Dhaamsa Abbootii qabeenyaa #Oromootiif
Dhimmi #Wolloo kuni dhimma gadi fageenyaan itti yaadamuu qabuudha gochi sirna #Atseewwaniitiin isaan irratti bara baraan raawwatamu kuni hundeen isaa akka dhuma godhatu gama abbootii qabeenyaa oromootiin #Hospitaalli rifaraalaa guddaan giddu gala wollootti akka nuuf ijaaramu. Gama bitaatiin immoo mootummaan oromootiin furmaanni waaraan akka godhamuuf yoo danda'ame itti gaafatamni isa guutumaan guututti oromiyaa jalatti akka deebi'u irratti hojjachuu qabdu. Yaada kana isin hoo akkamitti ilaaltu mee hordoftoonni koo
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Xumurri dubbii kanuma!
''Maallaqa hawaasa kanaaf walitti qabame nyaachuun itti dhukaasanii ajjeesuudhaan adda miti" jedhan Ustaaz #Raayyaa_Abbaamacca BBC afaan oromoo irratti!.
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Gargaarsi Ummata Oromoo kamiifuu godhamu ammaan booda gama garee gargaarsa Ustaaz Raayyaa Abbaamacca fa'aatiin osoo godhamee jedha ani gama kiyyaan mee isin hoo maal jettu? Yaada keessan nuuf qoodaa
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
WORQITUU (MOOTITTII OROMOO WOLLOO)

Worqituun Seenaa Oromoo Wolloo keessatti bakka olaanaa fi gulantaa jalqabaa irratti gootummaa isheetiin mootittii argamtuu dha.
Mootittiin Worqituu dubartii cimtuu waraana garaagaraa irratti olaantummaa mootummoota Habashaa cabsaa turtee dha. Du'aTeewidiroos ilaalchisee wanti barreessitoota Habashaatiin katabame Seenaa sobaa fi gootummaa Oromtittii tana awwaaluudhaaf wanta hojjatame malee dhugummaa kan qabu miti.

Mootiin Teewidiroos bara 1868tti kan du'e haleellaa humni waraana mootittii Worqituu irratti raawwateen malee ofiin of ajjeese kan jedhamu soba akka ta'e seenaan garaagaraa ni dhugoomsa. Mootii Habashootaa kan ture mootii Teewidiroos kan ajjeese Mootittii worqituu dha malee Humna waraana Ingiliiz ykn ofiin ofi ajjeese jedhamee Habashootaan kan barreeffame seenaa sobaa akka tahe maddoonni garaagaraa ni rageessu

Walakeessa Bara 1860 tti, Ilmi Worqituu maqaan isaa Amadee Alii jedhamu Teewidiroosiin booji'amee
Misooma
Mee Dachee tanaan wal bara #Oromoo
Bar kuni kanaadaa ykn biyyoota Awurooppaatii sitti hin fakkaatin Dacheen bareenni tuni #Oromiyaa #Baale #Itiyoophiyaa dha
Kanaafuu waaqa dachee tana keessatti nu uumeef galatoomi jedhaaa
#Rabbiin_Gaariidha
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Ilaamee yaa ummata keenya Amantiin kan dhuunfaati abbaan waan fedhetti amanuu danda'a hanga itti amanee karaan kun na baasa jedhee fudhatetti islaamas ta'ee kirstaana, protestaantiis ta'ee waaqeffataa kanaafuu dhimma kamiifuu jedhamee osoo Amantii walii tuquun dhiifamee gaariidha.
Itti dabaluun ammoo wanti ani jechuu barbaadu namni Amantii qabu Amantii biroo arrabsuu amantiin isaa hin heeyyamuuf.
Warroonni Amantii hin qabne gocha akkanaa irraa of qusattan isiniin jenna
Yaadachiisa:- namoonni Amantii namaa arrabsan nama biraa kamuu bakka hin bu'an
SOOFUMAR BAALEE
Biyya namaa fi lafti isheellee namatti tolu.
Eid Mubarek
Akkamiin Guddattii ilmoon abbaa malee 😢 😢
https://www.tg-me.com/voiceoforomo
Jechoota isaa keessaa muraasa
Biyyoon itti haa salphattu 😢
DV LOTTERY 2025 WILL BE RELEASED AFTER ONE HOUR YOO AKKA ISINIIF ILAALAMU BARBAADDAN LINK TELEGRAM ARMAAN GADII KANAAN NU DUBBISAA
@Madeinlugo
Kara Deemaa pinned «DV LOTTERY 2025 WILL BE RELEASED AFTER ONE HOUR YOO AKKA ISINIIF ILAALAMU BARBAADDAN LINK TELEGRAM ARMAAN GADII KANAAN NU DUBBISAA @Madeinlugo»
2024/05/14 00:32:57
Back to Top
HTML Embed Code: