Xalayaa Banaa: Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif - NUMAANIYAA
https://numaaniyaa.com/xalayaa-banaa-bulchiinsa-mootummaa-naannoo-oromiyaaf/

Miseensonni chaanelii kanaa mee hiriyoota keessan namoota 10 10 afeeraa
@qubeenquba
@qubeenquba
"Afaan yeroo qorannu kan itti xiyyeeffannu, sagalee afaan sanaa, jechaafi caasaasaa, ijaarsa caasaa himaatii hanga barruutti jiru, seerluga afaanii, dhimma loogaafi waaltinaarratti!" Odeeffannoo guutuu argachuuf yuutuubii πAkkaadaamii Afaan Oromoo πseenaa! Subscribe gochuun guddisaa! Kaanillee itti afeeraa! Waan kana gootaniif ulfaadhaa!πππππ
https://m.youtube.com/watch?feature=youtu.be&v=5xiPCKxX82I

YouTube
Wantoota Afaan Oromoo quucarsaa jiran...
Qophii kana keessatti:
1. Afaan keessatti maal maaltu qortatama?
2. Afaan tokko guddateera kan jedhan yoo ulaagaa maal guute?
3. Afaan Oromoo amma sadarkaa akkamiirra jira? Maaltu guddinsaatti hudhaa ta'eee?
4. ....

Sirna Barnoota Gadaa eegaluuf deemu soddoonni maaf mormuu?
-Gadaan sirna bulchiinsa uummataati.
- Dimookiraasii addunyaa amma baantu kanaaf Gadaati bu'ura.
- Gadaan sirna walqixxummaa dhala namaaf dhaabatedha.
- Aangoon akka fedha uummataatti kennama; tahus nama gahumsa qabutu dorgomee fudhata.
-namni tokko dhalatee hanga du'utti Gadaa keessatti qooda fudhata.
- Sirna beekumsaafi qaroomina gadi fagoo kan qabuudha.
-Gadaan jireenya ilmoo namaaf bakka guddaa qabuufi jireenya waloo kan kan jajjabeessudha.
- Gadaan qabeenyaafi Qaroomina addunyaa tahee UNESCO' kan galmaa'e bara 2016tti ture.
.
Sirni Gadaa qaroomina Ummata biyya kanaa tahe kun bara dhufu akka gosa barnoota tokkootti kennama jennaan soddoonni awwaara kaasaa jiru. "Yaa Itoophiyaa balaatu sitti dhufaa jira! Salphanne" jedhan. Qaroominni Oromoo isaan iyyisiisa taanaan nurraa haagalan kattaatti. Baradhaa jennee isaan hindirqisiifnu; nuti garuu keenya nibarsiifanna! Waan keenya tahe jibbaa kansaanii nurratti ijaatuu hindandahan.
Itoophiyaan salphina, dhiigaafi imimmaan Oromoorra dhaabattummoo si'achi hinjiraattu! Utuu beekanii rakkoo biyya kanaatiif furmaanni tokkichi Gadaan buluudha. Gadaa bilisummaadha! Gadaan walqixxummaadha! Oromiyaan Gadaan nibulti! Hidhannee kaane; homtuu nu hindhaabu!
Fedhasaa Taaddasaa
Hagayya 30, 2020
Finfinnee, Oromiyaa
Maddi suuraa: Fuula fb Takaleen tibba darbe dhimma barnoota Gadaa maxxanserraa fudhatame.
fula: @xiyyeeborii (Akkaadaamii Afaan Oromoo),
you tobe: https://www.youtube.com/channel/UCYnWZj7OqEjt6F4pLL6lpEg
jaalladhaa (like)
hordofaa (follow)
kaaniif qoodaa (share)

Yaadachiisa!
Har'a fb kiyya maal naan jedha seetan 'dhibbattaan 80 hiriyootakee fuula AAO hinhordofan' jedheetu, 'tarii baayyeen account hedduun du'eeraa adda baafadhu' naan jedhe. Sobamoo jedhee yeroon achi deemu fbn najala jiru baay'eetu erga rafee bubbuleera. Mee warri jirtan Telegram, yutuubiifi fuula Akkaadaamii Afaan Oromoo kana:
πSubscribe
πLike
πFollow
πShare
gochuun jiraachuu keessan muldhisaa!
Hubachiisa: Account rafaa jiru jiraan bakka buusuun hinoolu!
βοΈ Fuula: https://www.facebook.com/xiyyeeborii
βοΈTelegram: https://www.tg-me.com/qubeenquba
βοΈ Yuutubii: https://www.youtube.com/channel/UCYnWZj7OqEjt6F4pLL6lpEg

Namoonni chanelii kana 'Subscribe' gootan horaa bulaa! Hiriyoota keessanis itti afeeraa!
@qubeenquba
@qubeenquba
Warri hinargatin fuula Akkaadaamii Afaan OOromoo hordofaa! https://www.facebook.com/xiyyeeborii