Kuuni nyaapha duraa godaanaa
Diirama cufa geejjiba harkise
Lafa ya nyaaphaa lakkisee
Abbootin teenna tana agarti
Ufii jiraattee hin haatuu
Ekheeratti boolla wakkisee
Waan dubadhu hinqabu
Isanti ciinaacha lafa hanqise
-
Lafti teesan jettee
Iggiin harkatti sii galchitee
Ta duri cufti dharaa
Reefuu duuniyaan halchite
Gizeen tun ta durii
Diidoon faan fardaan salfite
Qola faanaa yoo garte ibbo
Cibratti wal duuban qarrisee
Kun daarii ufiitu hin millatuu
Mana farsoo ciise qanyisee
Waan atin tahuut jirtu kan ibbo
Sidiin te cufa la argitee
Diiram tokko sitti cabsitee
Nyaapha lole hinjettuu
Seeda gororriitti barrisee
Machaa’ullee dhiiraa
Agiin ya reebu xarrisee
Qawwee Mana farsootti lakkisee
Machaawaa farsooti qandhisee
Farsoo fi utaalchatti wal didee
Kuno machaawa wa dhibee
Asuma biyya jalaa jigee
Kaasaa didiggaan uf ciree
Dotate gurraacha cilee
Hin ka’u kun armumaan qilee
Me oljedhaa dhaabbadhaa ciqile
Anin hinndanda’uu
Akka dhibii raadha malee
Akkana hin raatinaa
Boorana an wa isanii himee
-
Isii ka reefu arma dabre kaan
nyaaphaan wal hingarre moo
maan tahuutti jirakkana?
Wakhoora ma hinjenne
Dambala ma hinjenne?
Dambali dhufee naan eegaa
Wakhoori dhufee naan eegaa
Dabi dhufe saanjiin na reebaa
Hin reebnu agum jirtu kan cufa
Qawwee ma hin bitatinii
Uruuca kanaan demtee sanjiin si reebanii
Haa ijjeftuuti biraa yaawaa
-
.......
Walaloo goota Jaarsoo Waaqoo Qooxoo keessaa:
♡Maddii Barruu tanaa Kitaaba Abuuruu kan Jaal qabsaa'a Shalom BG Jato barreesse keessaa yo ta'u;Jaal Nagayoo(Shalom BG Jato)guddoo garaa banadhee onneerraa eebbisa.isan dubbistoonni seenaa Jaarsoo Waaqoolleen Barreessaa kitaaba ABUURUU kan ta'an Engineer Jaatanii Bonayyaa Godaanaa eebbaan na faana jabeessaa!!!
..........ittiii_fufaa nuu jajabeesa....
👇👇👇 @SabbooGoona 👇👇👇
👇👇👇 @SabbooGoona 👇👇👇
Yaada fi yadanoo ibsachuu barbaduufi⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
🔜🔜🔜 @GumiiGaayo_bot
Diirama cufa geejjiba harkise
Lafa ya nyaaphaa lakkisee
Abbootin teenna tana agarti
Ufii jiraattee hin haatuu
Ekheeratti boolla wakkisee
Waan dubadhu hinqabu
Isanti ciinaacha lafa hanqise
-
Lafti teesan jettee
Iggiin harkatti sii galchitee
Ta duri cufti dharaa
Reefuu duuniyaan halchite
Gizeen tun ta durii
Diidoon faan fardaan salfite
Qola faanaa yoo garte ibbo
Cibratti wal duuban qarrisee
Kun daarii ufiitu hin millatuu
Mana farsoo ciise qanyisee
Waan atin tahuut jirtu kan ibbo
Sidiin te cufa la argitee
Diiram tokko sitti cabsitee
Nyaapha lole hinjettuu
Seeda gororriitti barrisee
Machaa’ullee dhiiraa
Agiin ya reebu xarrisee
Qawwee Mana farsootti lakkisee
Machaawaa farsooti qandhisee
Farsoo fi utaalchatti wal didee
Kuno machaawa wa dhibee
Asuma biyya jalaa jigee
Kaasaa didiggaan uf ciree
Dotate gurraacha cilee
Hin ka’u kun armumaan qilee
Me oljedhaa dhaabbadhaa ciqile
Anin hinndanda’uu
Akka dhibii raadha malee
Akkana hin raatinaa
Boorana an wa isanii himee
-
Isii ka reefu arma dabre kaan
nyaaphaan wal hingarre moo
maan tahuutti jirakkana?
Wakhoora ma hinjenne
Dambala ma hinjenne?
Dambali dhufee naan eegaa
Wakhoori dhufee naan eegaa
Dabi dhufe saanjiin na reebaa
Hin reebnu agum jirtu kan cufa
Qawwee ma hin bitatinii
Uruuca kanaan demtee sanjiin si reebanii
Haa ijjeftuuti biraa yaawaa
-
.......
Walaloo goota Jaarsoo Waaqoo Qooxoo keessaa:
♡Maddii Barruu tanaa Kitaaba Abuuruu kan Jaal qabsaa'a Shalom BG Jato barreesse keessaa yo ta'u;Jaal Nagayoo(Shalom BG Jato)guddoo garaa banadhee onneerraa eebbisa.isan dubbistoonni seenaa Jaarsoo Waaqoolleen Barreessaa kitaaba ABUURUU kan ta'an Engineer Jaatanii Bonayyaa Godaanaa eebbaan na faana jabeessaa!!!
..........ittiii_fufaa nuu jajabeesa....
👇👇👇 @SabbooGoona 👇👇👇
👇👇👇 @SabbooGoona 👇👇👇
Yaada fi yadanoo ibsachuu barbaduufi⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
🔜🔜🔜 @GumiiGaayo_bot
#jeneeral_JAARSOO_WAAQO_QOOXOO
▶"yaa ilmaani oromoo
Gadaa teetini bultee kaata
Aleminii cufaa sii kakatee
Walii gaafi adda addaa irraatti
Suumati motummaani galatee
Bakalchii oromiyaa
Ya akkaa ilmaa
▶"yaa ilmaani oromoo
Gadaa teetini bultee kaata
Aleminii cufaa sii kakatee
Walii gaafi adda addaa irraatti
Suumati motummaani galatee
Bakalchii oromiyaa
Ya akkaa ilmaa
ilmaa hawwii si dhalate
Ofuumani ofii bulchita
Barii durii kaan ya hafee
Wannii gaafa durii dukkaloo
Seeri gadaa kaani ya galee
Namii guddoo dheebote
Igagaba yoo bisaani argee
Oromiyaani hin dandamane
Durii akkaa guube Dabde
Ilmaani isii wabarattuu
Hariyyaa ofii jalaa caphxee
Ka baratte Ojii iqorani
Karaa gubbaati kophe dhabdee
Ka univasiti fixe
Ujii didiqooti gadii qabdee
Irreeni kiristinaa kaati
Cuftii aadaa ufii dhabdee
Kutaani sadii lafaatti qabdee
Kudhani tokko gubba martee
Kutaani kudhani tokkooni sunii
Dubraa malee gurbaa dhaltee
--------------EEYEE----------------------
yoo dhaltee yoosii
Ta durii cuftii dharaa
Oromiyaani reefu baddee
Oromiyaa ofii bulfachuu
Oromooni teena yaa dadhabdee
--------------IYYO--------------------------
oromiyaa nagaa bumnaa jettee
takaa hingarreeni nuu qubattee
akkaa oromooni bultee kaatu
cufaa keesa yaate ubattee
qabeenya oromiyaa teena
waluumati qabdee xuuxate
kutaa kudhani tokkesooni ya
soomaliini fudhatee
dukkaa qawwee ittii gurgurani
mooyale caamuqitti banattee
kabaddaa masaraafi aaro
adoo iltii sii agartee
hi'adegiini hin millatu
Ufumaa ciftee dawattii
Kaa oromiyaani gurguramtee
Oromooni teena ya raawatte
-----------------IYYO--------------------
maan taateree idayefate
Chaarteeri maree jedhani
Chaarteeri lafaa nama gurgurata
Garree kunoo ammaa
Chaarterini hin jirtuu
Garbumma geegesiti
Dayyooni olmaa nuu hin taatu
Ordofaa dheeresiti
Damaqii ergaa tana caqasii
Sangaa adii🐑,diima🐂,guracha🐃
Walii qabattee raasa lixxee
Nyeeci🐅 inyaata dhumnaani
Walii reebe itii simee
Nyeeci🐅 kaani gaara koree
sangaa giraachati🐃 waa himee
Siifi dimaani🐂 hin mulattani
Yo sangaani adiin🐑 dhidhimee
Sangaa adii🐑 ufiraa gusaa
Yo wa isani himee Jedhee
Sangaani dimaa🐂 fi guurachi🐃
Sangaa adii🐑 geegesite
Fooni sangaa adii🐑 nyaate quufe
Nyeeci🐅 ka'erooni beelesite
Sangaa guracha🐃 atii hin mulatuu
Yoo sanga diima🐂 geegesite
Sadeenu addaani baftee nyatee
Ijoleeni lencaa🐅 baleesite
Erooni chaarteeri
Kutaa booranaa sangaa adii fakeesite
Kutaa kudhanaani ka hafanii
Kutaa booranaa geegesite
Nagaa kutaa booranaa
Soomalii abbooni baleesite
oromoo abbo jette
Maqaa akanatiini dhateesite
Jaanjamtuu booranaale
Dhuftee waltii nyaanyesitee
Kutaani kudhanaani ka haftaani
Kutaa sunii reeba wa isanii himee
Yorebnee lakiftani
Sangaa diima🐂 gurachileni🐃
Nyaatamee jedhanii
😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀
namnii waani dansaa argatee
Waani duule qabuu ufii se'uu
Ya garbummaani lafee sentee
Sabi keena nama ufii sehu
Namni garbummaani awaltee
Deebi'e waan kawuu ufii sehuu
Namnii yaabate baratee
Waani fardii buusu ufii sehu
Fardii durii guddoo qolchaa
Yo isaati fardii irraa hin ce'uu
Eeli qallani bisaani miyyuu
Waani arbii xuuxu ufii sehuu
Karaani durii guddoo ballaa
Ittii deebiyee waan duduu ufii sehuu
BILISOMTEE LAFAA KAYII SABAA KEENYA
BEELA'ANII WAAN QUUFU HIN SE'UU..........."
========================
@SabbooGoona @SabbooGoona
@SabbooGoona
Ofuumani ofii bulchita
Barii durii kaan ya hafee
Wannii gaafa durii dukkaloo
Seeri gadaa kaani ya galee
Namii guddoo dheebote
Igagaba yoo bisaani argee
Oromiyaani hin dandamane
Durii akkaa guube Dabde
Ilmaani isii wabarattuu
Hariyyaa ofii jalaa caphxee
Ka baratte Ojii iqorani
Karaa gubbaati kophe dhabdee
Ka univasiti fixe
Ujii didiqooti gadii qabdee
Irreeni kiristinaa kaati
Cuftii aadaa ufii dhabdee
Kutaani sadii lafaatti qabdee
Kudhani tokko gubba martee
Kutaani kudhani tokkooni sunii
Dubraa malee gurbaa dhaltee
--------------EEYEE----------------------
yoo dhaltee yoosii
Ta durii cuftii dharaa
Oromiyaani reefu baddee
Oromiyaa ofii bulfachuu
Oromooni teena yaa dadhabdee
--------------IYYO--------------------------
oromiyaa nagaa bumnaa jettee
takaa hingarreeni nuu qubattee
akkaa oromooni bultee kaatu
cufaa keesa yaate ubattee
qabeenya oromiyaa teena
waluumati qabdee xuuxate
kutaa kudhani tokkesooni ya
soomaliini fudhatee
dukkaa qawwee ittii gurgurani
mooyale caamuqitti banattee
kabaddaa masaraafi aaro
adoo iltii sii agartee
hi'adegiini hin millatu
Ufumaa ciftee dawattii
Kaa oromiyaani gurguramtee
Oromooni teena ya raawatte
-----------------IYYO--------------------
maan taateree idayefate
Chaarteeri maree jedhani
Chaarteeri lafaa nama gurgurata
Garree kunoo ammaa
Chaarterini hin jirtuu
Garbumma geegesiti
Dayyooni olmaa nuu hin taatu
Ordofaa dheeresiti
Damaqii ergaa tana caqasii
Sangaa adii🐑,diima🐂,guracha🐃
Walii qabattee raasa lixxee
Nyeeci🐅 inyaata dhumnaani
Walii reebe itii simee
Nyeeci🐅 kaani gaara koree
sangaa giraachati🐃 waa himee
Siifi dimaani🐂 hin mulattani
Yo sangaani adiin🐑 dhidhimee
Sangaa adii🐑 ufiraa gusaa
Yo wa isani himee Jedhee
Sangaani dimaa🐂 fi guurachi🐃
Sangaa adii🐑 geegesite
Fooni sangaa adii🐑 nyaate quufe
Nyeeci🐅 ka'erooni beelesite
Sangaa guracha🐃 atii hin mulatuu
Yoo sanga diima🐂 geegesite
Sadeenu addaani baftee nyatee
Ijoleeni lencaa🐅 baleesite
Erooni chaarteeri
Kutaa booranaa sangaa adii fakeesite
Kutaa kudhanaani ka hafanii
Kutaa booranaa geegesite
Nagaa kutaa booranaa
Soomalii abbooni baleesite
oromoo abbo jette
Maqaa akanatiini dhateesite
Jaanjamtuu booranaale
Dhuftee waltii nyaanyesitee
Kutaani kudhanaani ka haftaani
Kutaa sunii reeba wa isanii himee
Yorebnee lakiftani
Sangaa diima🐂 gurachileni🐃
Nyaatamee jedhanii
😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀
namnii waani dansaa argatee
Waani duule qabuu ufii se'uu
Ya garbummaani lafee sentee
Sabi keena nama ufii sehu
Namni garbummaani awaltee
Deebi'e waan kawuu ufii sehuu
Namnii yaabate baratee
Waani fardii buusu ufii sehu
Fardii durii guddoo qolchaa
Yo isaati fardii irraa hin ce'uu
Eeli qallani bisaani miyyuu
Waani arbii xuuxu ufii sehuu
Karaani durii guddoo ballaa
Ittii deebiyee waan duduu ufii sehuu
BILISOMTEE LAFAA KAYII SABAA KEENYA
BEELA'ANII WAAN QUUFU HIN SE'UU..........."
========================
@SabbooGoona @SabbooGoona
@SabbooGoona
#jeneeral_WAAQOO_GUUTUU
☑!garbummaa dandennuu hiddaani buqifnaa, dadhabnuu ilmee ittii guudifna."
☑"oromoof duullee oromoof duune."
@SabbooGoona
☑!garbummaa dandennuu hiddaani buqifnaa, dadhabnuu ilmee ittii guudifna."
☑"oromoof duullee oromoof duune."
@SabbooGoona
#HAAJI_Aadam_Saddoo
☑"Lubbuuni guyyaa dhalatee dutee, du'aa sodaa haqarraa hin dabiin."
☑"sussumnii jijjiramusi, abiddii uummata gubaa jiruu sanuma."
@SabbooGoona
☑"Lubbuuni guyyaa dhalatee dutee, du'aa sodaa haqarraa hin dabiin."
☑"sussumnii jijjiramusi, abiddii uummata gubaa jiruu sanuma."
@SabbooGoona
#jawar_mohammad
☑gooftummaa hagoosittif wardiyuuman tolaa asirraati dhabachuu qaba.
☑yoomile xoophiyuma duraa orommuumani dursa(#I_AM_OROMO_FIRST)
☑dhagaa diini nuttii darbee walitti qabneen OMN ijaa
☑gooftummaa hagoosittif wardiyuuman tolaa asirraati dhabachuu qaba.
☑yoomile xoophiyuma duraa orommuumani dursa(#I_AM_OROMO_FIRST)
☑dhagaa diini nuttii darbee walitti qabneen OMN ijaa
#KUMALAA_JAATANI_ALII(sha)
☑jannii malkaa, qarooni malkaa,dureesi malkaa.
☑H/Bultootafi horii gurguradha,beese bankii keeyadha, manaa dirraati jaaradha,Ijoole barsiifadha,laftii teesani lafee teesani
☑jannii malkaa, qarooni malkaa,dureesi malkaa.
☑H/Bultootafi horii gurguradha,beese bankii keeyadha, manaa dirraati jaaradha,Ijoole barsiifadha,laftii teesani lafee teesani
#JENEERAL_TADASAA_BIRRUU
☑uummani oromo barachu qaba, lammiini baratee immoo mirgasasaa gaafata.
☑qabsooni mana ofiiti egalti.
☑baraNnuu malee hin bilisomnuu.
@SabbooGoona
☑uummani oromo barachu qaba, lammiini baratee immoo mirgasasaa gaafata.
☑qabsooni mana ofiiti egalti.
☑baraNnuu malee hin bilisomnuu.
@SabbooGoona
#HAYYUU_SEENAA_AABA_DABBASAA_GUYYOO
▶Aadaani abbaa nafaa, nafaa ufii abbaati jabeefatta.
@SabbooGoona
▶Aadaani abbaa nafaa, nafaa ufii abbaati jabeefatta.
@SabbooGoona
#TASFAAHUNI_CAMADAA
☑"bilisa ta'ee dhaladhee, bilisaa ta'ee jirachuu baadhusi billisumma kiyyaafi qabsaawe du'arraa humnii tokkolleeni kanaa naa dhowwuu hin jiruu."
👇👇 @SabbooGoona 👇👇
☑"bilisa ta'ee dhaladhee, bilisaa ta'ee jirachuu baadhusi billisumma kiyyaafi qabsaawe du'arraa humnii tokkolleeni kanaa naa dhowwuu hin jiruu."
👇👇 @SabbooGoona 👇👇
#EEBBISAA_ADUNYAA
⏩"namnii seenaa isaa hin beekne bishaani gabate irraatti gara argeetti jallata."
🔎🔎 @SabbooGoona 🔎🔎
⏩"namnii seenaa isaa hin beekne bishaani gabate irraatti gara argeetti jallata."
🔎🔎 @SabbooGoona 🔎🔎
#JAARRAA_ABBAA_GADAA
☑"qawwee dandenyuu haa tolfannuu, qabeenya qabnuuni haa bitannu, dadhabnuu diina kenyaa irraa ha hiikkannu."
☑"namnii bilisumma hin qabnee saredha, keessatu saree fayyaa hin qab
☑"qawwee dandenyuu haa tolfannuu, qabeenya qabnuuni haa bitannu, dadhabnuu diina kenyaa irraa ha hiikkannu."
☑"namnii bilisumma hin qabnee saredha, keessatu saree fayyaa hin qab
#JAAL_JAARSOO_WAAQOO_QOOXOO
⏩"maqaa irraa jijjiraani
gudayyoo biyyaa isaa
Gubbaati maqaani dhokate
#OROMOO tuutaa kanniisa."
%%%% @SabbooGoona %%%
⏩"maqaa irraa jijjiraani
gudayyoo biyyaa isaa
Gubbaati maqaani dhokate
#OROMOO tuutaa kanniisa."
%%%% @SabbooGoona %%%
#BAQQALAA_NAGAA(Beeka Guulmmaa irranaa)
☑"nama abjuu saba qabuufi hojjinuu aara galfiidha."
☑"gaafa farfamanirraa, yeroo gatamanittii yaadni adunyaa jijiruu namaa keesa ba'a."
☑"dhaloota dhugaani finniinsee doorsifnii qawwee hin ukamsu."
🙅 @SabbooGoona 🙅
☑"nama abjuu saba qabuufi hojjinuu aara galfiidha."
☑"gaafa farfamanirraa, yeroo gatamanittii yaadni adunyaa jijiruu namaa keesa ba'a."
☑"dhaloota dhugaani finniinsee doorsifnii qawwee hin ukamsu."
🙅 @SabbooGoona 🙅