Telegram Web Link
Obsii na eegi daftee waa'ekoo hin murteessin hanga dhumakoo argitutti😎
πŸ”₯11❀8πŸ‘4
Nama rakkina ulfaataa dabarse caalaa namni ofiin boonaa fi gammadaan hin jiru!
Seenaan wal'aansoo jireenya isaatii ijoollee isaatiif kitaabilee "Nii dandeessa" jedhan caalaa humna qabu, waan isaanirraa barbaadu ofii isaatiif waan jiraateef dubbachuu hin saalfatu, haati warraan isaatii fi firoonni isaa kabaja guddaa isaaf qabu!

Obbole, wal'aansoo dabarsuu qofa miti, wal'aansoo sana dabartee dabarsuun waan ajaa'ibaati. Namni hundi seenaa rakkinaa qaba, kan injifatu garuu baayyisee muraasa!

@moufi
@moufi
#share #join
❀9πŸ‘2πŸ₯°1
Gaafa wanti tokko baayyee si barbaachisu isaa hubattu yoo carraan milkeessuu keetii baayyee xiqqoo ta'ellee nii raawwatta!

Ellon MusK
πŸ”₯8
Eid Mubarak
Hordoftoonni amanta Muslim hundi keessa baga geessan. Ayyaana gaari isiniif haa ta'u.

@moufi
πŸ‘2πŸ₯°1
Gatii isaa utuu hin ilaalin waan barbaaddu bitachuu yoo barbaade utuu yeroo hin ilaalin hojjedhu. ❀️❀️❀️❀️
@moufi nagaan bulaa
❀12πŸ”₯5πŸ‘2πŸ₯°1πŸ‘1
Utuu sababa kee hin qabaannee silaa eenyuun taataa?
@moufi
πŸ”₯10πŸ‘8
Balballi milkaa'inaa irra deddeebiidhaan yaaluudha! πŸ’₯
πŸ‘3
Qorannoon bara 2019 geggeeffame; namoota fayya buloota (healthy), milkaa'oo fi gammadoo dachee keenyaa mara wanti adda isaan godhu tokko akka jiru ifoomse.
Innis namoonni kunneen bohaartiirra beekumsa akka caalchifatanidha.
Isa duraanii caalaa namoonni bara keenyaa beekumsarra erga bohaartii caalchifatanii bubbulaniiru. Isa kana miidiyaaleen hawwaasaa kanneen akka Tiktok, Facebook, Instagram fkkf ragaadha.
Ati garuu yaa namakoo tarree namoota qorannoon sun ifoomsee taa'uu yoo feete bohaartiirra beekumsa caalchifadhu!
πŸ‘6❀4
Ilaalchi kee jireenya kee irratti dhiibbaa guddaa uuma kan jedhutti walii galtaa?
Yoo itti walii galte hojiitti hiiktee beektaa?
πŸ‘3
Dachee kanarraa namoonni baayyeen gar-malee hojii hojjechuu irraa of eeggachuu dadhabanii (workaholic ta'anii) , warra qor-qalbii qorataniif (psychotherapist) qarshii isaanii kaffaluun hojiirraa of qusachuuf tattaafachaa jiru.

Atimmoo maalif hojii hojjechuuf fedhii dhabdee, faajjii dhibaa'ummaa kee dhaabbatte sana buqqisuufuu dhama'aa hin jirturee?
πŸ‘12❀2
Of-argachuun of-ijaaruudha!
❀12
Kufaatii akka tasaa malee milkaa'inni akka tasaa hin jiru!
πŸ₯°5
Milkooftee waan agarte qofaaf milkaa'ina baayyeetti isa duraanii caalaa ariifatta!
❀8πŸ‘3
Ganna kana..

1. wantoota bohaarsoon dabarsuu caalaa wantoota barsiisoorratti xiyyeeffachuu

2. Kufaatii fi milkaa'ina baricha keessa nu quunnaman irra deebiin gamaaggamuu

3. Ganna kana kaayyoo fi mul'ata keenya hanga sirriitti adda baafannutti, yeroo keenya baayyinaan of waliin qofa dabarsu

4. Ganna kana waaqa isa gara dachee kana waan nu fideef beeku barbaaddachuu


5. Ganna kana karoora bara dhufuu qopheeffachuu

.

.

.
πŸ‘11❀3πŸ‘2
Innin yaade dura koo, malee duuba koo hin jiru!

@gutexy
❀12πŸ‘3πŸ”₯3
Utuu injifachuun salphaa ta'ee nama hunda milkaa'a

πŸ’ͺ🏾
πŸ‘15❀4
Waan raawwattu kamiyyuu carraan ati yeroo xumuraaf raawwattu waan jiruuf waan raawwattu mara sirriitti raawwadhu!
Yoom akka dacheerraa godaannu hin beeknu!
Yeroo tokko tokko jechi baayyee onnachiisaan, " Lubbuudhaan waan jirtuuf abdii qabda" kan jedhudha!
πŸ₯°9
Akka ati milkaa'uu dandeessu kan mirkaneessuu danda'u suma qofa πŸ”₯
πŸ‘16πŸ‘7
Kallattii irraa fiigamuu qabu irra fiiga hin jirtu taanan, galmakee bira ga'u dhiisu malta. Kanaaf of eeggannoon deemi. Nagaan oola.
πŸ”₯ @moufi
❀14πŸ‘5πŸ”₯2πŸ‘Ž1
2025/07/14 21:52:32
Back to Top
HTML Embed Code: