#Afaan Oromoo| 👇
Afaan Oromoo afaanota addunyaa kanarratti namoota baay’eedhaan dubbataman keessaa isa tokkoofi afaanota guguddoo jedhamanii kaa’aman keessatti akka ramadamu ogeessonni afaanii ni ibsu.
"Afaan Oromoo afaan saba guddaa akka ta’eefi Itoophiyaa keessatti lafa bal’aa irratti (Bahaa hanga Lixaatti, akkasumas kaabaa hanga kibbaatti) afaan dubbatamu ta’uu eera." Giraag
"Afaan Oromoo afaanota gaanfa Afrikaatti bal’inaan dubbataman keessaa isa tokko yoo ta’u, (Iswaahliifi Hawusaatti aanee) sadarkaa 3ffaa irrattis argamudha." Giraag "Afaan Oromoo afaanota Nuubiyaa durii keessaa tokko akka ta’eefii afaan ummata guddaadhaan dubbatamu ta’uu ibsu." Maarshaal Di Saalvaayik
"Afaan Oromoo Itoophiyaa keessatti qofa kan dubbatamu osoo hinta’iin biyyoota gaanfa Afrikaa kanneen akka Keeniyaa, Sumaaliyaa, Jibuutii, Taanzaaniyaafa’ittis akka dubbatamu ragaalee danuun ni ibsu." Hayyuun
afaanii, Obbo Dirribaa Tarrafaa
Maddi:- Gazeexaa Bariisaa
@qubeenquba

Haala kana keessatti kitaaba Dukkana Barii Jalaa dubbistoota biraan gahuun barbaada! Kitaabni koppiin 700 harkakoo jira. Mee akkamitti fudhattu? Hiriyoonnikoo namoonni 10 nama 50-70 biraan naaf gahuu dandessuu? Keessaan na qunnamaa inmariyanaa! Ulfaadhaa!
@Fedhasaa Taaddasaa (0911787196,)
@Fedhasaa Taaddasaa (0911787196,)
Abjuu milkoofte!
Yeroo dheeraaf waanan qoradhus ta'e bareessu bakkan irratti dhalootaaf olkaa'u barbaadaan ture. Ogeessota dhimmi kun ilaallatus dudubbisaan ture. Osoon kanaan jooruun ogeessa akkakoo quuqamu tokkotti bahe! Lateeraa Amantee jedhama! Ogummasaan baay'ee natumse! Kunoo websaayitii numaaniyaa.com jedhamu naaf hojjete! Galata onneerraa burqen galchaaf! Kana booda waan dandeenyu hundaan odeeffannoo isin qaqqabsiifna! Isinimmoo link tuquun dubbisuun fayyadamaa! Email keessaniin yoo galmoiftan maxxansi keenya guyyuu isin qaqqaba! Ammuma galma'aa!
Baga walumasn milkoofne hunduu👇

Faytadamuun keessani👇
https://numaaniyaa.com/xinxala-akkaataa-barreeffama-fufiilee-afaan-oromoo-carraaleefi-danqaalee-umamaa-jiran/

NUMAANIYAA
Xinxala Akkaataa Barreeffama Fufiilee Afaan Oromoo: Carraaleefi Danqaalee Jiran - NUMAANIYAA
Qorataan: Fedhasaa Taaddasaa Gorsaan: Dr. Kabbadee Hordofaa Axareera Qorannoon kun mataduree “Xiixala Akkaataa Barreeffama Fufiilee Afaan Oromoo: Carraaleefi Danqaalee Umamaa Jiran” jedhurratti hojjetame. Kaayyoon qorannoo kanaa akkaataa fufiileen Afaan Oromoo…
"Akkaadaamiin Afaan Oromoo sadarkaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti nuuf haadhaabbatu" atis hiriyoonnikees maxxanuun tumsa taasisi!
Profile pic godhaa!
Profile pic godhaa!
Duula kana nugargaaraa!✍️
Yeroo dheeraa oduu odeessuu qofaa tahe dhimmi keenya.😠 Amma hojii barbaanna!
Dhimma kanatti duullaa kottaa!
👇
Jalqaba, "AKKAADDAMII AFAAN OROMOO sadarkaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti nuuf haahundeeffamu!" jedhaa asxaa kanas duukaa maxxansaa! Itti aansitanii asxicha profile picture godhachuun deggarsa keessa agarsiisaa!
Gama biraatiin aktiivistota Oromootti ergaa, gaafa rakkoon uumamu iyyuurra har'uma dhaabbata guddaa kana hundeeffannaa!

Yeroon gabaabbatus waanan jechuuf yaade jedheen bahe! Qopheessitoota Dambalii Ogbarruutiin ulfaadhaa jedheera! Martha Kebite, Hambasa...
....Afaan keenyaaf abbaan itti gaafatamu yoo hinargamne (Akkaadaamiin yoo hinhundoofneef) waggaa dhufus bara itti aanus bara isa itti aanutti aanus asitti nas ta'u nama biraa waamtanii rakkoo kanaaf furmaata gaafattu... Mootummaan nu dhaggeeffachuu qaba! Dhimmi kun furmaata waaraa barbaada...
kanuma.