasee irraa badhaasa fudhate. Jaatanii Alii Finfinnee leenjii Poolisii ‘Akkadamii Poolisii Abbaa-Diinaa’ kana qabxii dansaan yoo xummuru maraaga ‘Metoo-halaqaa’ argatee mootii Hayilee Sillaaseetin shuumame. Haa shuumuu malee mootummaan Hayilee Sillaasee mataa jabeennaafi daba didiisa Jaatoo jibbaa dhufe. Ejjannoon Jaatanii Alii waan ummataaf hin fuune hundumaa mootii irrattis diduudha.
Matoo Halaqaa Jaatanii Alii daba gosa waan diduuf mootummaan Haayilee Sillaaseetin walii galuu hin dandeenne. Kanuma irraa kan ka’e H/Sillaaseen Shalaqaa Jaataniitti adabbii kenne. Adabbiin inni itti kenne akka deemee lafa baadiyyaa ta fagoo ta karaa fi tajaajila biroollee hin qamne hojjatu Xoophiyaa gama kibbaa Gamoo Goofaatti galchan. Shalaqaa Jaataniin Poolisa gaarii ta’uun ummata tajaajilaa ture. Gamoo Goofaatti ummataa fi warra bulchoota ummatatiin akka jajjabaa waldhaqe (waliigale). Hojiin isaa waan akkamalee itti toleef mootummaan Haayilee Sillaasee ammas gara Finfinneetti deebisee akka tiraafika ta’ee hojjatu ajaje. Ganna torbaa (7) fulaa akka akkaa irraa kootee yookaan ajajaa (hoggansa) ta'uudhaan maraagaa Mataoohalaqaatiin hojjate. Matoo halaqaa Jaatani Alii barumsa biyya Keessa malee Koorsii adda addaa, semenaari, Leenjii adda addaafi walga'ii hedduuf biyya alaa deemee beekkumsa fi beekkamti guddoo argatee beekaa nama cimaafi abbbaa muuxannoo hedduu taye. Biyyoota inni deeme keessa kanneen akka Jaappan, Jeermani kaabaafi kibbaa, Ingiliiziifi Faransaayi fa'a kaasuun ni danda'ama. Muuxannoo isaa keessaatti guddoo cimaa waan tayeef leenjiwwaan adda addaa irratti badhaasalee akka akkaa eegaa fudhateen duubaatti maraaga (gonfoo) Shalaqaa argate.
Itti dabalees; mootichi Hayilee Sillaasee shalaqaa Jaataniin biyya Jaarman deemee leenjii waraanaa akka baratu taasise. Leenjii mala waraanaa ganna lamaaf biyya Jarmaaniitti baratee gara Finfinneettii deebi’e. Gama biraatin bara 1972tti Yuunivarsitii Finfinnee galee Saayinsii hawaasaa barachuu jalqabe. Bara 1974tti Xoophiyaan waraana tanaan barumsaa addaan kute. Shalaqaa Jaatanii Alii odoo lafa Xoophiyaa keessa fulaa heddu ta akka Finfinnee, Iluu-Abbaboor, Gamoo Goofaa fa’aa geggeessummaan hojjachaa ture. Hojii boonsaafi amanamumma guutuun tajaajilaa waan tureef bulchiinsaa cimaafi bu’aa gaarii fidu ni danda jedhame waan amanamuuf gara lafa Xoophiyaa gama kibbaafi ardaa abbaa isaa godina Booranaatti ramadame. Bara 1975tti gara kibba Xoophiyaatti ramadamee naannoo Sidaamaa (sidaamaa kifila hagar) ta jedhamtu teessoon guddoon magaalaa Hawaasaa kan taate bulchuu jalqabe. Yeroo sanaatti Booranis Sidaamaa kifila hagari jalatti bula. Achiis Shalaqaan gara Booranaatti awuraajaa akka Areeroo fa’a too’achuu jalqabe
Lafa Booranaatti shalaqan waan guddoo hojjate. “Ijoollee barsiifadha, Lafti teessan Lafee teessan, diraatti mana jaarraadha” jechuun guddoo ummata barsiise. Shalaqa Jaatoon hosteeli magaalaa Yaaballaatti ijaaree ijoolleen horsiisee bulaa Booranaa, Gujii, Gabraa, Gedeyoo, Konsoo cuftinuu akka barattuu fi naannoon Sidaamaa ka inni bulchu Xoophiyaa keessaa mataa qaraa akka taatu waan guddoo tolche. Galmi guddaan Aadaa Sidaamaa kan amma magaalaa Hawaasaatti argamu piroojektoota Shalaqaan ijaare keessaa tokko.

Piroojektin bisaanii guddaan SOORDUU jedhamu waan inni horsiisee bulaaf hojjate keessaa waan aga ammaa malkaa namaaf sa’allee ta’ee jiruudha. Shalaqaan eennullee caalaa rakkoo saba keessaa dhalateefi lafa itti dhalatee nama hubateedha. Saba isaa malee ofii isaatii yaadee hin beeku. Lafti dheeda Booranaa irra guddinni dhaadha. Yoo Waaqii gubbaa caame bisaan afaaniitti dhugan argachuun furda. Ka horiin dhuguu argachuun furda lammeessooti. Tulaa sallan malee, madditi bisaanii dhibiin hin jirtu. Rakkoo saba isaa kan hubatee shalaqaa Jaataniin piroojektii SOORDUU jedhamtu suxaa seenuudhaan dheeda Booranaa gama Dirreetti haroowwan saddeetamaa (80) oli, gama dheeda Liibaniitti haroowwan kudhanii ja’a oli (16) qotee baaseera. Waluamatti deebiin dheeda Booranaatti shalaqaan haroo 96 ol baasuun lafa Booranaa ta gamoojji yeroo roobaa akka bisaan kuufamaan tolchuun lafa dhaadhaa qixxee galaanaa tolche.
Eegii bisaan guddoon ba’an akka lafti barbaddooftu kan raage Shalaqaa Jaataniin iddoo kuusaafi ittisa horii kan bona dheeraa horii dandamachiisuu danda’uun cinaatti qorannoofi qo’annoof ooltu dheeda Booranaa Liibanii Dirreetti raanchiin akka ijaaramu tolche. Raanciwwaan gaafas ijaaraman keessaa gama Booranaa Dirreetti raanchii Dambalaa Waaccuu, Diida Xuyyuuraa, Saaritee fa’a, gama Liibaniitti raanchii Waleensoo fa’a maqaa dhawuu dandeenna.
Jireenna fuulduraa ummata isaa kan hubate shalaqaan manneen barannoota jaaruun cinaatti ilmaan hiyyeessaa hiyyeetti kanneen mana kiraa baafachuu hin dandeennee waan jiraniif, dabalatnis ummanni hubannoo barannoota waan hin qamneef ijoollee isaaniitiif mana magaaalaatti kireessee barsiisuun akka qabsoo gaafattu kan huuba irraa harate Shalaqaan mana bultii barattoota “Hosteelii Booranaa” kan jedhamu magaalota hedduu keessaatti jaare. Hosteellonni gaafas ijaaraman hedduun aga ammaatti tajaajila kennaa jiru. Shalaqaan nama yeroo jalqabaatiif ijoolleen dubraa akka barattu Booranaa, Gabra, Gujiifi jiraattoota naannoo sunii cufaaf hubannoo kenneedha. Hosteelli ijaarames kan dubraa fi kan dhiiraa iddoo adda addaa ture. Bakka ummataan walda’u kamiittu jecha “Ijoollee barsiifadhaa” jedhu afaanii hin buufatu.
Dabalaatanis haala jiruufi jireenna ummatasaa beekuu irra dabree qixxee raagaa kan taye abbaan mullataa shalaqaa Alii Tandhuu moonaan manneen barannoota baayyee akka ballaa tayee ijaaramu tolchaa ture. Fakkeennaaf yeroo mana barannoota Yaaballoo ijaaran maaliif lafa agana geettuu moonaa/mooraa mana barannoota goota jedhanii gaafannaan; hardha mana diqqayyaa qorqoroo tokko lamaa kanaa, bor yoo waaqii jedhe Yuunibarsitii biyya tanaati jechuudhan Yuunibarsitiin maal akka taateefi manneen barannoota maaliif ballachuu akka qaban huuba irraa haree ummataaf dideessee jedhan. Ummanni isaa yeroo magaala dhufu akka lolaasuu fi gad teessumaa jedhee hin rakkanne magaalota hedduu keessaatti mana itti gad taa’ichaa “Mana Fincaanii (Public Toilet)” jaaree jira.
Yeroo ummata keenna gorsu Shalaqaan Jaataniin waan jedhu “nami horii harkaa qabu kan hiyyeessaa hiyyeetti millattu, nami onnee qabu ka gosa ofiitiif na’u, namii arraba qajeelaa kan dhugaa qoree buufatu malkaa gosaati’. Malkaan ammoo waan hedduu duraa nama taakkisiifti.
Kanaaf yoo walitti qabu;
“Janni Malkaa
Qaroon Malkaa
Dureessi Malkaa …jechuun akka ummati tokko Janna, Qaroofi Dureessa isaa jabeeffachuu qabuu fi isaan malkaa ta’an kunis ummata isaanii taakkisiisuu akka qaban barsiisa.
Waan daangaa Oromiyaa yoo ummataaf ibsuu shalaqaan akkan jedhan “Lafti teessan Lafee teessan”. Laftii hin dhalattu, Tanaaf itti namaaf hin daramtu. Yoo yeroo takka harkaa isan baate deebitanii argachuu hin dandeettan. Finnii cuftii wal hin fakkaatu. Egerii gaafii lafti ta abbaa irra jiruuti jedhanii ardaa isan kalee dheedaaf keessaa godaanta isaniin falman nijiraa jechuun waan yeroo amma biyyattiin teenna keessaa jirtu raageera. Shiftaa Soomalii ta waraaraan dachee Oromiyaa gama ila boruutii fi bitaa fudhatte, mootummaa Dargii irraa gargaarsa meeshaa gaafachuun sargoo saffaraa lafa kaasee lafa teenna bilisa baaseera.